DHALOOTAAF OFFICIAL


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Kayyon keenna baratoota Oromoo Kayyoo isaani akka galmaan gahan cinaa dhaabachuudha.
Yaadaf fi gaaffii kamiifuu @Dhalootaftutor irratti nuuf barreessa

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Barattoota University filachuuf jirtaniif

• AASTU = Addis Ababa Science and Technology
• AAU = Addis Ababa
• AbU = Ambo
• AdU = Adigrat
• AkU = Aksum
• AMU = Arba Minch
• AoU = Assosa
• ArU = Arsi
• ASTU = Adama Science and Technology
• AsU = Admas
• BDU = Bahir Dar
• BgU = Bonga
• BHU = Bule Hora
• DBU = Debre-Berhan
• DiU = Dilla
• DkU = Debark
• DMU = Debre-Markos
• DTU = Debre-Tabor
• GbU = Gambella
• GdU = Gondar
• HmU = Haramaya
• HwU = Hawassa
• IjU = Injibara
• JjU = Jigjiga
• JkU = Jinka
• JmU = Jimma
• KDU = Kebridehar
• KMU = Kotebe Metropolitan
• LIC = Lunar International
• MeU = Mettu
• MkU = Mekelle
• MMC = Myungsung Medical
• MTU = Mizan Tepi
• MWU = Madda Walabu
• RVU = Rift Valley
• RyU = Raya
• SmU = Semera
• StU = Saint Mary
• UtU = Unity
• WbU = Werabe
• WcU = Wachemo
• WdU = Woldia
• WgU = Wollega
• WkU = Wolkite
• WoU = Wollo
• WSU = Wolaita Sodo



Join 👉https://t.me/Dhalootaafofficial
👉https://t.me/Dhalootaafofficial


Obboloota koo jireenya keessan keessatti kaayyoo tokko qabaadhaa. Kaayyichas namni milkeessuu danda'u isinii dha. Akkaataan nuti ofii keenya itti ilaallu baay'ee murteessaa dha. Madaallii sirrii ofiif kennaa.
Guyyaa gaarii qabaadhaa!!!
https://t.me/Dhalootaafofficial
👇Leave a #comment below👇


Qophaa'aa Ta'i! | Ready YourSelf
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❍ Jireenya jettee ati addunyaa kana irratti jiraattu kun yeroo hundaa akka ati feete siif hin taatu. Wanti ati har'a of harkaa qabdu guyyaa tokko akka dhabdu beekuu qabda.

Mee fakkeenya tokkon siif fudhadha: Nama ati hedduu jaalattu yeroo hundaa of biraa dhabuu hin feene yoo dhabdemmoo jireenyi kee hiika akka hin qabnetti fudhattee ija kee irraa buqqisuun illee si sassachiisu osoo of biraa du'aan dhabdehoo?? Ykn namni sun akka ati isa jaalatutti si jaalachuu dhiisee onneekee madeessee osoo deemehoo??

Argitee jireenya kana gaafa jiraattu dhiphinaaf, dhabaaf, gaddaaf, rakkinaaf qophaa'aa ta'uu qabda. Sababni isaas yeroo hundaa gammachuun hin jiru gaddi ni jiraata, jaalalli akkuma jiru jibbis ni jiraata, wal arguun akkuma jiru gargar bahuunis ni jiraata. Nama jaalatturraa gargar bahuu yaaduun ulfaataa ta'us guyyaa tokko dirqama nama sanarraa adda ni baata kun seera uumamaati! Kanaaf gammachuun yeroo hundaa waan hin jirreef gaddaaf of  qopheessi!

Gaafa rakkinni sitti dhufu hin laafiin, jireenyi rakkina kanaa booda akka waan hin jirreetti fudhattee mataa hin cabiin jabaadhu. Bor guyyaa addaa ta'uusaa bari.

