Humneessaa


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


~Walaloo jaalalaa
~Asoosama
~og-barruu garagaraa.
Argachuu dandessuu.
share and join our channel...
Akkumaa maqaa keenyaa humna qaba hojiin keenya !!!!
Yaadaaf qeeqaa qabdaniif karaa
@Humnaayeebot na qunnamaa !

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Forward from: Oromiyaa jiituu
Safuu arjuummaa kee !

Kinoo Siif dhufeeraa ❤💋
Lafan jiruu jaammisee
Bayyeen siyaadaa turee
Keessaa koo dhiphisee
~
Jaalaalli kee jabduun
Miilaakoo sakaaltee
Atis furmaata taatee
Dawaakee naaf laatte
~
Kanaafin sikunuunsaa
Kabajaan siif laadhee
Halkaniif guyyaan jedhuu
Gubaa yaadaakee baadhee
~
Ganamafi galgalaallee
Yogguu sin yaadadhaa
Umrii naaf dheeradhuu
Bayyeen si jaallaadha
~
Osoo walbira jiraannee
Wal hammannee ciisnaa
Dhungoo jaalala dhugaan
Hidhii dheebotee jiisnaa
~
Guntuutaa kee sukkuumen
Harkaa kootiin qaqqabaa
Handhurake dhungadheen
Mee Siharkattii gaggabaa
~
Wabiikoo lakki dhiisii
Maaluumaaf na miitaa
Baheen nagaan galaa
Maalif miilaa na hiitaa
~
Sinjaalladhee malee
Maalumaan balleessee
Jaalalan sifaarsuu malee
Yoomaan sihadheessee
~
uufff maaloo gubadhee
Ibiddatuu natti qabatee
Gubaan natti godaanee
Qabbannii na baqatee
~
Jaalallii onnee miidhee
Madoo namatti uumaa
Oolmaan kee dachadhaa
Yoom himamee dhumaa
~
Osoo barbaadaniyyuu
Siif hin argaan fakkoo
Wabiikoo haadha firaa
Hubattuu yeroo rakkoo
~
Jaalalaa fi oolmaakee
Ibsuuf jechan dhabaa
Jiruukoo keessaattii
Wabiikoo siqofan qaba
~
Dadhabee hin beektuu
Arjummaan kee addaa
Onnee koo keessaallee
Iddoo guddaa qabdaa
~
Kanaafiin sii kunuunsaa
Qalbiikoo siif dhabee
Halkanii guyyaan jedhuu
Yaadaan siif gaggaabee
~
Ofii keef dhiphaattee
Nama gammachistaa
Beelaa kan kee obsitee
Kan beelaa'ee nyaachiftaa
~
Rakkataa gargaartee
Abboommii kee eegdaa
Safuu arjuummaa kee
Gaddaf gammada beektaa
~
Gammachuu Fuulaakeen
Nama kamuu simaattaa
Nyaaraa guduunfitee
Yoom nama hifaattaa
~
Guyyaan kamiiyyuu
Siif kennaa addaatii
Kan madaallin qabnee
Gammachuu siif qabaatii...
~
Keessaa keen Gaddiitee
Ofiittin ijaartuu gadoo
Anaafuu dawaa taatee
Fayyistee kaa madoo
~
Isa onneekoo hiraarsee
Ofiikeef naa dhidhiibdee
Yoom akka warra alagaa
Madaatti quba na qabdee
💋💋💋💋
@boontuu❣❣❣❣
💋@boontuu💋💋💋💋
@boontuu❣❣❣❣
💋@boontuu💋💋💋💋
💋💋💋💋💋


Forward from: Oromiyaa jiituu
Hawwiiniin si eegaa !

