ORO MAN UNITED ™


Channel's geo and language: Somali, Somali
Category: Sport


Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.
👉 @ExT_WaBi_B
👉Odeeffannoo Maanchistar Yunaayitid walqabatan.
👉Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.
Group 👉 @Oro_Man_United_Group

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Somali, Somali
Category
Sport
Statistics
Posts filter


ቤቲንግ በተደጋጋሚ እየተበሉ ተቸግረዋል ?

100% Sure/እርግጠኛ የሆኑ የጨዋታ ጥቆማ በመፈለግስ ደክመዋል ?

እንግዲያውስ አይጨነቁ እጅግ አስደናቂ ቻናል እንጦቅማችሁ አሁኑኑ ተቀላቀሉና አሸናፊ ይሁኑ


ሙሌ ስፖርት ✅

በኢትዮጵያ ትልቁን የስፖርት ቻናል አሁኑኑ ይቀላቀላሉ እንዳያመልጦዎ👇

ሁሉንም አይነት መረጃ በአንድ ላይ ያገኛሉ ይቀላቀላሉ 👇


🚨Kutaa 12ffaa

Buhaan qormaata akka gadhiifameen Ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqa seeenaa 👇👇👇


Gareen umurii 21 gadii Kilaba keenya Maanchistar Yunaayitid goolii 4 fi 0'n Ipiswiich Taawon dursaa boqonnaa bahaniiru.

Jeje Gabri'eel, Jaak Fileechar, Amaas fi Kaamaason gooliiwwan lakkoofsisaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Liinkolan Siitiin taphataa dargaggeessa Kilaba keenya Etaan Wiitiliiy ergisaa waggaa tokkoon mallatteessifataniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Gaaffin tokkoffaa deebiin isaa Falcao yeroo tahu inni lammaffaa Seeskoodha....haaluma kanaan

@Amani1202
@abdy187
@Mamush78
Namex Olika

Jarreen kun karaa @Amaaaang badhaasa keessan dhuftanii fudhachuu dandeessu..... Yeroo dhihootii gaaffii deebii bal'aa badhaasa qabuun walitti deebiina channeli keenya share gochuu hin dagatinaa🙌🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphataan kun eenyu??

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Forward from: Betna
💵Tokkon tokkon qarshii kechaniif boonasii qarshi 350💵

Mana keenya keessatti fataa jechaa boonasii duguugi💰

Betna   Gammachisa : Salpha :  jaalatamaa

✈️ Betna.bet             💬 Telegram


Tokko itti sinif dabalee badhaasa yeroodhuma tokkon walitti kenna qophaa’aa ammas nama dursee deebise lamaaf............


Taphataan keenya duraanii kun maqaan isaa eenyu?? nama dursee deebise lamaaf kaardii abbaa 50

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Gaaffii badhaasa qabu qophaa’aa.......


🚨📲 Lisandro Martinez fuula inistaagirama isaa irratti !

‘‘Turn the page quick and double the effort. This is just getting started! Let’s go ManUtd’’

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


LOOKS REAL ❤️🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨NEW: Maanchistar Yuunaayitiid ji'a kana keessa Luwiis Haal bituuf Niwukaastil Yuunaayitid kan amansiisan yoo ta'e, taphataa ittisa bitaa seenaa keessatti isa gatii qaalitiin bitame gochuun dirqama isaaniiti.

Galmeen riikordii kun yeroo ammaa paawundii miiliyoona 68 yoo ta'u, kunis kaffaltii Baayern Muniik Adooleessa 2019 keessa Luukaas Hernaandeziif Riyaal Maadriidif kaffaleedha.

Haa ta'u malee, leenjisaa ol'aanaan Niwukaastil kan haarawaa Maatiyaas Yaayislee Haal dhabuu hin barbaadu, kilabichis gurguruuf fedhii akka hin qabne ifa godheera.

Yuunaayitiid foddaan jijjirraa cufamuuf torban tokko qofti osoo hafuu murannoo Niwukaastil qoruuf qophaa'anii jiru, garuu dhiheessiin paawundii miiliyoona 70 naannoo sanaa kilabii Oold Traafoord irraa dhihaachuun isaa kan hin fakkaannedha.

[GraemeBailey]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Rashy 😤

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨Baarseloonaan Aleehaandiro Baaldee gurguruuf paawundii miiliyoona £38m barbaada.

[Laurie whitwell]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Forward from: Betna
❗️❗️❗️
💰Qarshiin tokkoon tokkoon Betna bet irratti galchittan qarshii dabalataa  350birr argattu💸💰

❗️❗️❗️ gammachiisa, salphaa, jaalatamaa 

✈️ Betna.bet            💬 Telegram


🚨 BREAKING:

Maanchistar Yunaayitid Alehaandiroo Baaldee ergisa keeyyata dirqama bittaa of keessaa qabuun bara taphaa dhufu guutumman fudhatanii ilaaluu barbaadu.

Baarseloonaan taphataa kana naannoo Paawundii 35m-40m tti tilmaama.

Rob Dawson , ESPN

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Forward from: Yes Bet
❗️❗️❗️❗️

🎱Fast Kinoon qarshiin hin daangeeffamne hojjatamaa jira. Isin galmaa’uun carraa keessan yaalaa itti gammaddaa💸

Qarshii galchaa, Taphadhaa, Injifadhaa

✈️ https://yesbets.bet

📱 @yesbets2


🚨 Kaarlos Baaleebaan fooyituu lakkoofsa 20 uffata.

Sam C

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ @Oro_man_united
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_man_united

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔇         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

20 last posts shown.