#Remedial
#Yuunivarsiitii MiizaanTeepii
Bara 2017tti barattoota sagantaa fooyya'iinsaatiin (Remedial) haaraa Yunivarsiitii Miizan-Teepiitti ramadamtan hundaaf.
Galmeen bara barnootaa 2017 Sadaasa 11 fi 12/2017 ni raawwatama.
1ffaa. Barattoota Saayinsii Hawaasaan ramadamtaniif Mooraa guddicha Amaan keessa jiru.
2. Barattoota saayinsii uumamaatiin ramadamtan Magaalaa Teepii mooraa Tepiitti qaamaan argamuun akka galmooftan.
Galmeedhaaf wantoota barbaachisan:
➢ Ragaa Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa fi Tiraanskriiptii Kutaa 12ffaa orijinaala fi Koppii Sadii.
➢Suuraa (3x4) sagal.
➢ Uffataqorraa, Ansoolaa, Uffata ispoortii qabachuun isin irraa eegama.
📢Hiriyyoota keessaniif share godhaa