Wabii waan ofiikoo
Diimtuu afaan dammaa
Baayyen siyaadaa jiraa
Na dhungadhu ammaa
~
uuuumphaaaa kinoo
Afaan kee keessaa
Diilaallan sin dhahuu
Onnee koorra teessaa
~
Na dhuunfattee jirtaa
Guutuu qaamakoo
Walalaa damma too
Nadhii dhamakoo
~
You have no comparison
Through out the world
Because of your love
My heart is burned !
~
Without you
I don't need never
Because of that
I love you forever
~
Without you I am nothing
Like baby without mother
Wabiikoo ani simalee
I don't want another
~
Words are not enough
To express about you
You didn't know yet
How much I miss you
~
Yaadnii jaalaalaa kee
Dhaabbittii na Gogsee
Si Yaaduu Yooman Dhise
Cininnadhetuman Obse
~
Abdi Hin muruu muddamee
Obseen Dhagaa Affeelaa
Waanti hin milkoofne Hin jiru
Imaalli karaas Naaf Qajeelaa
~
Dhukkuba dhoksanii
daawwaan hin argamuu
si malee akka garaakoo
Naafiin ta'u namuu
~
Madaa onnee kootiif
furmaannisaas sumaa
laphee koo naaf qabii
yaa qulqulluu namaa
~
Whether day or night
When we play together
I miss you very much
Than I miss my mother
~
I want above all
Your soft touch
Please touch me
I need you very much
~
Umrii naaf dheeradhu
Waan ofii wabiikoo
Bayyeen sinjaalladhaa
Boojituu qalbiikoo
~
Akkan sijaalladhuu
Rabbi guddanu beekaa
Abdiin sirraa qabaa
Hawwiniin si eegaa !!
❣❣❣❣
@boontuu
@boontuu
@boontuu
💋💋💋💋


Forward from: WALALOO ♻
"Koronaa vaayirasiidhaan yoo qabamte dhagna gubaa kanaan dura tasumaa argitee hin beeknetu sitti dhagahama. Qufaa yookaan mataa dhukkubbii akka isa kanaan dura si mudachaa turee sitti hin fakkaatiin. Akka waan ispoonjiidhaan funyaan kee cufameetti harganuuf baay'ee rakkatta.

Somba kee qilleensaan guutuuf yemmuu humnaan gara keessaatti hargantu qilleensa ol galchuu fi gadi baasuu dadhabda. Yemmuu kana baay'ee sodaatta. Humna guddaan qufa'uu keerraa kan ka'e dadhabbii guddaan hamma of wallaaltutti geessa. Hammuma qufaatu laphee kee, harkaawwan kee, dugda kee, quboota harkaa kee fi quboota miilla keetti dhukkubbiin asii kooti jechuu hin dandeenye sitti dhagahama.

Funyaan keetiin waan qilleensa ol galchuu hin dandeenyeef oksijiinii siif kennu. Kunimmoo ujummoowwan funyaan keetti akka waan ibiddi sitti qabsiifameetti muddama hamaa sitti dhagahamsiisa. Kanaanis hafuura baafachuu yoo dadhabde, hakiimiin biraa dhufee ujummoowwan walakka inchii dheeratu lama liqimsituu kee keessaan gara somba keetti galcha. Kun waanta 'Artificial respirator' jedhamu harganuuf kan si fayyadudha.

Haalli kun baay'ee si jibbisiisuu fi sitti ulfaachuurraa kan ka'e nyaachuu fi dhuguu hin dandeessu. Haala kana keessatti immoo kophaa kee ta'uu waan qabduuf haadha kee, abbaa kee, ijoollee kee, haadha manaa kee, obboleessa kee, obboleettii kee yookaan hiriyoota keetiin wal arguun siif hin eeyyamamu. Sababni isaas dhukkuba si ajjeesuuf jedhu kanaan akka isaan hin faalleefi.

Dhiphina kana hundumaa keessatti kophaa kee ta'uurraa kan ka'e ni sodaatta, ni boocha, si ajjeesuu akka danda'u yaadda. Isuma dhugaa immoo du'uu dandeessa. Namoota jaalattu yaadaa, nama si gaafatu tokko osuu hin argatiin hakiimota lubbuu baraaruuf olii gadi fiiganiin marfamtee hafuura kee waliin waldhaansoo qabaa boocha. Fageenya kee eeggadhu, Maskii godhadhu kan jedhamteefis yeroo sana siif gala."

