๐๐๐๐๐๐๐ (๐๐๐๐๐๐๐๐๐) ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ช๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!!
https://t.me/Rafiiqul_Islaam
Yesuus Gabricha Rabbii ta'uunsaa ifaan ifatti macaafa kessatti dubbatameera.
Yesuus halkanii fi guyyaa keessattis kadhannaa gooftaa isaatiin akka dhaabbachaa ture macaafni ni dubbata. Haa taโu malee; hubannoon kiristaanota hedduu faallaa kanaati.ย Inni gabricha Gooftaa tokkichaati. Yesuus yoo Gooftaa kan taโu taate, Gooftaan inni waaqqeffataa ture sun eenyuudhaa?
[๐๐ฎ๐ช๐๐๐ฌ 6:12]
"Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule."
[๐๐๐๐ญ๐ข๐ฐ๐จ๐จ๐ฌ 14:23]
"Tuuta sana erga gad-dhiisee booddees, kophaa isaatti kadhachuudhaaf gara gaaraatti ol ba'e; yommuu galgalaa'es kophaa isaa achi ture."
[๐๐๐๐ญ๐ข๐ฐ๐จ๐จ๐ฌ 26:36-44]
ยณโถ Yesus yommus bartoota isaa wajjin gara iddoo dhaabaa Getesemaanee jedhamu tokkoo dhaqe; bartoota isaatiin immoo, "Hamma ani achi dhaqee kadhadhutti as taa'aa!" jedhe.
ยณโท Phexrosii fi ilmaan Zabdewos lamaan fudhatee dhaqee; gadduu fi yaadaan dhiphachuutti ka'e.
ยณโธ Yommuus, "Lubbuun koo hamma du'atti baay'ee gaddite; isin as turaa anaa wajjinis dammaqaa!" isaaniin jedhe.
ยณโน Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate.
โดโฐ Kana booddee gara bartoota sanaa dhufee, rafanii isaan arge; Phexrosiin immoo, "Egaa isin sa'aatii tokkittiif illee anaa wajjin dammaquu hin dandeenyee?
โดยน Qoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhaahaa! Hafuurri illee dhimmaa dha; foon garuu dadhabaa dha" jedhe.
โดยฒ Si'a lammaffaas achi hiiqee kadhatee, "Yaa abbaa koo! Xoofoon dhiphinaa kun utuun hin dhugin ana irra darbuun hin danda'amu yoo ta'e, jaalalli kee haa raawwatamu" jedhe.
โดยณ Deebi'ee dhufees utuu isaan rafanii arge iji isaanii itti ulfaatee ture.
โดโด Ammas isaan dhiisee achi hiiqee si'a sadaffaa kadhatuma isaa duraa kadhate.
[๐๐๐๐ซ๐ช๐จ๐จ๐ฌ 1:35]
"Ganama barii amma illee utuu hin ifin ka'ee, gad ba'ee gara iddoo namni hin jirree dhaqee, achitti Waaqayyoon in kadhate."
[๐๐๐๐ซ๐ช๐จ๐จ๐ฌ 14:35]
"Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, yoo danda'ame yerottiin kun akka isa bira darbituuf kadhatee, "
[๐๐๐๐ซ๐ช๐จ๐จ๐ฌ 6:16]
"Tuuta sanatti erga nagaa dhaamee immoo kadhachuudhaaf gara gaaraatti ol ba'e."
[๐๐ฎ๐ช๐๐๐ฌ 5:16]
"Inni garuu kadhachuuf gara lafa namni hin jirreetti jalaa sokke."
[๐๐ฎ๐ช๐๐๐ฌ 9:18]
"Gaaf tokko Yesus kophaa isaa utuu kadhatuu, bartoonni isaa isatti dhi'oo turan; inni immoo, "Namoonni kun eenyu anaan jedhu?" jedhee bartoota isaa gaafate."
[๐๐ฎ๐ช๐๐๐ฌ 11:1]
"Yesus iddoo tokkotti in kadhata ture; kadhannaa isaa erga dhaabee booddee, bartoota isaa keessaa tokko,
"Yaa gooftaa, Yohannis bartoota isaa akkuma barsiise kadhachuu nu barsiisi!" jedheen."
[๐๐ฎ๐ช๐๐๐ฌ 18:1]
"Yeroo hundumaa kadhachuun akka isaaniif ta'u, kadhachuus akka hin dadhabne isaan barsiisuudhaaf, Yesus fakkeenya tokko isaanitti hime."
[๐๐ฎ๐ช๐๐๐ฌ 22:41]
"Inni hamma darbannaa dhagaa tokkoo isaanittii fagaatee, jilbeenfatees kadhachaa ture;"
Ragaaleen armaan olii hundi yesuus ergamaa Rabbii akka ta'e nuuf mirkaneessanii jiran. Inni ergamaadha malee gooftaa miti.Gooftaan homa tokkoofuu hin salaatu. Inumaayyuu yesuus Rabbii tokko qofa faarsaa tureera malee Rabbummaa mataa beeksisee hin turre.
๐ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐๐จ๐จ ๐๐๐ง ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐๐๐ง๐๐ ๐๐๐๐ช๐ ๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐ฎ๐ซ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐จ๐จ ๐๐ง๐ง๐ข ๐๐๐๐ช๐ ๐๐๐ญ๐ญ๐๐ง ๐๐๐๐ช๐ง๐ข ๐๐๐๐ช๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐?
๐ ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐ง๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ฎ๐ง๐จ๐จ ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐ข๐ฆ๐๐ ๐๐ง๐ง๐ข ๐๐๐๐ช๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ฆ๐จ๐จ ๐๐๐ฎ๐ฆ๐ ๐๐ฌ๐๐๐ญ๐ข๐ข๐ ๐๐๐ข๐ข๐ฌ ๐๐๐ ๐๐๐๐?
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1022