#Beeksisa_Waamichaa
#Yuunivarsiitii_Walqixxee
✳️Yuunivarsiitii Walqixxeetti bara 2017 barattoonni idilee haaraa (Freshman student) ramadamtan fi
•barattoonni bara 2016 #Remedial ( Sagantaa fooyya'insaa ) irratti hirmaachuun qabxii darbinsaa fiddan, guyyaan Galmee Sadaasa, 26 fi 27/2017 tahuu yuunivarsiitichi beeksise.
✦Galmeef yeroo dhuftanitti:-
- Ragaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa Orjinaalaa fi koppii;
- Tiraanskiriptii kutaa 9-12ffaa Orjinaalaa fi koppii;
- Suuraa 3×4 afur;
- Uffata qorraa, Ansoolaa,tiraascarqii ( Uffata boraatii ) fi uffata Ispoortii qabattanii argamuu qabdu.
✦Barattoonni bara 2016 seemestera tokkoffaa bu'aa keessan irratti hundaa'uun irra deebiin galmaahuf kan siniif eeyyamame guyyoota eeraman kana keessatti akka iyyattan yuunivarsiitichi ibseera.
@Oromian_Students