Dr. Liya Tadesse, Ministeera Fayyaa Itoophiyaa
Madda: Fuula Fb Hana Adem irraa Afaan Amaariffaan kan ture gara Afaan Oromootti akkan hiiketti.


Adaraa hiriyoota koo:-
➲ Yoo dirqamtan malee manaa hin bahiinaa, yoo baatan immoo Maskii fayyadamaa, fageenya keessan eeggadhaa. Bishaanii fi saamunaa fayyadamuun harka keessan dhiqadhaa, yookaan Sanitizer fayyadamuun qulqulleeffadhaa. Harka keessan hin qulqulloofneen ija, funyaanii fi Afaan keessan tuttuquurraa of qusadhaa.

Namoota jaallattaniif qoodaa!


#Waxabajjii14

Itoophiyaatti baatii Waxabajjii 14 dhufu kana guyyaa tokko Aduun Lafaa fi Ji'aan waan daaheeffamtuuf guyyaan sa'atii 6f akka dukkanaa'u Inistitiyuutiin Saayinsii hawaa fi Teekinolojii Itoophiyaa beekisise.

• Aduun kun kan daaheffamtuu Itoophiyaa kallaatti Dhihaa haga Kaaba bahaattidha. Haaluma kanaan sababaa Aduun Lafaa fi Ji'aan daaheffamtuun bakka hundaa caalaa Wallaggaa , Gar-tokkoo Goojjamii fi Gondoor, Walloo naannawwaa Laallibalatti guyyaan ni dukkana'a.

• Daheeffamuun (haguugamuun) Aduu kunis kan ta'u akka lakkoofsa Itoophiyaatti Waxabajjii 14 guyyaa Dilbata ganama saatii 12 :45 irraa jalqabee haga guyyaa keessaa saatii 6:33 tura.

• Sababaa daaheffamuu Aduun, gaafa guyyaa kanaa ganama keessaa saatii 3:45 yoo ta'u saakoondii 38 lafti caalaatti ni dukkana'a.

• Dahaachuun(Daheeffamuun) Aduu kan uumamu yeroo Jiini, Aduu fi Lafa jidduu galuun Aduun akka nutti hin mul'anne godhan ta'uudha jedhame.

@HawiTiMES
@HawiTiMES

Of eeggannoo❗️

Waxabajjii 14/2012 dilbata dhufu Dahaachuun (Daheeffamuun) Aduu waan mul'atuuf of-eeggannoo gochuu qabna!

Manatsirii dhimma kanaaf qophaa'een ala biiftuu golgamte tana ija duwwaadhaan ykn waantota akka fiilmii suuraa, filaash diiskiifi kkfn ilaaluuf yaaluun balaa guddaa hanga qaroo dhabamsiisuutti kan namarraan gahu waan ta'eef ummanni cimsee akka of eegu ogeessonni dhimmamanii gorsaa jiru. #share

@HawiTiMES
@HawiTiMES


Forward from: BBC Afaan Oromoo Official
Qorichi garee qorichoota 'gilukookortiikooyid' jedhaman jalatti ramadamu kun, Itoophiyaa keessatti yeroo dheeraaf ogeeyyiin fayyaa itti fayyadamaa akka turan hima ogeessi BBC'n dubbise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2YHgTnE


Forward from: Oromiyaa jiituu
harka tokko hambisuun milkaa'ina guddaadha.
Qorichi kun namoota dhukkubni itti cimee kunuunsi addaa kennamaf jiruuf karaa idda dhiigaa kennama. Namoota dhukkubni itti hin hammaatiin jiruuf ammo bifa kininiin liqimsaatiin kennmaaf.

📌Qorichi hanga ammaa Covid-19 ittiin wallaanuudhaaf mirkanaa'eefi hayyamame remdesiviir qofaa ture. Remdesiviir qoricha farra vaayirasii Kanaan dura Iboolaa wallaanuuf gara gaaraa turedha.

