Ethio Education ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


To create educated People

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Connection nu dida jira. Maatii keenyaa nuuf obsaa.


Bifa kanan ilaalaa waan jirruf Obsaan nu egaa. Screenshot goonee karaa keessaa isinif ergina.




Dabaree dabareedhaan isinii ilaalaa waan jirruuf Kabajamtoota maatii chaanaalii keenyaa obasanjo nu eggadhaa. Connection busy nu jala ta'a jira.


Barattoonnii keenya Maqaa keessanii fi Lakkoofsa ID keessanii barreessitanii linkii Biiroon Barnootaa ifoomseen ilaallachuu akka hin dagannee.


Barattoonnii bu'aa keessan ilaalchifachuu barbaaddan Maqaa keessanii fi Lakkoofsa ID keessan ergachuu dandeessu.


Barattootni qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa 'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu.
Fuula kanarratti bakka lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu.

Kutaa 6ffaaf
--------- https://oromia6.ministry.et/#result

Dabalataanis; telegraamii irratti . @emacs_ministry_result_qmt_bot

- 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.

Kutaa 8ffaaf
---------
Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha.
https://oromia.ministry.et/#result
Dabalataan, Telegraamii irratti @emacs_ministry_result_qmt_bot

- start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,

- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.

#Komii_yoo_qabaattan:

Barataan Komii Qabu Yoo Jiraate; Liinkii asii gaditti kenname keessa galuun komiisaa dhiheeffachuu ni danda'a.
Komiinis kan dhihaatu danda'u har'a irraa eegalee #guyyoota_hojii 10 keessatti qofa ta'a.

Kutaa 6ffaaf https://oromia6.ministry.et/#/complaint
yoo ta'u,

Kutaa 8ffaaf immoo https://oromia.ministry.et/#/complaint
fuula 'form' irratti gosa barnootaa komii irratti dhiheeffattan filachuun iyyannoo dhiheeffachuu ni dandeessu.

๐ŸŽฏ Hubachiisa: Dursitanii App. VPA cufuu qabdu.

Qabxii darbiinsaa
-------------
Kutaa 8ffaa
#Dhiiraafi dubartii 50%fi ol yoo ta'u,
#Naannawa horsiisee bulaatiif
dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol
# Qaama miidhamtootaaf immoo,
dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera.

#Qabxii_Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaa_Galchanis_fuuldura_isin_beeksifna!


Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame.
--------
BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera.

Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Barattootni Kutaa 6ffaa qormaata naannoo #fudhatan dhi 255,145
dub 248,581
walitti 503,726
#kan_darban_immoo,
kutaa 6ffaa
dhi 207,141
(81.18%)
dub 201,335
(80.99%)
walitti 408,476
(81.6 %)
gara kutaa 7ffaatti darbaiiru.

Kutaa 8ffaan immoo,
#Kan_qoraman;
dhi 266,238 , dub 273,636
walitti 539,874
#Qormaata kan darban immoo,
dhi 203,520 (%76.44)
dub 191,173 (69.86%)
walitti 394,693 (%73.11) gara kutaa 9ffaatti darbaniiru.

Kutaa 6ffaafi 8ffaa - adeemsa qabxii itti ilaallachuu danda'an
-----------------


Forward from: Global_bank_bot
แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ฑแŠ• แ‹ซแŒ‹แˆฉแฃ แŠจ1แˆบแˆ… แ‰ฅแˆญ แŒ€แˆแˆฎ แ‰ฐแˆธแˆ‹แˆš แ‹ญแˆแŠ‘!

แ‹จแŒแˆŽแ‰ฃแˆ แ‰ฃแŠ•แŠญ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‹ญแ‹แ‹Š แ‹จแ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ แ‰ปแŠ“แˆ

1. แ‰ แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆชแ‹ซ แ‰€แŒฃแ‹ฉแŠ• แ‹จแ‰ฆแ‰ต แˆŠแŠ•แŠญ แ‹ญแŒซแŠ‘แก- https://t.me/global_bank_referral_bot?start=5829157354
2. START แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแŒซแŠ‘แฃ
3.ย JOIN CHANNEL แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแŒซแŠ‘แฃ
4. แ‹ˆแ‹ฐ แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆชแ‹ซแ‹ แ‰ฆแ‰ต แ‹ญแˆ˜แˆˆแˆฑแฃ
5. CONTINUE แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แˆฒแŒซแŠ‘ แ‹จแˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹ฃ แˆŠแŠ•แŠญแ‹ŽแŠ• แ‹ซแŒˆแŠ›แˆ‰แฃ
6. แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ฑแŠ• แ‰ขแ‹ซแŠ•แˆต แˆˆ30 แŠฅแŠ“ แŠจแ‹šแ‹ซ แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹ˆแ‹ณแŒ… แ‹˜แˆ˜แ‹ตแ‹Ž แˆผแˆญ แˆฒแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ‰ แŒแˆŽแ‰ฃแˆ แ‰ฃแŠ•แŠญ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‰ แ‹จแˆณแˆแŠ•แ‰ฑ แŠจแŠ แŠ•แ‹ต แˆบ แ‰ฅแˆญ แŒ€แˆแˆฎ แˆแ‹ฉ แˆแ‹ฉ แˆฝแˆแˆ›แ‰ถแ‰ฝแŠ• แ‹ซแ‰ แˆจแŠญแ‰ณแˆแกแก

