Kaxari official


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Ni booharta😃
Ni kofalta😂
Ni baratta😀
Ni jaalatta😘
Na baratta🤗
Narraa baratta😎
Dhugaan baana hayaa😐

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


#Murteesse
_____________
Jiraadhus hiraaraa
Ani yoon si dhabe
Rabbii kiyyan dhabuu
Abdiin koo Rabbiitii
An kaniin yaadawuf
Jirenya ammaatii
Irraan fachu baadhus
Hunda gaarii teetii
Santu na mullataa
Seenaa tola keetii
Siin adda bahee
Jiraachudhaa miti
Suutuma sutaaniin
Lubbuun sidagattii
Rabbi naaf haa kannu
Gaarii akka teetii
Kun narra hin taane
Dalagaa rabbii tii
Akkaan sibarettiis
Nahaa dagachiisu
Hunda wa,e keetii...

Bakkaan maqaa ketin
Siis cinqee if cunqu
Anummaan dhama,ee
Maraadhee haa qaaqu
Sin fadhu naan ja,i
Garaa kee muradhuu
Aniis murtii beekee
Akkaan adabadhuu

Wanti nasheeneysu
Egaan siin wal bare
Jaalala naaf qabduutu
Du,aaf si saaxilee
Ana dhabuu manaa
Dhaaf du,a filatte
Galata Rabbiitii
Baga lubbuun bate

Silaa ana dhiiftee
Deemte addunyarra
Suma faanaan dhufa
Lubbuu baasee firraa
Lubbuun osoo jirtuu
Ani siis dhabuurra
Xiqqo na eeggadhu
Niin deema asirraa

Ergaan kun kan namoota osoo wal jaalatuu Adda bahe qofa
Kan ilaallatuudha
by @Asmaas1


Sin_Gorsa
Ani sumaan gorsaa
Dhagahi bareedduu
Gocha kana duraa
Tokko ittin gadduu
Kan nudiiguu fadhu
Gantuu fi faradduu
Gurra ke laattefii
Nan godhin waraddu..
😁😁😁😁😏😏😏
Sittin hima ammaas
Kan garaa nanyaate
Yaada ko gaarii san
Osoo naaf hubattee
Waan ofii nagoote
Naas midhule baatte
Jiruu kenya hundaas
Nawalin qooddattee
Na jaalachuu qofaas
Hojii kee godhattee
Hawwii ko guddaa san
Silaa naaf hubattee


By @kaxari
Join as
👉@kaxari03
👉@kaxari03


#Badii_kooti
Ergaan si dhaberraa
Jiruun ko bishooftee
Nyaatafi dhugaatiin
Yoom takkaa natolte
Manni koo onatee
Siyaamuu baratee
Makaddaf tiraasin
Hirriiba na kutee..
Dhugaa badiin kooti
Ati homaan goonee
Jaalala kee gaarii san
Anaa ka sitti boonee


Kutaa 1ffa.pdf
2.3Kb
Atis Nibeeyta
Kitaaba mata dureen isaa atis Ni beeyta jedhu kutaa 1ffaa Har,a qabadheen isiniif dhihaadhe waan hedduu akka barumsa irraa Argattan Abdii Guddaan Qaba Akkasumas najajjabeessuu irraa Akka Of duuba hin deebine
Abdii Guddaan qaba
Yaada qabdan @kaxari dhaan Na qaqqabaa Yeroo Gaarii


⚫️Tooftaalee jireenya jalaa ittiin bahan barachuuf click kana tuquun abbaa carraa taanee share waliif haa goonuu


#Boona
Bareedduu to lookoo
Tan jirtu magaalaa
Boona firraa dhiisii
Anaatu siif caalaa
Namni sammuu qabu
Yeroo boonun qabuu
An jaalalaaf malee
Boonaaf yeroon qabu...


🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Seenaa Jaalalaa
Kutaa 1ffaa
hayye akkam jirtan hordoftota channeli kiyyaa
bakka jirtanitti nagaya naaf argadhaa jechaa har,a wantin qabadhee dhufe Sadarkaalee jaalalti qabduufii Eegala ykn Jalqaba isiin isiniif ibsuuf Yaala Na hordofaan aferraa kiyya
📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕
Dhugumaan namni fii uumamni Ardii kana gubbaa jiru kan jaalala hin qabne hin jiru isaan hundi garuu jaalala isaanii akkaataa ittiin jalqabana sadarkalee mataa isaani qabu isaan keysaa sadarkaa jaalala uumama ilma namaa haa ilaalluu...

ilmi namaa jaalala isaa kan ittiin jalqabu yeroo dhalate irraa hanga du,aatti
innis gaafa daaimumma Qabxiilee Kanaani