📌Remdesiviir namoonni koronaavaayirasiin dhibaman mallattoon dhibee kanaa guyyaa 15 irraa gara guyyoota 11tti gadi xiqqeessa jedhameera. Haata'u malee, du'aatii akka hir'isuu ragaan cimaa ta'e hin jiru.❣❣❣


Miidhamuu koo dagadheen
Ganamaa galgala sii yaadaa
Halkanii guyyaa hin jedhuu
jaalalaa keetuu na waadaa
~
Halkan qixxee dammaqen
Suuraa kee daawwadhaa
Yaadaan Ofitti siqabeen
Mormattii sihammadhaa
~
Jaalaalli dhugaa dhangadhaa
Qicanii afaan wal kaa'uu
Duratti Waliin tarkanfatanii
Galma yaadaan gahuu
~
Tapha kee baradhee
Sumaa waliin ooluu
Yoo nabira deemtee
Anaan nattin toluu .
~
Araadaa natti taatee
Na hamoommachiisaa
Yogguu najalaa raftuu
Si na hammachisaa
~
Wabikoo waanofikoo
Siqofattin ijakoo libsaa
Bareedinnii kee silaa
Halkan walakka ibsaa !
~
❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣.
❣❣❣❣❣❣❣❣❣
@humneessaa
@humneessaa
@humneessaa
❣❣❣❣❣❣❣❣❣
Yaadaaf qeeqaa qabdaniif karaa @Humnaayeebot na qunnamaa.Yaadni keessan na jajjabeessa !!!


Forward from: Oromiyaa jiituu
@Uuuuuuupha:
Without you I am nothing !

❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣

If you leave me
I feel with tension
Just like Internet
Without connection.
~
I can't sleep my love
Always During night
Because of ur love
I start dream fight
~
Having you is just
Like baby with mother
Due to the fact that
I don't want another !
~
I can't forget you
Through out my life
I love you very much
My respectable wife.
~
Already i cheeked my self
With out you I am nothing
When you going from me
I feel with something .
~
Your iye is reflect
Just like a knife
I respect you
My sweet wife
~
I Love you Wabiikoo
Dhugaa dhuma Rabbi
Jaalalaan na mootee
Nafuuteekaa qalbii

~
I love both of
Eagles and birds
But I miss you
Among all girls
~
I love you more
Than my mother
My life is brilliant
With you together
I keep you safe
I don't want another .
~
Still you are baby
Not reached old
You are strong
Greater than Gold
Above all things
I love your conduct
Except your love
I don't have any contact
~
Not only my chocolate
You are also my honey
Love is gift of the God
Rather > earning Money
~
I preferred you
Among all girls
Your eye blow
Just like birds

❣❣❣❣❣❣❣❣
@boontuu
@boontuu
@boontuu
@boontuu










❣ Si argaachun fedhee 🌹

Riqichii irraa cabee
Lagnii awaash guutee
Jaalalli kee na qabee
Qalbiikoo na fuutee
❣ ❣
Ce'uun mara rakkiisee
Namuu dhaabbee laalaa
Yoomaan ciisee bulee
Sidhuunfachufan yaalaa
❣. ❣
Yoom naaf dhufteen
Harkaan si qaqqaabaa
Abjuu lafa bariin
Siyaadee gaggaabaa

Halkanii fi guyyaa
Hin qabu hirriibaa
Yaadaa sirra buuseen
Ijaan ilaalaa ribaa

Akka nabukkee jirtuu
Harkaan siqaqqabaam
Edaa martinuu abjudhaa
Si ilaaleen dhabaam

Halkan abjuu keessaa
Ani siwaaman bulaa
Sakaallaa jaalalakee
Abjuun ofiirraa furaa

Deemsaa na dhoorkee
Maaloo narra hiikii
Kophaa koon ta'ee
Koottu nabukke ciisii !!

Bayyee na dhukkubaa
Keessii onnee kootii
Koottu na wal'aanii
Bareeda sanyii mootii

Suman argachuu fedhaa
Daqiiqaaf seekoondiittii
Dhokadhuu naaf koottuu
Warra kee sobiitii

bayyee hin turtuu
Xiqqooma taphannaa
Walittiis marmiinee
Harkaan wal qabannaa

Ija keessaa wal ilaalaa
Jaalalaa dhugaa ibsanna
Maaf nama sodaannee
Ija jala libsannaa ?

