Nabi Muhammadiif ﷺ Rajii isaan hojjatan
---------------------------------------------------
Yeroo Hedduu warroonni nuti kiristiyaanota ofiin jedhan "Nabi Muhammad Yoo Nabiyyii Dhugaa ta'an Rajiin isaan hojjatan maali?" jedhanii gaafii dhiheessuu Amanuuf waan gaafatan isinitti hin fakkaatin Dubbiin akkuma Yesuus wangeelaa keessatti Warra Rajii barbaadaniin jedhe sani" Inni garuu deebisee, "Dhaloonni hamaanii fi garagaggalaan¹ milikkita in barbaada; garuu milikkita Yoonaas raajichaa irraa kan hafe milikkinni tokko illee hin kennamuuf. " (Mat 12: 39)
Kanaafuu warri Mallattoo ykn Rajii barbaadan bu'uura jecha Yesuus kanaan Dhaloota hamaafii Sagaagalaadha jechuudha. Warri kiristiyaanota Muhammad SAW Rajii maal hojjate jedhanii gaafatan hammeenna isaanii kana Maalif hubachuu dadhaban?
Namoonni tokko tokko Nabiyyiin keessan Rajii waan hin hojjatiniif Kewwata kanaan mataa keessa nu rukuttan jedhanii Yaaduu danda'u Dubbiin akkasii miti bu'uuruma Amantaa keessaniitinuu Raajii Nabiyyiin tokko hojjate gaafatuun fudhatama akka hin qabne isinitti agarsiisufi malee Nabiyyiin keenna ﷺ Rajii hojjachuu dhabaniitii miti
Qabxiin biraa hubatamuu qabu
Nabiyyiin tokko Nabiyyii Dhugaa ta'uu Isaatif Dirqama Raajii hojjachuu qaba Wanti jedhu hin jiru. Akkaataa Baaybiliitti Nabiyyoota Kirstaanonni itti Amanan keessaa kan Guyyama tokkos Raajii takkallee hin agarsiin ni jiru nama tokko akka fakkeenyatti Yoo fudhanne Yohannis cuuphaa fudhachuu ni dandeenna Yaa Kirstaanota Nabi Muhammadiin ﷺwaan isaan Rajii hin hojjatiniif itti Amanuu dhabne Yoo kan jettan taate Yohannis Cuuphaan Raajii Kamiin waan hojjateef itti Amantan? Dubbiin "sababaan Ahwaala garamaaf na dhaanaa" San fakkaatti
Qabxiin biroo Rajonni sabaatu akka Milikataafi Dinqii gara garaa agarsiisuu danda'an Baaybiliin erga Barsiise Nabiyyiin tokko Nabiyyii Dhugaa ta'uufi dhiisuu isaa Raajii inni hojjatuun madaaluun akkamitti danda'ama? waan Macaafni `keessan jedhu kunoo` Dubbisaa:-" Masiihonni sobaatii fi raajonni sobaa ka'anii yoo danda'ame warra Waaqayyoof fo'aman iyyuu akka wallaalchisaniif milikkita gurguddaa fi dinqii baay'ee in argisiisu. "
(Mat 24: 24)
Itti Dabaladhaa Adabadhaa👇
" Masiihonni sobaatii fi raajonni sobaa ka'anii, yoo danda'ame warra Waaqayyoof fo'aman iyyuu wallaalchisuudhaaf, milikkitaa fi dinqii adda addaa in argisiisu. "
(Mar 13: 22)
`Warri Yeroo ammaa kana Raajii hojjanna Jedhee ummata misikiina waan beeyne gowwomsaa jiru Eennu? Warri warra filaman Rajii itti agarsiisee jallisuuf yaalu Eennu? Nuti muslima Raajiidhaan Namoota jallisuuf deemu hin a garre warri Rajii Jedhee lafa balleesse warroma nuti kiristiyaanota ofiin jedhani. hanga Amantaan isaanii Diraamama Rajii agarsiisuu qofarratti waan hundaa'e fakkaatu takka🤔`
Yoo Goolabnu
1.warri milikata barbaadan"dhaloota hamaafi Sagaagalaadha" kanaaf Baaybiliin Ragaadha
2.Namni tokko Nabiyyi dhugaa ta'uu Isaatif dirqama Raajii agarsiisuu qaba Wanti jedhu hin jiru
3.akka Baaybiliitti Nabiyyoonni sobaatifi Masiihonni sobaas Raajii hojjachuu ni danda'u
Xumura irratti Nabiyyoota ergaman keessa Nabi Muhammadﷺ Caalaa Raajii hedduufi dinqisiisaa kan hojjate ni jira jedhaniituu yaaduun Rakkisaadha Yoo Rabbiin fedhe Rajii Nabi Muhammadiinﷺ hojjataman fuuldura kan waliin laallu ta'a
إن شاء الله تعالى لا تنسوني في دعاءكم أخوكم جمال خضير
.......... Xumure........
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
_______________________
¹ "garagalaan" jedhamee kan hiikame Baaybilii Afaan Amaariffaa irratti« አመንዝራ» "sagaagalaan" Jedhamee jira tarii Jechi Yesuus Kun isaan qaanfachiise jijjiiruu hin oolan ta'a kan Afaan Amaariffaa👇
" እርሱ ግን መልሶ እንዲህ አላቸው፦ ክፉና አመንዝራ ትውልድ ምልክት ይሻል፥ ከነቢዩም ከዮናስ ምልክት በቀር ምልክት አይሰጠውም።"
(የማቴዎስ ወንጌል 12: 39፤)
@Jemal89