Fayisa Seifu official


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


🌏🌏🌏🌏🌏🌏🌏🌏🌏🌏🌏🌏🌏
πŸ•³Fayisa seifu offical channel
Waalif qoodda
πŸ€“jechaa Adda addaa qabaa
❀Beekumsa waliigalaatiif
❀For Your General Knowledge😲

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


✍ Barsisuuf barachuun dirqama; barachuuf ammoo dubbisuun dirqama. Dhaloota baratte bilisummaa sammuu, dinagdee fi biroos argata.


sΚœα΄€Κ€α΄‡β—ˆsΚœα΄€Κ€α΄‡β—ˆsΚœα΄€Κ€α΄‡β€‹


Yaa lammii koo


πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­α‹›αˆ¬ α‰  hawassa university α‹¨α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ αˆ˜αˆΈαŒ‹αŒˆαˆ­α‹« α‹΅αˆα‹΅α‹­ α‰°α‹°αˆ­αˆαˆΆ α‰₯α‹™ α‰°αˆα‰³αŠ α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ αˆ•α‹­α‹ˆα‰³α‰Έα‹ አልፏል ቁαŒ₯αˆ«α‰Έα‹ αˆˆαŒα‹œα‹ α‰ α‹αˆ α‹«αˆα‰³α‹ˆα‰€ αŠ¨αα‰°αŠ› αŒ‰α‹³α‰΅ α‹°αˆ­αˆΆα‰£α‰Ώαˆ ! α‹«αˆ³α‹αŠ“αˆ α‰ αŒ£αˆ! α‰°αˆ›αˆͺαŠ• αˆˆα‰αˆ­αˆ΅ α‰₯αˆˆαˆ… α‹΅αˆα‹΅α‹­ αˆ‹α‹­ αˆ›αˆ°αˆˆα αˆαŠ• α‹α‹­αŠα‰΅ α‰…αˆ½αˆαŠ“ αŠα‹!😭😭😭😭 α‹«αˆ›αˆ! α‰†αˆα‰Έα‹ αˆ²αˆŠααˆ«α‰Έα‹αŠ• α‹°αˆ›α‰Έα‹αŠ• αˆ›α‹¨α‰΅πŸ˜­


Namni Baay’een Yeroo Si Jaallatu Baay’een Akka Si Jibbu! Beeki Hundi Gaarummaa Namaa Hin Yaaduutii.

Join @fayisaseifu


Koottuu na dhungadhu
Yaa taniin jaaladhu
Jaalala naaf kannii
Onnee too furadhu
Dhiiga koo na seenii
Hidda koon sooradhu
Lubbuu too naaf tahii
Umrii naaf dheeradhu

Join @fayisaseifu


"Namni Ilaalcha badaa qabu Carraa badaa qaba kan dubbii baay'ee qabuu immoo balleessaa baay'ee qaba."

@fayisaseifu


"Namni waan dubbatuun utuu hin taane waan hojjetuun ibsama. Kanaaf nama gocha isaatiin malee jecha isaatiin hin madaaliin."

@fayisaseifu


Jireenya kessatti jachoota 4 kan hedduu barbaachisaa.
☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎
☞︎︎︎1. Dhugaa
☞︎︎︎2. Jaalaala
☞︎︎︎3. Amanamummaa
☞︎︎︎4. Kabajaa

Kannen yoo hin qabanne jiruun kee hikkaa tokko qabu.

@fayisaseifu


Ilaacha gaariif kaayyoo gaarii qabaadhu

Milkaa'uu yoo barbaade qormaata kammiiyyuu hin sodaatiin ni mo'ataa ✍



10 last posts shown.

111

subscribers
Channel statistics