Forward from: Hadiisa
****Onnee Kee keessa Deddeebisi Dubbii tana.***
****
*
*
β Anaa fii Sibaana natti fakkaata. Moo laata eenyuun jechaa jira?.
π¨ Ibraahiim Ibn Ishaaq Giddugala gabaa Magaalaa Basraa Keessa osoo darbaa jiruu,Nama isarratti walitti qabamanii " Yaa Abaa ishaq Nuti Duaaii ni kadhannaa Maalif Nuuf hin qeebalamu" jedhaniin.
Ibraahiim Akkana jedheen(**" Qalbiin keessan wanta kudhaniin Duute.
π°1. Rabbi (sw) Bartanii kaatanii Haqa isaa ofirraa hin geessisne
π°2. Ergamaa rabbii ο·Ί jaalanna Jechuu himattan, Sunnaa isaa immoo ni lakkiftan.
π°3. Qur'aana Qarataniiti itti hin Dalagdan.
π°4. Ni'imaa Rabbii Nyaattaniiti, Galata hin galchitan.
π°5. Sheeyxaanni Aduwwii keenyaa jettaniiti, Wanta inni Isin ajaju Dalagdan.
π°6. Jannatni Haqa Jettaniiti, Isaaf homaa hin Dalagdan.
π°7. Ibidda haqa jettaniiti, Irraa hin Baqattan.
π°8. Duuti haqa jettaniiti isiidhaaf hin qophooftan.
π°9. Yeroo hirriibaa dammaqxan Hir'ina namaatiin shaakhalamtan,hir'ina keessan dhiiftanii.
π°10. Du'aa keessan ni awwaaltan Homaa keessa gad hin ilaalatan(waa irraa hin hubattan).
**).
π₯ @HadithOfficial
π¦ @hadithofficial_bot