Aadaa Oromoo[1⚫️?⚪️]


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Gareen kun suuraawwan seena qabessaa fi Aadaa Oromoo; seenaa Oromoo guddisuudhaaf kan hojjatudha kanaafuu Oromummaa waliin guddisuun barbachisadha!!
Gaaffii fi yaada qabdaniif? @Alamii7

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Umrii 18 Gad Dhorkaa Dhaa.warronnii Dhukkuba Onnee Qabdaniis Akkasuma🔞🔞🔞🔞


Harraa Gaafii Tokkoo Qaabadhee Dhufee Jiraa. Isiin Hoo Gaafichaan Naa Siimattuu?..
Ilophirani Ethiophia Fiinfinnee irraa karaa Nairobi osoo Baalalihu Caaccabee.

1,Maqaa Irophilana?
2,Eessattii Oomishame.?
3,lammii Ethiophia Meqatuu Dhuumee.?
Caarra Gaarii!


#ImimmaanIjaTokkooAsoosamGabaabaaKuta2ffaa
.....Qalbiseef Moorkinis carraa kanatti
fayyadamanii wal argatanii miira addaan
guutamaniiru harmeen Moorkii mana waan
hin jirreef silas teessuma hin qabani citaa
haamama fi keesha irra rafan Mozvooldii
hiyyeessa sana irra ta'an.
Qalbiseen "Moorkiyye koo jettee itti siqixe
ofitti qabde. bareedaa koo an sin jaaladha
sagalee laafan akkas jetteen.
Moorkinis "bareeddu koo anis sin jaalladha.
ofitti qabee morma ishee jala galee
dhungoodhan bobeessu eegale nama tokko
fakkaatani siree irratti wal qabuu egalan
Isheenis
Qalbiseen miiraa addaan guutamte utuu isa
gadii hin lakkisin dugdaan ciiste Moorkins
achitti gadi itti
jedhee miilla isaa tokko lukaa ishee irra
kaawwate ofitti qabee dhungachaa osoo jiruu
Qalbiseen miilla Ishee gargara saaqaxee .....🖥Guutuu isaa dubbisuuf


💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋
🧕🧕🧕🧕🧕👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️
Group chikoonni oromoo chat groupf banatanii waan ajaa’ibaa keessatti haasa’aan join gochuu barbaaddu??🤔
Chikoota mana barumsaa kamii barbaaddu! Group isinitti tolee join gochuun waan fedha keessanii gutaadha 🙏🙏🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇






Qeerroo oromoo Jajjabbee koo
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo


Qeerroo oromoo Magalaa Finfinnee keessatii
Nu mitti fardaan keenyaa hin beekku barreechaan gaafa garee Addawa Gaafa maqaallee saan

@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo




Gumruuka magaalaa dirree dhawaa bara 1902- 1912ti,
Bara 1902 dura galliin Ashura Kan sasaabamu Magaalaa jaldeessaa keeyssatti ture.
Magaalaan jaldeessaa dirree Dhawaa irraa k.m 45 irratti argamtti.magaalaan jaldeessaa Jaarraa 14ffaa irraa kaasee jiddu gala daldalaa
tahuun tajaajilaa turtte.
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo




Nama yeroo jalqabaatif afaan oromoon Amerikati fiilmii hojjate.Shammare jabdu kana like godha.




🎬 Nadhi Gamada essa jira music
👤 Madan Ra
🕜 08:16 💾 - MB
😔😔😔
⚫️🔴⚪️
❤️💚❤️
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo








