π΅ππ²π³π΄π±πΏβππππππ
π³Biqiltuu Dhaabi Yoo dhaabu didde, hafuura(Co2) kee qabadhu nutti hin Baasin.
π΄Namni tokko Biqiltuu tokko
π³Miirri bilasaa sitti dhageefamuuf Biqiltuu dhaabi.
π΄Biqiltuu dhabuun jireenya kee keessatti Hiriyaa ida'adhu.
π³Jireenya boruu bareedaaf, arra Biqiltuu dhaabi.
π΄Biqiltuu hin jiru, Jireenyi fulduraa hin jiru.
π³Oksijiin ni barbaaddaa? Biqiltuu Gaafadhu.
π΄Qilleensa barbaadda tanaan, Biqiltuu galatoomfadhu.
ππππππ³π΅π²π³π²βπΏπ±π΄πππππΎπ₯ππ΅ππ³π³
@OromoDJ