ABDII SABAA UNIVERSITY


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬NU QUNNAMUUF💬
@Asstudentssupport
🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


#Yuunivarsiitii Dirree_ Dhawaa

Yuunivarsiitiin Dirree Dhawaa barattoota sagantaa idilee digirii jalqabaa haaraa ramadaman akkasumas barattoota bara 2016 sagantaa sirreeffama irratti hirmaatani fi bu’aa darbiinsa galmeessan guyyaan galmee Sadaasa 16 fi 17/2017 ta’uu beeksise.

Galmeedhaaf kan barbaachisan:

Ragaa bu'aa qormaata kutaa 8ffaa fi 12ffaa Orijinaala fi kooppii.

Orijinaala fi kooppii ragaa barnootaa sadarkaa 2ffaa.
Suuraalee 3X4 :- 6
Uffata halkanii fi ispoortiiti.

# Hubachiisa
Barattoonni bara 2016 semisteera tokkoffaa eegaltanii sababa adda addaatiin barnoota addaan kuttan, unka (waraqaa withdrawal ) guuttan kan hafe qabattanii deemuun isin irraa eegama.

Yuunivarsiitichi barattoota sirreeffama haaraa ramadaman bara 2017f guyyaa galmee fulduratti akka beeksisu ibseera.

@Abdii_Sabaa_University

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡


#Yuunivarsiitii Jigjigaa

Yuunivarsiitiin Jigjigaa guyyaan seensa barattoota haara waggaa tokkoffaa fi Rimeediyaali Sadaasa 4 hanga 6 2017 tti akka ta’e beeksise.

Galmaa'uuf kan barbaachisu:

Orijinaala fi kooppii ragaa kutaa 8ffaa.
Orijinaala fi kooppii bu'aa qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa fi 12ffaa.
Orijinaala fi kooppii tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa.
Suuraa roga paaspoortii 8.
Uffata qorraa, ansoola, tiraascarqiifi uffata ispoorttiiti.

@Abdii_Sabaa_University

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡


Odeeffannoo barnootaan walqabatan qofa bakka tokkotti argachuuf

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Abdii_Sabaa_University
@Abdii_Sabaa_University

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡


#Yuunivarsiitii _Haramaayaa

Barattoota sagantaa digrii jalqabaa haara bara barnootaa 2017 Yuunivarsiitii Haramayaatti ramadaman, akkasumas kanneen bara 2016 sagantaa sirreeffama irratti hirmaatani fi bu’aa darbiinsaa argataniif yeroon gabaasaa Sadaasa 9 hanga 11/2017tti akka ta’e yuunivarsiitichi beeksiseera .

Galmaa'uuf kan barbaachisu:

Orijinaala fi kooppii Kaardii kutaa 8ffa.
Orijinaala fi kooppii Tiraanskriiptii kutaa 9-12.
Orijinaala fi kooppii ragaa darbiinsa 12ffaa.
Suuraa roga paaspoortii:- 6
Akkasumas uffata qorraa, ansoola, tiraascarqii fi uffata ispoorttiiti.

Ragaa barnootaa fi suuraa armaan olitti ibsame kana iskaan (scan) gochuun soofti kooppii (soft copy) qabachuu isin barbaachisa.

#Hubachiisa
Barattoota guyyaa ibsame alatti dursaniis ta'ee, boodatti hafanii dhufan Yuunivarsiitichi kan hin keessummeessine ta'uu ibseera.

@Abdii_Sabaa_University

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡


#Yuunivarsitii Odaa_Bultum

Barattoonni bara 2016 sagantaa sirreeffama irratti hirmaattanii qabxii seensaa yuunivarsitii galmeessistanii fi barattonni haara bara 2017 Yunivarsitii Odaa_ Bultummitti ramadamtaniif guyyaan galmee Sadaasa 4 fi 5, 2017 ta’uu yuniversiitichi beeksisee jiraa.

Barattoonii gama moora yoo dhufan wantoota armaan gadii dagachuu hin qaban:-
Orijinaala fi kooppii waraqaa ragaa kutaa 8ffaa.
Orijinaala fi kooppii bu'aa qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa fi 12ffaa.
Orijinaala fi kooppii tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa.
Suura roga paasportii: 4
Ansoola, tiraascarqii,uffata qorraa fi uffata ispoorttiiti.
#Hubachiisa
Barattoota guyyaa ibsame alatti dursaniis ta'ee, boodatti hafanii dhufan Yuunivarsiitichi kan hin keessummeessine ta'uu ibseera.

@Abdii_Sabaa_University

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡


#Yuunivarsitii_Raayyaa

Barattoota haaraa bara 2017 Yunivarsitii Raayyaatti ramadamanii fi kanneen bara 2016 sagantaa sirreeffama (Rimeediyaali)fudhatanii bu’aa galmee yunivarsitii argatan guyyaan galmee Sadaasa 2 fi 3, 2017 ta’uu yunivarsiitichi beeksiseera.
Sadaasa 9/2017 barnoonni akka eegalu ibsameera.
#Hubachiisa
Barattoota guyyaa ibsame alatti dursaniis ta'ee, boodatti hafanii dhufan Yuunivarsiitichi kan hin keessummeessine ta'uu ibseera.

@Abdii_Sabaa_University

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡


#Beeksisa_Waamichaa
#Yuunivarsitii_Hawaasa!

Barattoota Digirii jalqabaa Yuunivarsitii Hawaasa Maraaf!

Guyyaan seensaa Sadaasa 09 fi10/2017 ta'uu Yuunivarsitichi ibseera.

Iddoon galmee:-
Saayinsii Uumamaaf:- moora guddicha (main campus )
Saayinsii Hawasaaf :- inistiitiyuutii teknooloojiiti
#Hubachiisa
Barattoonii yammuu gara moora dhufan wantoota dagachuu hin qabne.
Ragaa barnoota kutaa12ffaa Originaala fi kooppii
Traanskiriiptii kutaa 9ffa -12ffaa Originaala fi Kooppii
Suura 3×4:-4
Ansoola, uffata qorraafi tiraas carqii
Uffata ispoortiiti
#Hubachiisa
Barattoota guyyaa ibsame alatti dursaniis ta'ee, boodatti hafanii dhufan Yuunivarsitiichi kan hin keessummeessine ta'uu ibseera.

@Abdii_Sabaa_University

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

7 last posts shown.