M I J UU™


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


✍Oromummaan sanyummaa Miti!

✍Oromummaan #Midhagummaadha!
.
.
..
.
Of ta,uun #Ammayyuummaadha!


📺MIJUUtti Makamuun #Gamnummadha!

Creator @oroguy

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


📮CHANALOTA TELEGRAMA ODUULEE AFAAN OROMOO.

🎯 Oduu Oromiyaa
🎯Oduu Itiyoophiyaa
🎯Oduu Afrikaans
🎯Oduu Idil-Addunyaa


#Join gochuun Odeeffannoo haaraa guyyaa guyyaan argadha.


Har'a Baayyee na Dabbaree jira mee koottu ni Dhugna🍺
.
Har'a baay'ee Natti tolee jira mee koottu ni Dhugna🍺



.
Naan hin Jedhiinaa Qarshii yoo qabaattaan Akkanumatti na Affeeraa✔️

#Kidame

@Miiju


Namoonni suuraa #piroofayillii Isaanirra hin qabne yeroo #Hi naan jedhan Nan na'a!

.


.
Qoy Afachu Fuula isaan sodaatan kana Maaltu Ilaala🤔🤔

#chat

@Miiju


Brother Chiiki umurii ishee 30 olii yoo fuuteetta ta'e....


.


.
Ati Abbaa warraa ishee qofa osoo hin taane #Abbaa_Oolmaa Isheeti✔️

😄😄😄

@Miiju


"Mee kitaaba Yeroo Dubbistu Kan si boochise yoo jirate natti himi nan dubbisaa" naan jedha tokko

.




.
Me:- maths,Fiiziksii,Chemistirii

🤔🤣🤣

@Miiju


Tokko Gara biyyaa tii naaf bilbileet 📲

"Akkami barumsi hoo'ee??" Naan jedha

.


.
Brother ho'a irra darbeet nu #Gubaa jira😞😞

@Miiju


Kaaffee Yuuniversiitii Seentee Yeroo Nyaanni Hundi Isaa #Ruuzii Sitti Ta'u

.

.
Hello Abba #Chaayinaan Jira Natti Fakkaate Koottu Na Fudhadhu😒

@Miiju


Barattoonni Bara Kana Kaampaasii Seenaan umriin Isaanii Ijoollee Ta'uu Irra Kan Ka'e..

.


.
Jiraattonni naanno Mana #Joottoonii Baay'inaan Banuuf Karoora Irra Jiru😉

@Miiju


Anan Jedhu Yuuniversiitii deemtee Yeroo Xiqqoon Booda Maatii yaaduu dandeessa!
.
.
Bakka Tokko Tokkottimmoo #Taaksii faa yaadda!

Taphni hundi Baajaajiidhaanii!

Osoo Jennuu Waarri #Injibaaraa Isin Gahe Jirtukaa Nageenyi Badhaadhaa?🤣🤣😂

@Miiju


⚠️‼️Short Love Story

👦Boy - hi..
👧Girl - hi bro

☹️The End..☹️

⚠️😄 @Miiju


2/2/2012 Guyyaanis Dilbata!

Hiriira Deeggarsa #Abbichuudhaaf!

Irreecha #Malkaa_Ateete Burraayyuu!

Guuyyaa Eebbifamaa!

Nagaatti Oolaa!

@Miiju


#JECHOOTA ARMAAN GADII SIRREESSAA FAYYADAMAA

ISHII (TOLE)

BAQQAA ( EGAA HAA TA’U)

QOOYI (TURI MEE, AFACHU)

BOOTAA( IDDOO)

JAMMARE ( EEGALE ,JALQABE)

QUMNA GARA ( ILAAF ILAAMEE, JECHA DHUGAA DHAA, SIRRIIDHUMA)

QURSII ( CIREE)

MISAA ( LAAQANA)

IRAATII ( IRBAATA)

QAYYARUU ( JIJJIIRUU)

WULATAA (OOLMAA)

GIRAA GIBBET NA JEDHA ( BITAA NATTI GALA FI KKF

Via :- Bokkuu Media


warri D/r Abiy Maaliif Badhaafama Maal Maal Jettan!!

.
.
Mee Altokkicha Baaaaaaa

Embuaaaa Jedhamee Plz

🤣😂

@Miiju


D/r Abiy Ahmed Ali
By Z Way Jechi #Ali Jedhu Afaan Arabaa Yeroo ta'u Hiikaan Isaas #Mo'ataa Jechuudha!

.
Yeroo Tokko Tokko Maqaa Akaakayyuu Kana #Ergamaa tu Moggaasa😊

#Rspct🙏🙏

Ma Leader

@Miiju


Abbichuu Keenya Baga Gammadde!

Diinni Haa Gubattu!

The Winner of peace nobel prize 2019

@Miiju


BREAKING NEWS:

The Norwegian Nobel Committee has decided to award the Nobel Peace Prize for 2019 to Ethiopian Prime Minister Abiy Ahmed Ali.#NobelPrize #NobelPeacePrize

VIa #tikvah


yeroo Boqonnaa Alaa Bilbilamee Garuu Barsiisaan Akka Waan Hin dhageenyee barsiisuu yoo itti fufu

Student be like

.

.
Barsiisaa ni turtu fakkaata Nuti Baanuu? 🤣😂

@Miiju




Obboleessi kiyya tokko Dadhabaa ta'uu isaarra kanka'e Hojii Manaa Ani Hojjedheef Iyyuu #Zeeroo Fida! 🤣😂

@Miiju


Yoo Barataa Haara Fresh taate waan ati Gootu Sitti Himuu.?

#1 Logo Yuuniversiiticha Post Or Piroofayilii Kee Irra Kaawwatta!

#2 yeroo Deemuu Kaatu Fira Kee Iyyaafattee Dhaqxee Nagaatti Jettaan
(Qifela Style)

#3 Traveling to ...... university Kan Jedhu Post Goota!

#4 Erga Mooraa Seentee Booda Ammoo Suura Huriyoottan Kee Faana Kaate Caffe Vibe Dorm Mates Maal Maal Jette Post Fi Piroofayilii Dhiphista!

Isa Booda Erga torbee 2Fi Isaa Ol Guutte Uffata Kee Gatteet Maraatta
🤣😂😂😂

warra #Rift_Valley Hin Ilallatu🤷‍♂

@Miiju

20 last posts shown.

2 651

subscribers
Channel statistics