Baga ittiin nuu gahe .
"Qulqulloota hundumaa keessaa qulqulluun sidha. Akkuma Taabota muka daanoon hin nyaannerraa tolfamtee, warqeedhaanis akkuma midhagdee, gatiinsaas guddaa kan ta'e inquu (Albuuda ulfaataa) calaqqisuun akkuma dibamee taatee mana qulqullummaa keessa jiraachuuf kan filatamte dubroon sidha. Akkana taatees mana qulqullummaa keessa jiraatte.
Ergamoonni si samiis yeroo hundumaa nyaata kee siifidu ture. Akksiitti Ergamoonni si tajaajilaa waggaa kudha lama jiraatte. Kan ati dhugdus dhugaatii jireenyaati ture, nyaanni kees nyaata samii ture. Abbaan kee Daawit masanqoodhaan si galateeffate. Afuura qulqulluun guutamee baganaa rukuchaa raajiidhaan, "Yaa mucaa koo dhaga'i, gurra kees as-qabi fira keefi mana Abbaa kee irraanfadhu, mootichis midhagina kee jaallateera, inni Gooftaa keedha'oo, Isaafis sagadi ni sagaddaafis" Far. 45:9-10 jedhee faarfate."
Qulqulluu Yaareed