Kirkirri lafaa galgala kana magaalaa Finfinneetti dhagahame godina Shawaa Bahaa gaara Fantaalleetti kan mudate ta'uu ogeeyyiin himan.
Yuunivarsiitii Finfinneetti daayireektariin Ji'oo Fiiziksii fi Saayinsii Hawaa Doktar Eeliyaas Lewii EBCf yaada kennaniin kirkirri mudate lafa jala miirri isaa magaalaa Finfinneetti dhagahamee jedhan.
Kirkirri lafaa kun magaalaa Finfinneetti kan mudate akka hin taane ibsan. Via ETV
@kitaabota_pdf