Mata-duree.
"Sababoota gurguddaa 15 kan π¬π²πππΒ ππΆπΏπΆπππΌπ, Waaqayyo taβuu hin dandeenyee."
https://t.me/Rafiiqul_Islaam
π 1. Rabbiin hin dhalatu, Yesus Kiristos immoo ni dhalate.
π 2. Waaqayyo namaa miti. [Seera Lakkoobsaa 23:19], [macaafa Hoseβaa 11:9] Yesus Kiristos, immoo ilma namaati, [Yohannis 8:40].
π 3. Waaqayyo hafuura (hin mulβatu jedhuudha), hin tuqamu, akka macaafichi jedhutti. [Yohannis 4:23-24]. Yesus Kiristos, immoo hafuura miti. [Luqaas 24:39].
π 4. Waaqayyo addunyaa irratti ijaan hin argamu, sagaleen isaas hin dhagaβamu. [Yohannis 5:37]. Yesus Kiristos, immoo ijaan argamee jira, dhagaβamee jiras.
π 5. Waaqayyo fakkaattii hin qabu (wanti isa fakkaataa fi boca hin qabu). [Isaayaas Raajichaa 44:7], [Faarfannaa 89:6]. Yesus Kiristos, garuu fakkaattota hedduu
qaba. [Ergaa gara Ibrootaa 1:8-10].
π 6. Waaqayyo gonkumaa kan hin duune taβuu. [Seera Keessa Deebii 32:40], [Xemotewos Isa Duraa 1:17, 6:16], [Roomaa 1:20-21, 25]. Yesus Kiristos, immoo akka Kiristiyaanonni jedhanitti duβee jira.
π 7. Waaqayyo waan hunda beeka, Yesus Kiristos, garuu waan hunda hin beeku. [Maarqos 13:32].
π 8. Waaqayyo humna qabeessa. Yesus Kiristos, garuu humna isaatiin homaa gochuu hin dandaβu. [Yohannis 5:30].
π 9. Waaqayyo hin mugus hin rafus. [Faarfannaa 121:2-4]. Yesus Kiristos, immoo rafee jira. [Luqaas 8:23-24], [Maarqos 4:38].
π 10. Waaqayyo hin beelaβu. Yesus Kiristos, garuu beelaβee jira. [Maarqos 11:12].
π 11. Waaqayyo hin nyaatu. Yesus Kiristos immoo nyaatee jira. [11:19].
π 12. Waaqayyo dhugaatiis hin hajamu. Yesus immoo dhugee jira. [Maatewos 26:29].
π 13. Waaqayyo hin rakkatus, hin hiyyoomatus. Yesus Kiristos, garuu rakkatees jira, hiyyoomatees jira. [Maatewos 8:20].
π 14. Waaqayyo saala hin qabus, hin kittaanatus. Yesus Kiristos, garuu saallis dhiira, kittaanatees jira. [Luqaas 2:21].
π 15. Waaqayyo hin qoramu. [Maarqos 1:12-13], [Yaaqoob 1:13] Yesus garuu akka macaafni qulqulluun jedhutti sheyxaanaan qoramee jira. [Maatewos 4:1].
itti fufa...
Waliif qoodaa keyrii tana facaasaa.
Jzk β€
Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β π€π’π£ππππ¦π¦ππ:
Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β© Ifaa Dhugaa
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1007