#gurbaan tokko gama abii ishaaq alfizaariitti galgala kessa dhufeeti hulaa itti dhadhawe..yeroo irraa bane gurbaa isaa boohuu isa arke.!!
Abi ishaaq : maal taate ja"en?
Gurbaan mataa isaa gad qabateeti liqii nama ta narra jirtuutu na jilbiifachiise ja"en..!!
Abi ishaaq mana kessa ol deebi"eti mallaqa fidee kanneefi
Mana kessa ol deebi"e boohutti seene..!!
Jaartiin isaa maalif boocha?
Mallaqa hin kannineefi jatteen?
Abi ishaaq : sababaan amma dura rakkoo isaa hin beekinifin booha..hanga inni xiqqaate na kadhatu kana godhuufin booha ja"en.!!
Rasuulli (saw) akkana ja"a...
"المسلم أخو المسلم لايظلمه ولايخذله ولايحقره يحوطه من ورائه ويحفظ عليه ضيعته."
"Muslimni obbolessa muslimaati,isa hin miidhu,isa
hin xiqqeeysu,isa hin tuffatu,
Isa duubaahi isa eega,meesha isaatis isa duuba ni tiiysaaf.."
Gorsa :
Yeroo hunda haajaa obbolessa keetii osoo inni sin gaafanne guutiif..rabbiin teeti siif guuta.!!
@alfannn