Jaalaaltii dhugaan
Sodaaf dhoksan qabuu
Namuu gahee isaa
Barbaaduu hin dhabuu

Jaalaaltii kennaadhaa
Kan rabbiirraa dhufuu
Namuu wal jaalaatee
Jaalalaatti waliin kufuu
❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣
❣contact me through ❣
@Uumphaabot
🌷🌷🌷🌷🌹🌹🌹🌷🌷🌷
@boontuu
@boontuu. ❣
@boontuu @humneessaa
@humneessaa
@humneessaa
@humneessaa
❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣




🌙🌙🌙🌙
#Eid Mubarak
Hordoftoonni Amantaa
Islaamaa Baga Ayyaana
Iid Alfaxirii Nagaan
Geessan!
Ayyaannii kan milkii,kan badhaadhinaa,kan rabbirraa araaraa argattan ,isiiniif haa ta'u.
Ayyaana kana yeroo
kabajnu mana turuuniifi
ofeeggannoo barbaachisu
hunda gochuun weerara
dhibee koronaa irraa ofiis
maatii keenyas haa
baraarruu.Mana turuun of baraaraa !!!

☪ Baga ittiin isiin ga'ee.

EID MUBARAK

@humneessaa
@humneessaa
@humneessaa




Obsi yoo dandeessaa !!!

Siyaadee boonaakoo
Naaf ergii sagaleekee
Hirkoon jiruu keetii
Siif jira dagaleenkee
~
Lafan taa'ee ka'uttii
Waa'ee keen yaadaa
Bargamaa ilaaleen
Onnekoo of waadaa
~
Akkan sibiraa jiruutti
Onneekeee qabbaneessii
Gaaddisa jiruu koo
Adaraa of jabeessi
~
Akka wal hin garree
Koronaan nu dangessee
Najalaa hin dhiphatiin
Obsii yoo dandeessee
~
Jiruun dhala namaa
Obsa guddaa gaafata
Rakko keessaa bahee
Guyyaa kana yaadataa
~
Yoo lubbun jiraataan
Wan hundaa arguu
Obsutuu furmaataa
Hanga barrii darbuu !
~
Waan ofii bareedakoo
Naaf sooraata jechiikee
Homaa garaan qabuum
Dhugaa waaq keessikee !!!
~
Barbaadeen dadhabee
Takkan qabdu fakkoo
Na jiraadhuu hireekoo
Birmataa yeroo rakkoo
~
Dhugaan si jaaladhee
Sin lagadhuu essattuu
Sumaa bukkeen hiriiraa
Haala kam keessattuu .
~
Ani kan keetuumaa
Yoomuu nan dhabduu
Sibiraan jira yaadaan
Gufattees hin cabduu
~
Egaa jaalalli dhugaa
Kunuunsa barbaaddii
Onnen wal boojiitee
Yeroondaa wal yaaddii
Raftees hin bultuum
Argaa waliif aaddii
~
@humneessaa
@humneessaa
@humneessaa


Forward from: Oromiyaa jiituu
Si ilaaluttan cabe

Deemsa miila kee
Ilaaluttin gufadhee
Ofdura dhiiseen
Ija sirra buufadhee
~
Durakoo dagadheen
Siin ilaalutti cabee
Argakeen ofsobeen
Karaa irraa dabee
~
Siif jedheen kufee
Koottu na wal'aanii
Siif jedheen cabee
Cabarra na baraarii
~
Yaadaas ta'u qaaman
Dhaamsa kee na ergii
Yoo sitti toleemmoo
Koottu ijan na argii .
~
Fuulaake yoon argee
Dhukkubni natti furaa
Caba irraa fooyyaa'ee
Halkan rafee bulaa
~
Egaa kuni martinuu
Gubaa jaalalaa keetii
Nabiraa hin deeminii
Onneen suma feetii
~
Si ta'uun hubadhee
Onnee kootiif falaa
Jiruun koo simalee
Takkan qabu malaa
~
Anaaf siin argachun
Badhaasaa addaatii
Onnee koo keessaa
Teessoo qabdaatii
Osoon sidhabee silaa
Ani bayyeen gaddaatii
~
Wantii hundinuu
Gaariif ta'u malaa
Obsee si eeguun
Naaf ta'e falaa .
~
Obsi gatii qaban
Obseetoo si eegee
Akka kiyya taatuu
Abjuu kootin beekee
~
Abjuu koo guddisen
Hardhaan gahee
Baga koo taatee
Anillee kee ta'ee
~
Rakko fi gidiraa
Jaalalakee obsee
Midhamaa turuus
Imimmaan roobsee
~
Bagaan sijaalaadhee
Qalbiin sii ilaalee
Bifan osoon taanee
Jaalalan simadaalee !
~🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀
Yaadaaf qeeqaa keessanif
Karaa @Uumphaabot 👈
🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀
@boontuu 💃
@boontuu. 💃
@boontuu. 💃
🥀🥀🥀🥀 💃


