#hasanul basriin ollaa nasaaraa tokko qaba ture..!!
Gurbaan nasaara kun manni isaa kan fincaanii uratee mana hasanul basrii kessatti dhimmisa..!!
Hasanul basriin baaldii bakka dhimmisu San jalaa kaayee yeroo guutamte fuudhee Deemee bakka fagotti kan gad naqa ture..!!
#amata diydam booda hasanul basriin ni dhukkubsate..ollaan isaa kan nasaara kun isaa gaafachuudhaaf dhufe..!!
Yeroo mana ol seenu baaldii kessatti dhimmifamutti jirtu San arke..!!
Yoom irraahi akkanatti obsutti jirtan ja"eni gaafate...?
Waggaa diydamii ja"aniin..!!
Gurbaan booheeti masqala firraa qabu darbee shaahada qabate..!!
#sababaa haala gaarii ati qabduutin..namni amantii tee jaalata.!!
@alfannn