SIINBEEKA OFFICIAL(Super😁)


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


πŸ”΄ Jechoota yeroo
⚫️ Jechoota Buhaarsoo
βšͺ️ Jechoota Jaalalaa
√ yaadaa nuuf kennuuf
@Siinbeeka


@Siinbeekaofficial

β›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Addaa hiiqaa mootummaan dirqama goonaan mucaan fuutee stay home eegalte sun sirri goote.

@Siinbeekaofficial


Hundi keessanu

@Siinbeekaofficial(Super fun)


Jireenyi barataa fi virusiin koronaa ni darba

Garuu Seenaan isaani yoomiyyuu hin dabartu


@Siinbeekaofficial


Barsiisaa: Umriin Abbaa keeti meeqa?

Barataa:Umriin kooti fi kan abbaa koo
Waluma qixa.

Barsiisaa: Akkamitti ?

Barataa: Inni Abbaa kan ta'e ergaan
ani dhaladhee booda
Kanaafu waluma qixa.

πŸ˜πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„

@Siinbeekaofficial


Man is searching in google:

Man: What do women want?
Google: We are also searching...
πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

@Siinbeekaofficial


When you buy anti coronavirus masks you can see the note
"Made in china" πŸ€”

@Siinbeekaofficial


I am sure ija namaatin dubbisaa hin jirtu.

Ija teetiin dubbisaa jirta jechuu Kiyya(πŸ˜„).

Harkaanis dubbisi meeπŸ‘

@Siinbeekaofficial


Teeleen koronaa vaayrasiif nu saaxilaa jirti jedhan . Akkamitti jennaaniin

Liqii nuu kennu diduudhaan mana nu baasaa jirti jedhan.

Ajaaiba eee!!

@Siinbeekaofficial


Karonaan akkana jedhe

An natti qoosuu hin barbaadu, yoo naan qabamuu baattees Rabbi si eegaa jiraa Rabbii kee galatoomfadhu
Jedhe.


Forward from: Walaloo fi BaacooπŸ˜‚
πŸ‘˜πŸ‘˜πŸ‘˜πŸ‘˜πŸ‘˜πŸ‘˜πŸ‘˜
Ayiiii Koronaa.....
🎩
πŸ™Žβ€β™‚
πŸ‘–πŸŒ‚
Akkuma surree keenya
Chaayinaan toolchee fide
duuti keenya illeen
Tan rabbi nuuf qoode
'Made in china taha'
Jedhee yoomiin yaade.

@bfwalaloo
@bfwalaloo
@bfwalaloo


πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

Barataa distance


Barsiisa: Dubbachiiftu afaan oromoo
Shanan naaf himi?

Barataa: hin beeku.

Barsiisaa: kana kutaa lamatti hin
Barannee ati ?

Barataa: Baradhee gaafii sirreessi na
Gaafadhu kaa barsiisaa! !

Ajaaiba barattoota baranaa.

@siinbeekaofficial


Si dhabee hin jiraadhu.

Jechaa erga ati duute fi osoo jirtuus tan biraa fuudhe wajjiin jiraata.

Ajaaiba.

@Siinbeekaofficial




Forward from: Walaloo fi BaacooπŸ˜‚
Video is unavailable for watching
Show in Telegram


Harargee deemtee gaafa caatii hin qama'u jettu...
.
.
.
Ayii Nama gaarii hin turree ati. Sin jedhan gaa manπŸ˜‚πŸ˜‚


Jiruun carraa taatee
Fagaadhus an sirraa
Barriseetiin dhufee
Qubadha si bira.

Hammeenya fageenyaa
Niin obsa abaaraa
Atilleen naaf obsi
Barri ni dabaraa
Hangaan ija tiyya
Buusu tanteetirra!

Kuullee ija kuulaa
siitu anaaf dawaa
Hammeenyi sin argin
Ammaas ijji gowwaa
Bakkuma jirtuttin
Nagaya siif hawwaa......

✍✍✍Salah Qeeransoo


Kana booda yoon isin gane

Akka taayyeetti qarshiin miliyoonni lama na jalaa haa baduπŸ˜‚πŸ˜‚.

@Siinbeekaofficial


Hojjataa: Ammaa hojii argadheera
Akkam ati nagaa?

Daldalaa: OK baga gammaddee kaa
Call me back keetu nurraa
Hafe haaπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚



@Siinbeekaofficial


Paartii hojii dhabdoota Itoophiyaa jedhuu uumuuf haalduree xumurree jirra. Sababni isaas hojii dhabdoonni kallatumaan paarlaamaatti akka cehani hojii dhabdootaaf yaadaniifi.

Kanaaf hojii dhabdoonni paartii kana keessatti hirmaachuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa.

Galmeef ulaagaan hojii dhabdummaan gahaadha.πŸ˜„πŸ˜„


@Siinbeekaofficial


😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁



Haasawaa OOlaa


Jecha baajaaj

@siinbeekaofficial(super fun)

20 last posts shown.

3 925

subscribers
Channel statistics