Itoophiyaatti namoonni 7 haaraa Covid-19n qabaman argaman
*
Itoophiyaatti sa'aa 24 dabran keessa namoonni 401 vaayirasichaaf qoratamanii namoota torba irratti covid-19 argamuu Ministirri Fayyaa Dr. Liyaa Taaddasaa beeksisan.
Kanaanis lakkoofsi namoota waliigalaa gara 92tti ol guddateera.
Namoonni jahan kan biyya alaarraa deebiyan oggaa tahu, iddoo turmaataa keessa kan turanidha jedhameera.
Tokko ammoo gara biyya alaa kan hin imalledha.
Itoophiyaan haga ammaa namoota 5389 koroonaavaayirasiif kan qoratte wayita tahu, namoonni 15 vaayirasicharraa bayyanataniiru.
Kanneen sadi ammoo lubbuun darbeera.