Jireenya addunyaa kanaa salphisuus ulfeessuus kan danda'u suma mataa keedha. Al tokko tokko rakkinoota nu quunnamanirra rakkinichaaf deebiin nuti kenninu hedduu nu miidhu kanaaf jireenya kee salphistee jiraachuu yoo feete wanta har'a argite boru akka hin jirre, akkasumas adda bahuu namni ati hin feene guyyaa tokko akka irraa adda baatu beektee yeroo hundumaa qophaa'aa ta'uu qabda

Halkan akkuma jiru bariin illee dhufee halkanicha akka seenaatti ni haasofta, hin darbu wanti ati jette darbee boqonnaa haaraatti ni ceeta, guyyichas seenaa jettee dubbatatta. Kan jaalatte si jibbus kan abdatte si ganus godoon ati ijaarratte si jalaa diigamus guyyaa tokko hunduu darbee galmee seenaa kee irratti ni galmaa'a.

❍ Kanaaf yeroo hundumaa ati nama jabaa akka taateefi rakkinni si moo'uu akka hin dandeenye ofiiti dubbadhu! Gochi ati gootu firii yaada kee waan ta'eef waan gaarii yaaduu shaakali yeroos waan gaarii hojjetta jireenya kees salphistee jiraatta.

❍ Sababa malee namni kamuu addunyaa kana irratti hin uumamu, atis akkasuma sababa dhalatteef qabda; kanaaf gaafa rakkinni sitti dhufu guyyaa uumama kee hin abaarin! Dukkana booda ifni ni jira dukkanni har'aas darbee kaleessa ni ta'a isas borirra dhaabattee ni haasofta.... Ati uumama kaleessaa fi boru walitti araarsitee har'a gammachuudhaan jiraachuu danda'uudha; kanaaf ati yeroo hundaa nama addaati!! Jabaadhu jireenya moo'i malee jireenyi sin moo'in!


Join👉https://t.me/Dhalootaafofficial
👉https://t.me/Dhalootaafofficial


Barataa isa kamiidha isin
Poll
  •   Freshman 2017
  •   Freshman 2016
  •   Remedial 2016
  •   Remedial 2017
  •   Waggaa 2ffa ol
11 votes


Top 10 Study tips👨‍💻

🌺 Give yourself enough time to study mean don't leave it untill the last minute.

🌺 Organize your study space mean try to make your study environment be more interesting than before this.

🌺 Use colourful flow charts and diagrams coz our brain more focus when see it.

🌺 Practise on past year questions. So you can study the technique.

🌺 Explain your answer to others everytimes you had finish do your exercises. So u will memorise it better.

🌺 Organize study groups with friends but no more than 3 members. If more than that i'm sure that you will not study but just chatting or gossiping.

🌺 Take regular breaks mean move your body to avoid cramph. Take a deep breath so you will get more oxygen to maintan focus for the next study session.

🌺 Snack on "brain food" such raisin and dates.

🌺 Make simple notes such as in points/ keywords form about subject that you take. You may do in mind map coz it very productive way. Then don't forget to story back what you had study with your friend.

🌺 Practise regularly mean everyday you must do exercises to master the subject.


Join👉https://t.me/Dhalootaafofficial
👉https://t.me/Dhalootaafofficial








Naannoo Oromiyaatti Barnoonni bara 2017 Fulbaana 7 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise
=

Biiroon Barnoota Oromiyaa guyyaa galmee barattootaafi guyyaa barnoonni bara 2017 eegalu ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa kenneera.

Kaalaandara Barnootaa bara kanaa bu'uura godhachuun bara barnootaa 2017tif galmeen Barattootaa Hagayyaa 27 hanga qaammee 5tti kan gaggeeffamu ta'uu kan ibsan Hoogganaan Itti Aanaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Obbo Girmaa Baayisaa barnoonni bara kanaa fulbaana 7/2017 kan eegalu ta'uu ibsaniiru.Hojii baruufi barsiisuu bara kanaafis qophiin hundi xumuramuu eeraniiru.

Bara kana akka waliigalaatti Manneen Barnootaa bu'uura boruu 20,225, sadarkaa 1ffaa 16,351, sadarkaa 2ffaa1,365 akkasumas Koolleejjota 13 ol keessatti sirni baruuf barsiisuu kan gaggeefamu ta'uu himanii jiru.