Uuuumphaaaaaaaaa:
Gubaa koodee ibiddaa !

Wabiikoo Jaalalli dhugaan
Fageenyan hin danga'uu
Narraa hin fagaatinii
Si obsuu hin danda'uu
Tapha kee bareen
Guyyaan natti qorraa
Irra taa'ii taphadhuu
Koottu onnee koorraa
~
Mana guddaa qabdaa
Onnee koo irraatii
Kanaaf na maraartaa
Waadaan qaba sirraatii
Kan hoomtuun diignee
Ijaarsii isaa jabaa
Kanaafiin si leellisaa
Simalee maalan qabaa .
~
Balbaalli isaas cimaa
Simalee hin banamuu
Onneen koo eyyamee
Ormaaf hin saramuu.
Furtuu jabaadhaan
Keessaakoo hiitee
Onneekoo boojiitee
Jaalalaan na miitee !
~
Ofbiraa sidhabnaan
Dhugaa bayyeen aaraa
Dhiphuun guutameen
Yaaddoo ofittijaaraa
Sagaleekee yoon dhabee
Kophaa taa'een hiraaraa
Mana ta'uus jibbeen
Bahee bakke mankaraaraa
~
Safuu yaa jaalalaa kee
Gubaa koodee ibiddaa
Qaamaa keessa labee
Onneekoo na hiddaa .
Yoo si ta'ee malee
Namuu naan hubatuu
Dhooksatti na waadaa
Namatti hin mul'atuu .
~
Jaalaalti kee dhugaan
Onnee koo irratti sirbee
Akka volkanoo riphaa
Na keessaattii riphee !!

🥀🥀

@humneessaa
@humneessaa
@humneessaa


Uuuumphaaaaaaaaa:
Qalloo mudhiin soonsaa !
~🌹
Bareeda lookoo tiyyaa
Kuullee rifeensii foo'aa
Karaan na dangeesseen
Sidhabee taa'ee boo'aa .
Yennaa ati hin jirree
Guyyaan naaf halkanii
Koottuu na qaqqabiii
Narra deemii harkanii
~🌹
Morma kee jala seeneen
Guntutaa kee qaqqabaa
Miiraa keessaa galeen
Sumaa jedhee gaggabaa
Gola onnee kootii
Gati malee bittee
Keessoo qaama kootii
Eyyamaa malee lixxe .
~🌹
Maal natti gaabbitaa
Waa maraan na mootee
Kophaa koon haasa'aa
Maraatuu na gootee
Edaa jaalalli akkasii
Ani hin beekuun turee
Leenjiin sirraa fudhee
Oolee ka'ee bulee.
~🌹
Keennaatoo ganamaa
Qalloo mudhiin soonsaa
Gaabbii tokko hin qabuu
Sijaalachuun na boonsaa
Umrii naaf dheeradhuu
Ebboifamtuu namaa
Bayyeen si jaaladhaa
Hangaa ijakoo lamaa
~🌹
Carraa qabeettikoo
Gaariin sindarbiinii
Simboo qabeettikoo
Hamtuun sin arginii .
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Share and join 👇
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@humneessaa
@humneessaa
@humneessaa

20 last posts shown.

149

subscribers
Channel statistics