#LeencichaOolmaaManaMurtii
"Yaada Jawaar Mohaammad Har'a Dhaddacharratti Dubbate Keessaa
---
Asitti dhimma dhuunfa keenya qofa miti waa'e sirna haqaa biyya kanaatu nu yaaddessa; kanaaf yoo dubbannu Abbaa Murtii qofaaf hin dubbadhu Mana Hojii Abbaa Alangaa biyyattii keessatti nama 2ffaatu as jira isaaniifis jechuu dha. Sirni haqaa biyyatti harka paartii aangoo qabuutti kufee jira. Siyaasaa isaaniitu kuffise.
#Guutummaasaa👇🏽👇🏽
https://www.facebook.com/Afaan.Online/photos/a.801262546628618/3230274727060709/