🔹️Daaimni Jaalala Haadhaafi abbaan isaanii waliif qabani fi jaalala isaaf qaban ilaallata
isaan keysaa Daa,imni yeroo hiriyaa isaa keessa haati isa itti dhuftee isa qofa fuutee deemtuun kan hubatu jalaala.
🔹️Haadhafi Abbaa isaa walin osoo taa,aa jiruu
haati isaa Buna danfisuun Abbaa isaaf osoon laanne dura dhandhamte ilaaltee isaaf yeroo kannitu daa,imni kan hubatu jaalalli jiraachuu dha
🔹️Daimni Gaafa ayyaanaa hunda Uffata Akka hiriyaan isaa bitatee Innis Jaallate taanaan
warri isaa yeroo bitaniif kan inni Hubaatu jaalala akka taheedha....
Yaadaan na jajjabessaa
By @Kaxari
ITTI FUFA KUTAAN 2FFAA


#Hin_jirtu
Hin dandahu yoomuu
Si dhabee jiraachuu
Bakkaan si dhaburra
Naaf wayya maraachu
Narraa fagoo mitii
Ammaahuu maraatuun
Hin jirtun Argadhuu
Ta akka kee naaf taatu






Naaf hin galle 😔

Keekun naafin galle
Hubanno keen qabu
Na jaalachuu keetis
Abdi sirraan qabuu
Akkaan sin lakkifne
Jibba kee hin qabu
Keekun naafin galle
Jibba maleen qabdu
😌😌😌😌😌😌😌
Gaafa jalqabaa san
Dhugaa si jaaladhe
Akkaan si hin sobne
Ammaas sii kakadhe
Akkaan si jaaladhuus
Osoo quba qabduu
Maalif naafin himne
Jaalala naaf qabdu

Yaada 📞 @kaxari




Yaada kiyya

Anaa fii atilleen
Me haa foyesinu
Jaalala keenyarraa
Gufuu ha eggannuu
Jechota gaggaarii
Me waliif haa dhamnuu
Akka wal jaalannu
Waliif haa ibsinuu
Shira namaa fuunee
Nu maaf wal shakkinu
Ulaagaa jaalalaa
Hunda me haa guunnuu


Jaalala keysatti Enyuutu Rakkoo Qaba??
anonymous poll

Dunartidha 🧕 – 36
👍👍👍👍👍👍👍 59%

Dhiira 👮‍♀ – 25
👍👍👍👍👍 41%

👥 61 people voted so far.


Gorsa Abbaa Kootii

Eeyba koo dhagahii
Ilma koo furadhuu
Gorsaan an si gorsu
Qalbiin dhageyfadhu
Bakka yaadde gahii
Mataa ol qabadhuu
Ilma biyyaaf yaaduus
Tahii naaf mulladhuu
Hamtuu hin yaadinii
Gaaruma hojjadhuu
Hiriyaa akka kootii
Kabajaa jaaladhuu
Barumsa keerrattiis
Karoora baafadhuu
Biyya kee fayyaduuf
Ciminaan baradhuu
Ani si eeybisee
Waaqa kee Eeggadhu
Hanganaan siin jedhaa
Turii Naaf Jiraadhuuuu
Kana jechuun Qeerroo Gorsa laateef
By @kaxari




🔞Waan Na ajaa'ibe🔞

👉Umrii koo hagaan jiraadhe keessaatti ani 🦆Kormaa lukkuu fi 🦆hindaaqqoo dhaltuu walqunnamtii saalaatiif isaanii walii galu argee hin beeku an akka kootti 🔞🔞gudeeddaa dha ja'een amana

kuni yaada kooti


😜Gudii Nama Ammaa😜

👉Abbaan kee yeroo mara gaarii siin jaalata akka waan gaarii kee arguuf fedha umrii dheertuu akka jiraattu hawwa siifis kadhataa oola

🙊Ati garuu yeroo kakattu👉 "Abbaan kiyya haa du'u"👈 jattee guyyaa guyyaan abaaraa oolta maaltaate obboleessa koo rabbi sodaadhuu


Gorsa Abbaa Kootii

Eeyba koo dhagahii
Ilma koo furadhuu
Gorsaan an si gorsu
Qalbiin dhageyfadhu
Bakka yaadde gahii
Mataa ol qabadhuu
Ilma biyyaaf yaaduus
Tahii naaf mulladhuu
Hamtuu hin yaadinii
Gaaruma hojjadhuu
Hiriyaa akka kootii
Kabajaa jaaladhuu
Barumsa keerrattiis
Karoora baafadhuu
Biyya kee fayyaduuf
Ciminaan baradhuu
Ani si eeybisee
Waaqa kee Eeggadhu
Hanganaan siin jedhaa
Turii Naaf Jiraadhuuuu
By @kaxari
Kana jechuun Qeerroo Gorsa laateef


☝️☝️☝️☝️Gaaffii barsiisaa ji'oograafii

🧠Barsiisaa:- channel English eessatti argama????
🙋‍♂Barataa:- Barsiisaa TV teenya keessatti argama hin ja'uun seetanii
An tiyyaa barataa kana jaaladheetiin jira isin hoo

20 last posts shown.

1 739

subscribers
Channel statistics