"Qulqullootarra bulee kan jiraatuu Waaqayyo nu fayyisuuf Dubroo adda taaterraa nama ta'e. Kottaa dinqii(raajii ) kana ilaalaa. Iccitii nuuf mul'ateefis Galata galchaa; Nama ta'uu kan hin mallee nama ta'eeraa; Jechis Foon uffateera. Foon durdurummaa hin qabne kan duriifi dursa ta'e; Waaqummaan barri hin lakka'amneef baratu lakka'ameef. Kan hin beekamne ifa ba'ee.Dhugumatti ilmi Waaqayyoo nama ta'e. Duraan kan ture har'as kan jiru, yoomiyyuu kan jiratu Iyyesuus Kiristoos akka isaaf sagannuufi galateeffannuuf inni Waaqa tokkodha."
Qulqulluu Efreem
Qulqulluu Efreem