Forward from: Best pics & wallpapers?
Jaalala dhugaa!
Channel keenya qophiilee jaalala irratti hundaa'an kanneen akka Asoosamaa, Walaloo, Danbalii Jaalalaa, Xalayaa Jaalalaa fi kkf of keessatti hammata.
@jaalala_dhuga
Namoonni xalayaa jaalalaa qillensa irra akka siniif oolan barbaaddan @sool_dave quunnamaa
https://telegram.me/Jaalala_dhuga


hadhoo osoo hin hambisiin ilkaan isaa Jimaan Baddaa bunaa Imboocii Taanaa koloneeffate fakkaatu sanan gammachuu isaa ibsate.
Yoo jajan jaji’uun nama hin rakkisu.
Bara kana nuti barsiisonni ” Dassaaleeny Diinii keenya nuuf haa ta’u!” jennee hiriira bana malee osoo diinii hin ta’iin hin haftu.
“Way…. Nadiyyee….iyyaqalladk mahon allabet” yoo jedhu.
“Endee ino eko bante moha na chilotaa bataam itamamanalawu lamin iqalidalawu?”
Gammachuun fuula Dassaaleeny irra ifu kaabinee xobbee aangoo guddoo argattee fakkatta.
“Dassee…Obboleettin kiyya bar barattuu kee turtee” ija isaa keessa xiyyeeffadheen ilaale.
“Dhugaamoo…marree hanga hardhaatti maaliif wal nu hin barsiifne”
Hojiin barsiisummaa yeroo namaaf hin kennu.
Barsiisuu
Gaaffii baasuu
Qormaataa sirreessu.
Dabalataniis worki shoopp baay’ee nama ko’omsa.
Eessan waa’ee maatii keenya walitti asoofna jetteetu.” Akka qorannoo natti hin dheeressineef dafeen afaan luugame.
“Eenyu jedhamti” nan jedhee teessoo irra taa’ee jiru kara kiyyatti erga xiqqoo siqsee booda.
“Bookashii jedhaamti”
Ofuma kootifuu nan rifadhe yeroo irra akka nama Baaxii manaa keessaan bakakkaan kofa jidduutti bu’ee utaalee qooxii gahu.
“Boo…Bookashiin …Oo..Obbolleetti keetimoo?” yoo na jedhu rifannan fuula isaa irraa dubbifamu fuula shan ta’a.
Namoota akka kanaa waliin barsiisaa jedhamuu kiyyatu na gaddisiisa.
Ogummaa karaa sirriitin uummata isaa tajaajiluu qabu gammachuu dhuunfaa ofitti yoo jijjiru arguu caala wanti nama gaddisisuu hin jiru.

……….itti fufa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
BARREESSAN #KEETAN

JOIN GODHAA
@linkAadaaOromo
@linkAadaaOromo


BOOKASHII
Kutaa 6ffaa

Hoteela Doloolloo
Jimma
Ganama Sa’aatii 1:00
Kutaa Ciisichaa lakkoofsa 105

"Barnoota kiyyaan kufeen jira.
Amma bakki ciisaafi nyaanni ana irraa citeera.
Gara maatii adeemuuf haati buddeenaa kiyya na hin jiraachistu. Akkan barnoota kufee jiru abbaan kiyya quba hin qabu. Yoo dhaga'e dhukkuba onnee waan qabuuf rifatee miidhama. Filannoo biroo wantan hin qabneef hojii kanatti seenuuf dirqame."

Baay'ee gadde ijji kiyya lafa ilaaltee hafe.

Imimmaan fuula ishee irraa haqatte
" Jamaal Abbaa Bulguu karaa obboleetti isaa Tamiimaa na bare isumatu Abbaa Garoo waliin wal na barsiise.

'Jireenya bareedaa jiraatta
Mallaqa guddaatu siif kanfalama.
Manni gaariin siif ni kennama.
Yoo ati kan itti fuftu ta'e barnoota kee karaa itti fufuu dandeessu si baasna 'jedhee akka ani jireenya kana keessa seenu na taasise" jette.

Anaan.......

Abdii Kutannaatu fuula ishee irraa dubbifama.
Nama qulqullummaadhan ‘siif jira’ jedhuun hin qabdu.
Nama guyyaa rakkinaa ishee oolchu of biraa dhabuun ishee immoo hamileen ishee hirkoo dhabee akka kufu godheera.

Dhaabbadheen daqiiqaa dheeraaf hubadhee ishee ilaale.
Uumamni ishee mudaa takka illee hin qabu.
Irraa hanga jalaatti uuman bareechee ishee uumeera.

“Bookashii” jedheen waame.

