Da'awaa Fi Barnoota Afaan Oromootiin


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Chaanaaliinkun Barnootaafi Da'awaalee Tu Irrati Barsiifama ustaazoota Sunnaa Gara Garaatiin.
➢Ustaaz Abuu Muslim Al-Aruusii
➢Ustaaz Abuu Sulaymaan
➢Ustaaz Fu'aad Muhammad #Fi
➢Ustaaz Ismaa'iil Umar
Chanaalii Sheer Gochuu hin Iraan fatinaa.

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


📌 KUTAA 2

📌 الدرس الثاني

📚 SHARHI ( IBSA ) AQIIDAA SIRRAAWAA FI FALLAASAA SKEIK IBN BAAZ

📚 شرح رسالة العقيدة الصحيحة وما يضادها للشيخ ابن باز

🌴 SEENSA KITAABA FI HUNDEEWAAN IMAAN JAHAAN

🌴 مقدمة الرسالة وأصول الإيمان الستة
صفحة 3 إلى 5

🔗 Mp3

https://goo.gl/AWo3L7

🔗 Amr

https://goo.gl/VfZhyk

🎙 Abu muslim Umar ibn Hassan Alarsi

🎙 أبو مسلم عمر بن حسن العروسي

📌 Barumsa adda adda argachuf chaaneela kan kessa siinaa
👇👇👇

🌐t.me/daawaa_fi_barnoota






📚 Sharhi (Ibsa ) Al-Usuul As-salaasah

📚 شرح الأصول الثلاثة للإمام محمد بن عبدالوهاب

📌الدرس السادس

📌 KUTAA 6

🔗 Mp3👇👇

https://goo.gl/6cam6B

📚 Kitaaba Al-usul Assalaasah Buufachuudhaaf Liinkii Armaan Gadii Fayyadamaa

https://goo.gl/GQ6aMr

🎙 Ustaaz Ismaa'iil Umariin

🎙 الأستاذ إسماعيل بن عمر - حفظه الله -

🌐t.me/daawaa_fi_barnoota






📚 Al- Arba'iin Annawawiyyah

📚 شرح الأربعين النووية للإمام النووي

📌الدرس السابع

📌 KUTAA 7

🔊 Hadiisa Jahaafaa

🔗 Mp3👇👇

https://goo.gl/VX4Tk6


📚 Kitaaba Buufachuudhaaf Liinkii Armaan Gadii Fayyadamaa⤵⤵⤵⤵

https://goo.gl/6cDwnB

🎙 Ustaaz Fu'ad muhammad

🎙 الأستاذ فؤاد بن محمد - حفظه الله -

🌐t.me/daawaa_fi_barnoota




السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Afwon har'a barumsa harya gadi hin lakisini sababa dhunfatin
In sha Allah torban dhufi nu egaa


https://youtu.be/3wdOkxN2K1c
Sharhi (Ibsa ) Al-Usuul As-salaasah KUTAA 5 Ustaaz Ismaa'iil Umariin
📚 SHARHI ( IBSA ) Al-ARBA'IIN ANNAWAAWIYYAH 📚 شرح الأصول الثلاثة وأدلنها للإمام محمد بن عبد الوهاب 🎙 Ustaaz Ismaa'iil Umariin 🎙 الأستاذ إسماعيل بن عمر - حفظه...


📚 Sharhi (Ibsa ) Al-Usuul As-salaasah

📚 شرح الأصول الثلاثة للإمام محمد بن عبدالوهاب

📌الدرس الخامس

📌 KUTAA 5

🔗 Mp3👇👇

https://goo.gl/XULFxc

📚 Kitaaba Al-usul Assalaasah Buufachuudhaaf Liinkii Armaan Gadii Fayyadamaa

https://goo.gl/GQ6aMr

🎙 Ustaaz Ismaa'iil Umariin

🎙 الأستاذ إسماعيل بن عمر - حفظه الله -

🌐t.me/daawaa_fi_barnoota






https://youtu.be/AXN-ZgQ9kM8
Al-ARBA'IIN ANNAWAAWIYYAH USTAAZ FU'AAD MUHAMMADIIN KUTAA (6)FFA
📚 SHARHI ( IBSA ) Al-ARBA'IIN ANNAWAAWIYYAH 📚 شرح الأربعين النووية للإمام النووي 🎙 USTAAZ FU'AAD MUHAMMADIIN 🎙 الأستاذ فؤاد بن محمد - حفظه الله - 📌 KUTAA 6 📌...


📚 Al- Arba'iin Annawawiyyah

📚 شرح الأربعين النووية للإمام النووي

📌الدرس السادس

📌 KUTAA 6

🔊 Hadiisa Shannafaa

🔗 Mp3👇👇

https://goo.gl/BjxzSp

📚 Kitaaba Buufachuudhaaf Liinkii Armaan Gadii Fayyadamaa⤵⤵⤵⤵

https://goo.gl/6cDwnB

🎙 Ustaaz Fu'ad muhammad

🎙 الأستاذ فؤاد بن محمد - حفظه الله -

🌐t.me/daawaa_fi_barnoota








a hunda nuuf gumaachaan booda guyyaa kamiisa baatii muharram
waggaa 1420 akka hijraatti adduunyaa kanarraa gara daarul barzakh godaanan jechuudha.
_______________________________

📌 Barumsa adda adda argachuf chaaneela kan kessa siinaa
👇👇👇
🌐t.me/daawaa_fi_barnoota
---------------------------------------------------


