Qabxiin seensa Sagantaa Sirreeffama (Remediyaalii) ifoomeera.
Barattoonni bara 2016 qormaata ba’iinsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii baay’ina gosoota barnootaa qoratamaniin dhibbeentaa 31% fi isaa ol galmeessan filannoo hundaan (dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa) sagantaa sirreeffamaa kana irratti hirmaachuu akka danda’an himameera.
Barattoonni dhaabbilee mootummaa keessatti baasii mootummaatiin sagantaa sirreeffamaa irratti hirmaatanis qabxiin isaani ifoomeera.
Haaluma kanaan:-
👉Saayinsi Uumama fi Hawaasaa- Dhiiraaf qabxii 204
👉Saayinsi Uumama fi Hawaasaa- Dubaraaf qabxii 192 akka ta'u murtaa'eera.