แˆฝแˆแˆ›แ‰ฑ แ‹˜แ‹ˆแ‰ตแˆญ แ‰…แ‹ณแˆœ แˆˆแ‰ฐแˆธแˆ‹แˆšแ‹Žแ‰ฝ แ‹ญแ‹ฐแˆญแˆณแˆแกแก

แ‹ฐแŠ•แ‰ฅแŠ“ แˆแŠ”แ‰ณแ‹Žแ‰ฝ แ‰ฐแˆแƒแˆš แŠ“แ‰ธแ‹แกแก

แŒแˆŽแ‰ฃแˆ แ‰ฃแŠ•แŠญ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ


Affeerraa nama tokkootiin Qarshii 15 kaffala! Dabalataanis guyyaa guyyaadhaan bonus Qarshii 10 argattu. Qarshii 300 yommuu guutu karaa CBE baafattu. Link kana seenuun jalqabaa! Hiriyootaafillee share godhaa!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05446600194


Affeerraa nama tokkootiin Qarshii 15 kaffala! Dabalataanis guyyaa guyyaadhaan bonus Qarshii 10 argattu. Qarshii 300 yommuu guutu karaa CBE baafattu. Link kana seenuun jalqabaa! Hiriyootaafillee share godhaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05446600194


๐ŸŽ‰ Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru ifoma!

Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru kan ifoomu taโ€™uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksisee.

Naannoo Oromiyaatti bara kanaa Barattoonni kumni 672 fi 500 Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa fi barattoonni kumni 731 fi 955 immoo qormaata kutaa 6ffaa fudhataniiru.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ linkii kana tuquun koodii teessani fi maqaa jalqabaa qofa galchun ni ilaalatu https://oromia.ministry.et/#/result
๐Ÿ‘‰ @Ethioedue ๐Ÿ‘ˆ


Forward from: Hulepay Ethiopia bot
๐Ÿ‘ซ แ‹ญแŒ‹แ‰ฅแ‹™ แŠฅแŠ“ แŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅ แ‹ญแˆตแˆฉ !

๐ŸŽ แŠ แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ แˆฒแŒ‹แ‰ฅแ‹™ 15 แ‰ฅแˆญ แ‹ญแˆฐแˆซแˆ‰ แข

แŠฅแˆตแŠซแˆแŠ• แ‹จแŒ‹แ‰ แ‹™แ‰ต แˆฐแ‹ แˆ˜แŒ แŠ•: 0 แˆฐแ‹

๐Ÿ”ฐ แˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹ฃ แˆŠแŠ•แŠญ : https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05446600194

โœ… แ‹›แˆฌแ‹แŠ‘ แŒ€แˆแˆฎ แŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅ แ‹ซแŠซแˆ›แ‰น แŠฅแŠ“ แ‰  CBE แ‹ญแ‰€แ‰ แˆ‰ แข






For all 1st Semister Natural science of Freshman course Students
๐Ÿ‘‰ Communicative English skill 1
๐Ÿ‘‰ Mathematics for Natural S
๐Ÿ‘‰ General Physics
๐Ÿ‘‰ General Psychology
๐Ÿ‘‰ Logic & Critical Thinking
๐Ÿ‘‰ Geography & The horn Africa
๐Ÿ‘‰ Physical Fitness

For all 1st Semister Freshman Social science course Studentsย 
๐Ÿ‘‰ Communicative English skill 1
๐Ÿ‘‰ Mathematics for Social Science
๐Ÿ‘‰ Geography & The horn Africa
๐Ÿ‘‰ General Psychology
๐Ÿ‘‰ Logic & Critical Thinking
๐Ÿ‘‰ Introduction to Economics
๐Ÿ‘‰ Physical Fitness









20 last posts shown.

365

subscribers
Channel statistics