📚 DA’AWAA FI BARNOOTA AFAAN OROMOO USTAAZ ABUU MUSLIM AL-ARUUSIIDHAAN KUTAA 1FFAA
....................................................................................
-------------------------------------------------------------------
🌴 SEENAA SHEEKH IBNU BAAZ RAHIMAHULLAAHU TA’AALAA
-------------------------------------------------------------------
Seenaan sheikh ibnu baaz kan irraa fudhatame barumsa haarawa kan eegalame irraahi
kitaaba #al’aqiidatu sahiihaa wamaa yudaaduhaa kan jedhamu iraa kan abuu muslim al_arusiin barsiisan
irraahi.
____________________________
MAQAAN ISAANII EENYU? sheikh ibnu abdul aziiiz abdilahi ibnu abdurehman ibn abdul aziiz jedhamu
Magaalaa riyaad keessatti dhalatan
bara1330 akka hijraatti dhalatan
sheikh ibnu baaz jollumaan quraana haffazan
sheikh ibnu baaz hanga umrii kudha jahaa ijji isaanii akka gaariitti laala ture umrii kudha jaharraa
kaasaniiti ijji isaanii kandhukkubsatan haatahu malee hanga umrii digdamaatti ijji isaanii hin banne ture
umrii digdamatti garuu ijji isaanii gutumaa guutuutti arkuu hin dandeegne jechuudha.
____________________________
SHEEKKOTIIN IBNU BAAZ IRRAATTI BARATE EEYNU? 1ffaa asheekh muhammad ibnu abdulaxiif ibnu
abdurahmaan ibnu Hassan ibnu sheikh muhammad ibnu abbdul-wahhaab 2ffaa asheekh saalih ibnu
abdul aziiz ibnu abdirrahmaan ibnu Hassan qaadi rriyaad 3ffaa sa’ad ibn hamad ibnu atiiq qaadi riyaad
4ffaa sheikh hammad ibnu faaris wakiilu beytil maal itti gaafatamaa maallaqaa kanturan 5ffaa asheekh
sa’ad waqaas albukhaarii sheikh ibnu baaz makkaan dhufanii isaan irrattti ilma tajwiid baratn bara 1355
irratti 6ffaa irratti sheekkotiin isaan akka gaariitti irratti baratan keessaa sheikh Muhammad ibraahiim
ali sheekhmuftii mamlakaa kanturaniidha.
____________________________

BARATTOONNI ISAANIIHOO EEYYU? 1ffaa Asheekh abdul muhsin ibn hammad albadr 2ffaa asheekh
almujaahid rabii’i al-madkhalii 3ffaa asheekhul-allaamah assalafii saalih alfawzaan ibn fawzaan 4ffaa
asheekh Muhammad ibn ramzaan alhaajirii 5ffaa asheekh al ustaaz addiktoor Muhammad ibnu umer
ibnu saalim bazimuul hafizahumullaahu ta’aalaa hundi isaaniitu sheikh ibnu baaz irratti baratan.
____________________________
DALAGAAN ISAAN DALAGAN MAALI? 1ffaa qaadii fii kharaj turan kharaj jechuun magaalaa xiqoo
riyaaditii dhiyaattuudha yaroo ammaa riyaadiin keessa seentee jirti. Yeroo isaan qaadii turan umriin
isaanii 27 ture waggaa 1357 irratti. Hanga waggaa 1371tti bikka khan dalagaa turan. 2ffaa mahad arriyaadul-ilmi colleeja ilmii itti barsiisan keessa barsiisuu turan 4ffaa fii kullati sharii’a ba’ida inshaa’ihaa
kolleeja shari’aa keessattillee barsiisaa turan. Hanga waggaa 1380 barumsa kana barsiisuu turan. 6ffaa
jami’atul islaamiyyaan banamnaan waggaa 1381 irra eegalanii bakka bu’aa mana barumsaa ta’uudhaan
dalagaa turan. Hanga1395 barsiisaa turan. 7ffaa itti gaafatamaa wa’ee ilmitti rarra’u keessa hojjachuu
eegalan. Bar1414 muftii amul mamlakaa ta’an jechuudha.
____________________________

ALIMA RABBAANII JEDHAMAN KEESSAA TURAN. Nama tokkoon alima rabbaanii hinjedhamu namichi
sun hanga ilmii qabaatee itii dalagee barsiisutti male duuba sheikh ibnu baaz baaz jechuun nama ilmiis
qabu nama ittis dalaagu nama nama barsiisus turan jechuudha kanaaf AALIMA RABBAANII jedhaman
jechuudha. Sheikh ibnu baaz alima guddaa turan hadiisa irrrattille haata’u fiqhiidhaanis nama beekumsa
guddaa qaban turan.
____________________________
KITABBOTIIN ISAAN MAXANSAN . 1ffaa majmuu’al fataawaa waqaalaatul muta nawwi’a gara mujallada
30 walitti qabanii jiran. 2ffaa fataawaa nuur addarbillee mujallada 30 3ffaa alfawaa’idal jaliyyah fil
mabaahisil-fardiyyah 4ffaa attahqiiq wal-idaaah li kasiir min masaa’ilil haji wal-umra wazziyaarati ala
daw’il kitaabi wassunnah 5ffaa naqdul qawmiyyatul-arabiiyyah ala dawlal islaami wal waaqi’i 6ffaa
salaasu risaa’il fissalaat 7ffaa al-aqiidatu sahiihaa wamaa yudaadduhaa 8ffaa sifatu salaatu nabi 9ffaa
aduruusul muhimma li’aammatil ummah 10ffaa attahziir minal bid’a kitaaba kana keessa risaalaa 4tu
argama duuba eegga waan kan

20 last posts shown.

1 888

subscribers
Channel statistics