Rifeensa fuula ishee dhoksee jiru duubatti shambaa gootee ol jettee na ilaalte.
Ijji ishee ofitti na harkisan.
Bakkan dhaabbadhee jiruu lama tarkaanfadheen gara sireetti siqe.
“ Akka ani si gargaaruuf naaf eeyyami” ergan jedheeni booda ciina ishee siree irran gad taa’e.
“Namoonni baay’een sin gargaarra nan jedhanii natti siqu. Ergan isaatti siquu eegalee osoo hin turiin gaaffii ani hin feene na gaafatu.
Kanaaf jedhee namootatti siquun sodaadha”jettee boowuu eegalte.
Jireenya Bookashii keessatti jireenya shamarran hedduutu natti muldhate.
Shamarran baay’een jaalatanii osoo hin taane osoo hin jaalatiin jireenya kana akka kanaa keessa seenu.
Rakkoo maatii
Rakkoo Dinadgee
Rakkoo hawaasummaa keessa jiruufi
Akkasumas dhiibbaa hiriyaatin jireenya kanatti galu.

“Garaa haadha tokko keessaa dhalachuu baannu illee harmee Oromiyaa keessaa dhalanne kanaaf obboleessa siif ta’ee rakkoo kee hanga humna kiyyaa siif nan fura.
Namoota dugd-Duuba rakkoo kanaa jiran karaa sirrii tokkotti akka deebisnuuf atis na qarqaari”
Bakka teessee jirtuu natti siqxee .
Mataa ishee morma kiyyaa jala galchitee natti hirkatte.
Imimmaan ija ishee keessa cophu barruu harka isheetin ofirraa haqxe.
Gara lafeetti dha.
Da’imummaa qabdi.
Shira ishee irratti xaxamu of irraa ciruuf ganna lama sadii ishee barbaachisa.
“Amma ani bar abdii hin qabdu.
Balballi abdii kiyya natti cufameera.
Kaayyoon kiyya daangeffameera.
Karoora hin qabu. Karoorri kiyya diigameera”
imimmaan ishee haqatte
“Garuu maaliifan hanga kana sitti asawa?
Rimootii akka kamitin na bantee akka kana na asoofsiista?
Barsiisaa Cimaafi amala qabeessa akka taate beeka.
Ayyantuu, Taliilee, Arganneefi Siifan waa’ee kee bareechanii dubbatu.
Osoo ati barsiisaa kiyya taatee qabxiin kiyya na jalaa hin badu ture” nan jette.
Sa’aatii 2:45
Kittoo Furdisaa
Yuunibarsiitii Jimmaa
Barsiisaa qabxii Bookashii beekaa jalaa hirdhise argachuuf gara kutaa Muummee ani itti ramadamuun deeme.
Dassaaleeny yeroo baay’ee ni hamatama.
Shamarran babbareedduu bira hin darbu jedhaanii hamatu .
Dassaaleeny waliin baay’ee walitti dhiyaanna.
Aniifi inni barsiisota muummee tokkooti.
Dassaaleenyi garuu maqaa kiyya sirreessee waamuu hin danda’u.
Nadhii Jedhee na waamuuf “Nadii” jedha.
Ani garuu baay’een aara.
Akka inni sirreessee na waamuuf yeroo heddu akeekkachiiseera.
Arrabni isaa qubee dacha kana dachaasee hin yaamu.
Yeroo ana argu harka baldhisee na simate.
Anis akka haadhoo duulan booda wal argiteettan ofitti qabee hammadhe.
Nagaa ho’aa ta’een na simate.
Anis akkumasati.
“Iraft indet nabar?”
Boqonaan akkam ture jechuu isaati.
Ji’a lamaaf osoo wal hin argiin turreerra.
“Dassee “ jedheen ijoo dubbii kiyyaa eegale.
“Abeet Nadiyyee”yoo nan jedhu
Xiqqoo seeqeen
‘’Ati bar lafee dugdaa Mooraa kanaati.
Bakka Diinii argachuu kan qabu si ta’uu qaba ture. Ammas akka ati taatu shakkii hin qabu” yoon jedhuun

20 last posts shown.

4 340

subscribers
Channel statistics