Walumaagalatti bara kana akka Naanmoo Oromiyaatti manneen barnootaa 37,959 keessatti hojiin baruufi barsiisuu kan gaggeeffamu ta'uu Obbo Girmaan dubbataniiru.Bu'uuruma kanaan dhaabbilee kanneen keessatti barattoonni mil. 12 ol simachuun barsiisuuf qophiin taasisamee jira.

Haala baruufi barsiisuu mijataa taasisuuf bara kana daree dabalataa 1,939 ijaaramuufi 6,700 suphamuun tajaajilaaf qophaa'uun ibsameera.
Manneen jireenyaa barsiisotaa 3,897 ijaaramaa jiran keessaa 966 xumuramuus Obbo Girmaan dubbatanii jiru.

Barnoota guyyaa jedhameetti eegalchiisuuf qaamoleen dhimmichi ilaallatu hundi ammumarraa eegalanii qophii gochuu akka qaban Obbo Girmaan hubachiisaniiru.

Barattoonni boqonnaarra turan
guyyaa eerametti manneen barnootaatti argamuun barnoota isaanii akka hordofanis dhamanii jiru.



Join
https://t.me/Dhalootaafofficial
https://t.me/Dhalootaafofficial


👨‍💻Dhalootaaf Official

Chaanaalii Barnootaa Barattootaaf kan hundeeffameefi Tajaajila hunda galeessa ta'e kan isiinif dhiheessuudha.
Chanaaliin Dhalootaaf kun gorsa Laachuu irraa hanga Tuutooriyaala🧑‍🏫👩‍🏫 keenuun ijoollee haraa gara Yuniversiitii seenan Cinaa dhabbachaa kan jiruudha.

📚Chaanaaliin kun guddachuufi Kaayyoo dhaabbateef galmaan gahuuf qarqaarsa keessan kan barbaaduu dha. 🙋‍♂️🙋‍♂️

Kanaafuu hundi keenyaayyuu hiriyyoota keenyaaf share godhuun gahee keenya haa baanu🙏🙏






Join and share 👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dhalootaafofficial
https://t.me/Dhalootaafofficial
https://t.me/Dhalootaafofficial


Kan itti fuufe
Poll
  •   Kolleejjii Dhunfaa
  •   Filannoon hin kennamne
9 votes


Filannoo University
Poll
  •   Addis Ababa University
  •   Jimma University
  •   Bahadar University
  •   Arsi University
  •   Hawasa University
  •   Borana University
  •   Arbaminch University
  •   Selale University
  •   Haramaya University
  •   Wallaga University
22 votes


Forward from: DHALOOTAAF OFFICIAL
#advertisement

Barattoota Riimediyalaa 2016 turtanii fi Barattoota kutaa 12ffaa qormaata biyyooleessaa kan bara 2016 fudhattaniif Baga gammaddan!!🎉

📚Tutooriyaalin Dhalootaaf Bara 2017 akka haaraatti barnoota freshman barsiisuuf qophii isaa xumuree isiin eegaa jira .🗒

Barnoota freshmanii irratti qabxii gaarii fiduun Kaayyoo ganamaa milkeessuuf Murteessaa fi waan filannoo hin qabneedha.🧑‍🏫

🧨 Kana sababeeffachuun akkuma yeroo hundaa Tutooriyaaliin keenya Barnoota haala gahuumsa qabuun Barsiisuuf galmee keessan qofa eega jira.

📚📕 Galmeen eegalee jira🧑‍🏫🧑‍🏫🧑‍🏫🧑‍🏫🧑‍🏫


Galmaa'uufi Oddeeffanoo Dabalataaf: @Dhalootaaftutorial_bot

©️DHALOOTAAF TUTORIAL
Milkaa'ina sabaaf



https://t.me/Dhalootaafofficial
https://t.me/Dhalootaafofficial

13 last posts shown.

258

subscribers
Channel statistics