Forward from: Nuuralhudaa
Warra har'a duniyaa irratti aayaata Rabbii irraanfate Rabbiinis boru aakhiratti Azaaba keessatti isaan irraanfata.
Rabbiin Subhaanahu Wata'aalaa akkana jedha:- “Nama na yaadachuu dhiisee narraa gara gale, jiruu gadadoo dhiphootu isaaf jira. Guyyaa Qiyaamaatis ija ballaa goonee isa kaasna”
Hoggaa tana innis Rabbiin akkana jedha:- "Duraan addunyaarratti ijaan arguun ture maalif ballaa na gootee na khaasta?"
Rabbiinis deebi'ee akkana jedhaan :- "Aayanni kheenya sitti dhuftee atis irraanfattee dhiiste, Duuba atis akkasumatti arra ibidda azaabaa kheeysatti irraanfatamtee dhiifamta"
وَمَنْ أَعْرَضَ عَنْ ذِكْرِي فَإِنَّ لَهُ مَعِيشَةً ضَنْكًا وَنَحْشُرُهُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ أَعْمَى (124) قَالَ رَبِّ لِمَ حَشَرْتَنِي أَعْمَى وَقَدْ كُنْتُ بَصِيرًا (125) قَالَ كَذَلِكَ أَتَتْكَ آيَاتُنَا فَنَسِيتَهَا وَكَذَلِكَ الْيَوْمَ تُنْسَى (126)
Suuratu Xaaha Aayata 124 - 126