Gaaffii barataan cimaa tokko barsiisaa isaa gaafate.....
Barata: Barsiisa Gaaffii tokkon qab?
Barsiisa: Hayye gaafadhu
Barata: Akkamitti Arba tokko firijii keessa kaa'uu dandessuu?
Barsiisa: Ani hin bekku!
Barata: Salpaadha,Firiji bantanii keessa keessu.
Gaaffii biraan qaba!
Barsiisa: Hayye Gafaadhu!
Barata: Akkamiti Harree tokko firijii keessa kaa'uu dandeesu?
Barsiisa: salphaadha,firijii baneen keessa kaa'uu dandeesu?
Barata: Barsiisa dogoggortaniittu! Firijii bantanii,Arba keessa baastanii Harreemmoo keessa Seensitu!
Barsiisa: Oooow! Hayye
Barata: Mee Gaaffii biraan isin Gaafadha.Bineensonni hundi gara kabaja guyya dhaloota Leencaa deeman,bineensi takkommo ni hafe haa jennu;bineensi hafe kun eyyudha?
Barsiisa: lencaka! Sababni isaas yoo dhufe bineensota hunda nyaachuu waan danda'uuf.
Barata: Barsiisa dogoggortaniittu!Harreedha.sababni isaas,ammayyuu firijii keessa waan jiruuf.
Barsiisa: Natti baacaa jirtaa?
Barata: Lakki barsiisa! Gaffii isa dhumaa tokko.
Barsiisa: Hayye.
Barata: Lagni tokko Naacha hedduu qaba haa jannu,isinimmoo laga kana ce'uu dandeessu?
Barsiisa: karaan biraa waan hin jirreef,yabalan fayyaadama!
Barata: Barsiisa dogoggortaniittu! Laga Sana daaktanii ce'uu dandeessu! Sababni isaas,bineensonni hundi kabaja guyyaa dhaloota leencaa waan deemaniif!!π
Barrata cimma π kun itti hin xiqqatuππππ
@Galleryketchw @Galleryketchw