OBN chaanaalii 2ffaan guyyaa har’aa tamsaasa yaalii eegaleera
Oromiyaa Broodkaastiing Neetwork (OBN) chaanaalii 2ffaan guyyaa har’aa tamsaasa yaalii eegaleera. Chaanaliin kun “OBN Horn Of Africa” jedhamee akka waamamu Mootummaan Naannoo Oromiyaa murteessee jira.
Kaayyoon guddaan chaanaalii kanaa walitti hidhamansaa fi obbolummaa ummatootaa gaanfa Afriikaa cimsuudha.
Keessumaa Walitti hidhamiinsa ummattota gaanfa dhugoomsuuf tattaaffii godhama jiru keessatti Ummatni Oromoofi mootummaan naannoo oromiyaa gahee isaan irraa eegamu akka bahan kan godhudha.
Kanaafuu chaanalichi afaan Oromoo,afaan Inglizii,afaan Arabaa,Afaan Somaalee,afaan Tigree,afaan kiswaahilii,afaan Affaar,Afaan Amaaraa,Afaan sidaamaafi Afaanota biroon Oduu,sagantaawwanfi qophijwwan bashananaa garagaraa kan tamsaasu tahuu walitti qabaan boordii Oromiyaa broodkaastiingi netwoorkii obbo Addisuu Araggaa toora feesbuukii isaanin ibsaniiru.
Maddi:-FBC
@TOOFTAAJIREENYAA