Dubartoota 10 kan Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse kan Ñabiin { ﷺ} Salallahu Aleyi wasalam nuuf himan↪Rabbiin ol ta'e nama tokko yoo jaalate jibriilitti hima ani nama kana nin jaaladha jedhe jibriil{A.S} jaalala isaa san malaykoota samii keessatti lallabee Rabbiin abaluun ni jaalata isinis jaaladhaa jedhaan, nama rabbiin jaalate isaanis ni jaalatu❤
Nama tokko yoo Rabbiin jibbes jibriil(A.S) malaykoota gaaraatti lallabee nama kana rabbiitu jibbee isinis jibbaa jedhaan isaanis ni jibbu😢
Dubartoonni Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse isaan kana⤵
1.Dubartii qaama ishee bareechisuuf jecha qaama ishee tumattuu fi tan tumtuu Fkn Niqqisaat isa jedhan fa'aa (Warra uumaa rabbii jijjiraan).
2.Dubartii nyaara haadduu fi tan haaddattu.
3.Dubartii bareeduma barbaaduuf jecha ilkaan tumattuu fi tan tumtu.
4.Dubartii rifeensa alaa fiddee ofitti qaxxaltu fi tan itti qaxxalattu《 Wiigii isa jedhamu sani》.
5.Dubartii yeroo Abbaan manaa ishee hirribaaf gara sireeti waame diddu.
6.Dubartii dhiiratti fakkaattu. Surree godhattee dhiiraa wojjin ooluu fa’aa
7.Dubartii qabrii ziyaartu.
8.Dubartii yeroo namni du'e suuraa nama sanii qabattee boochiftu.
9.Dubartii rifeensa mataa ishee akka dalluu gaalaatti ol dhaabdee hiitu.
10.Dubartii uffata qaama ishii mul'isu uffattee ummata keessa ooltu.
Hubadhaa.. kun Jecha kootii miti jecha Nabi Muhammad Salallahu Aleyi wasalam isaanis ofirraa fuudhanii hin dubbatan waan Rabbiin Ajaje qofa nutti geessan ykn nu dhaqabsiisan Nutis insha'allah Akkanumatti dhalootaaf daddabarsaa deemnaa! !
Wantoota kurnan kana keessaa tokko keessatti yoo Argamnee irraa deebi’uun keenya dirqama!
Mee oboleewwan islaamaa akka daawwitiitti keesatti of haa ilaallu irraa haa barannu! Namni tokko akka baratu yoo feete share godhii jazaa rabbirratti herreegadhu
Yaa rabbii rahmata kee irraa nu hin fageessin.
Youtube👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8ATelegram👇
@Gaaddisa_dhugaa@Bashashaa@B_islaamummaaT.me/gaaddisa_dhugaa