🌹Tofik Temam Officail🌹


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified



Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Forward from: Mujahid Habo
#XIIFOO_XIIFOO
~~~~~~~
Irraa deebi'een jedhaa
Baga ittin ga'e
Ituu dhiphaata deemtu
kaayyoon kee siif milkaa'e

Baguma milkooftee
Dhugabaas Badiruu
osoo dhiibbaan meeqa
keessooke injiruu

Rabbiin sigargaarraan
hardha keessa baate
Jaalako Dhugabaas
baguma milkooftee

Dhugabaas Badiruu
Goota walaleessaa
Jechoota jajjabaan
walaloo barreessa

jechoota Filatee
yeroo waa barreessu
namni akkasaa kamuu
Danda'ee hin barreessuu

''XIIFOO'' Keenyaa dhaamsuuf
Guboon Ol utaalee
Galaana Cuqqaalus
Roobnis wal ijaaree

Dukkana Limixii
Kurreentin hin jirree
Xiifoo nurkaa dhaamsuuf
Isaanis hin illee

Nutis xiiqefatnnee
hin dhaamsinee Xiifoo
Qurcii Sodaaf miti
duruu qabna Ciigoo

jedhee walaleessee
jechoota gaggaarii
Gurbaa XIIFO Kana
Yaa Rabbii gargaarii

Abdii kutuu dhiisee
ciniinfata as ga'ee
baayyeen siif gammade
baga kanaan siga'ee

baga kanaan siga'ee
Galanni isaa aga'u
Eebbaa isaatinis
Rabbin nuun haga'u

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@legna_gram

@mujehabo

@jifartvh

@bashasha join godhaa🌹


Forward from: Mujahid Habo
Imala daandii dheeraaf
Waan qaban galaa godhatuu
Firiin ga'ee hammachuufis
Barii ka'anii qotatuu

Gaaffii maafan dhaladhee?
Tooftaa shallaggiin furuutii
Filannoon biraas hin jiruu
Dirqama lubbuun turuutii

Takko lama jedhanii
Kumaaf kitila lakkaa'uu
Ifaajanii yoo hojjatan
Shakkii malee milkaa'uu

Qananiin biyya lafaa
Aarsaa kaffallaan dhufaa
Ta'uu baannaan beeloftee
Mannis sirratti kufaa

Garbaaf galaana ce'uuf
Bidiruuf doonii yaabbatuu
Gaaddisa egeree taa'uuf
Har'a biqiltuu dhaabbatuu

Xiqqaaf guddaa hin qabuu
Hojiin hunduu kabajaa
Gaafa garaan beelofte
Sammuunuu nu ajajaa

Mootummaa komachuu taanaan
Teenyee oduu dhimbiibaa
Gaafa kufnee cabnemmoo
Eenyutu nu dhidhiibaa?

Onneen dhiiga raabsiteef
Oliif gad sochoo'amaa
Waanjoo deegaa gatanii
Barri badhaadhan ammaa

Looreeticha noobeelii
Abbichuu qabatanii
Dukkanaa gara ifaa
Amma kan baqatanii walaloowwan miidhagduu argachuuf👉 @legna_gram jion🌹🌴 @mujehabo jion🌹 @jifartvh join🌹 @bashasha jion🌹 godhaa dubbisaa.


Forward from: ABC PROMO
COVID 19
(KORONAA)
ISLAAMNI MAAL JEDHA
SAAYINSIIN HOO?
@bbc_corena




Namni hunduu dogoggora sirraa eega. Rabbi ammoo dhiifa isa gaafachuu(Tawbaa) kee qofa eega. Kanaaf yeroo yerootti rabbiin dhiifama gaafachuu aadaa haa godhannu.
@jifartvh
@jifartvh
(Tofik Temama...✒✒)


Yaa Rabbi na woliin ta`i
Yaa Rabbi naaf ta´i
Yaa rabbi atummaan na jabeessi
yaa atummaan sumaan na duroomsi.
@jifartvh
@jifartvh
(Tofik Temam....✒✒)




Forward from: Mujahid Habo
#COVID19

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 401 gaggeeffameen namoota dabalataa 7 irratti vaayirsichi argameera.

Kana hordofuun biyyattitti lakkoofsa namoota COVID-19'n qabaman 92 gaheera.

Odeeffannoo Haaraadhaaf join godhaa 👇👇👇👇👇

@legna_gram jion❤

@mujehabo jion❤

@jifartvh join❤

@bashasha jion❤ gochuun argachuu dandeessu.


Nama irraa waa hin eegin. Ofii keef kan ilma namaaf uumamttoota biraa fayyafu ta`ii arggami. Fayyaduuf male fayyadamuuf hin fiigin.
@jifartvh
@jifartvh
(Tofik Temam...✒✒✒✒
🌺🌺🌺🌺🌺🌺




Forward from: BBC CORENA VIRES
#Covid_19
Nama 8⃣5⃣gahee jira
Itoophiyaa keessatti ammas namoonni dabalataa 3 dhibee kanaan qabamanii jiru,waliigalatti nama 85 gahee jira.
8⃣5⃣ ደርሷል

በአጠቃላይ በሀገራችን በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር ሰማንያ አምስት (85) ደርሷል፡፡
@bbc_corena
@bbc_corena
https://t.me/bbc_corena


Forward from: ABC PROMO
RAMADHAAN IS CALLING


Forward from: Mujahid Habo
Akka Addunyaatti baay'inni namoota vaayresii Koronaatiin qabamanii miliyoona lama guute.Odeeffannoo guutuu argachuuf👇👇👇 @legna_gram join @mujehabo join @jifartvh join godhaa!






Namni si dhiisee deemuu isaa hin gaddin. Rabbiin iddoo ati jirtutti si woliin jiru waan jiuuf.Kan carraan hunduu harka isaa ta`e.
@jifartvh
@jifartvh
{Tofik 🌺🌺Tofik🌺🌺}


Erra hedduun keenya kan nuti nama biraa dhaadhessaa oollu,nuti jara irra akka caallu yaaduudhaani. Garuu maal jettu sirriidhaa?
@jifartvh
(Tofik Temam..🌺🌺🌺


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Ramadaanni dhufe kunoo Alhamdulillaah. yaa rabbi ittiin nu gai adaraa.
Guyyoota hafan keessa barakaa kaaii ramadaanaan nu ga`iii.
@jifartvh
(Tofik Temam....🙏🙏🙏🙏





20 last posts shown.

389

subscribers
Channel statistics