Muslim pro


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


As jalaa wa'ee amanta muslimaa hunda argachu dandessu

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Forward from: Fika Tech
Of-eeggannoo!!
#Reetiinaa_Ija_Keenyaa_Akka_Hin_Dhabne
Waxabajjii 14/2012 ALH'tti Gaaddiddaa'uun Aduu waan mul'atuuf of-eeggannoo gochuu qabna!

🌑Gaaddiddaa'uun Aduu bara 2012 kan mul'atu:-
- Waxabajjii 14/2012 ALH'ttidha,
- Gaaddiddaa'uu sanaan dukkanni sa'a 6'f ni argama,
- Guutummaa Itoophiyaatti ni mul'ata,
- Keessumaayyuu: Wallaggaa, Goojjam, Goondar, Dasee, Alaamaaxaa, Injibaaraatti parsantii 98 dukkana ta'ee ni mul'ata!
- Hojimaata Addunyaa karaa Dinagdee, Siyaasaa, humni olaanaa uumamaa argamuu danda'a jedhanii Saayintistoonni yaada isaanii dhiyeessaa jiru!
- Baha Itoophiyaa kaasee hanga Kaaba Itoophiyaatti Gaaddiddichi ni mul'ata!
- Aduun parsantii 98 ni gaaddiddoofti (Ji'atu gaaddiddeessa jechuudha)

🌑Bakka itti mul'atuu fi bakka itti dhaabbatu:
- Jalqaba Walakkaa Afrikaa Koongoo irraa ni jalqaba, Sudaan, Itoophiyaa, Yemen, Paakistaan, Taayiwaan, Hindii fi Chaayinaa kutee Galaana Paasifik irratti dhaabbata!
- Dabalataan gaaddidaa'uun Aduu kun walakkaadhaan waggaa 18 booda, guutummaatti (akka kan bara kanaatti) immoo waggaa 146 booda akka deebi'ee mul'atu Saayintistoonni qorannoodhaan bira ga'aniiru!

🌑Yeroo guutummaatti gaaddiddichi mul'atu:
- Halkan Waxabajjii 14/2012 ALH'tti sa'a 11:45 irratti ni jalqaba, ganama sa'a 03:40 irratti guutummaa guutuutti Ji'i dhufuudhaan Aduu irra ni oolti (kanaafuu, sa'a kanatti lafti parsantii 98 ni dukkanoofti), gaaddiddichi hanga guyyaa sa'a 06:45'tti ni tura! Sa'a kanatti Ji'i guutummaatti Aduu irraa ni deemti!

- Ijaan ilaaluun dhorkaadha, Retiinaa Ija namaa miidhuudhaan torban tokko booda jaamina Ijaaf nama saaxila!
- Kishaafa (Maxanxarii) Suuqii keessaa gurguramu fayyadamuun ilaaluun dhorkaadha!
- Gaaddiddaa'uu Aduuf jedhamee Kishaafni hojjetame jira garuu, biyya keessa hin jiru!
- Kishaafa Gaaddidaa'uu Aduuf fayyadu qabna warra jedhanirraa of-eeggadhaa!
- Of-eeggannoo guddaa taasisuu qabna! Dagattaniillee gaafa 14 sana (Sanbata Guddaa) hanga sa'a 06:45'tti gara Samiitti ol ilaaluu hin qabnu!


Uummanni keenya hedduun odeeffannoo kana waan hin qabneef share taasisuun hunda bira akka ga'u taasisuun dirqama lammummaa keenya haa baanu!!

🎖Dr Liyaa Taaddasaa🎖
Afaan Oromootti kan hiike FikaTech dirqama isaa bahateera!


Forward from: HELEN Promotion
Ati maalummaa Teknooloojii beektaa? Yoo hin beektu ta'e barachuu ni barbaaddaa?


Stay home monetary fund
Mallaqaa argachu yoo barbaddani link asi gadi kessa gala gutaa
https://aibmoney.xyz/174494011327625/




Karaa salphaa Maallaqa interneetii Irraa Argannu (100% works and true)
lafa jirtanitti nagaan siniif haa ta'u
COVID 19 Waan baayyee nu jalaa ugguree mana taa'uu akka jirru beekamaadha
Yeroo kanatti mana keessaan teessanii bilbila mobaayilaa keessaan qofaan guyyaatti hamma $150-$300 argachuu akka dandeessaan beektuu
Wanti hamma sinitti himuuf deemu kun liinkii gadjallaa jiru kanaan seentanii mallaqa sassabbachuu dandeessu
Dhaabbani kun dhaabbata beeksisa (advertisement) irratti hojjetu yoo ta'u dhaabbata gurguddaa heedduu faana hojjeta
Meeshaalee birand addaa addaa kan beeksisuu yoo ta'u dhabbanni beeksifatu dhaabbatakanaaf yoo kaffalu dhaababnni kun immoo namoota daawwataniif kaffala
Tartiiba armaan gadii hordofaa
1. Liinki kana open godhaa (browser barbaaddaniin fkn. Opera, chrome filachuu danadeessu

👇👇👇👇👇👇
https://ucimoney.xyz/902650108095258/

2. Regster kan jedhu tuqaa

3. Username, email, password, lakk fakkii irratti argitan galchaa

4. Suuraa lakk dijiitii sadi qabu siniif fida lakk suricharra jiru saanduqa keessatti galchuudhaan mallaqa gara bitaatti siniif lakkaaa'uu jalqaba

5. $150 yrroo ga'e withdraw kan jedhu tuqaa
6. Ethiopia filadhaa
7.Westerunino filadhaa
8. Maqaa, lakk bilbilaa, biyya keessa jirtan galchaa

Baga gammaddan xummurtaniittu
Baankii feetanirraa dhaqxanii fudhachuu dandeessu

Gaaffii, yaada yoo qabaattan ykn wanti siniif hin galle yoo jiraate @hopen_bot
cuqaasuun na dubbisaa

Liinki kan banuu hin dagatiina
👇👇👇👇👇👇
https://ucimoney.xyz/902650108095258/




Forward from: HELEN Promotion
#Teknooloojiin_maalidha?
Addunyaan keenya beekumsa Teknooloojiitiin sokkiteetti, nuyi hoo maal eegnaree?

Beekumsa Teknooloojii addaa garaa baruuf itti dabalamaa...

🧿#Pirogiraamiingii barachuuf
📲#Moosaajota barbaachisoo argachuuf
💻#Sooftiweerota barbaachisuu argachuuf
🎥#Viidiyoolee Teknooloojii argachuuf
⌨#Maxxansoota haaraa argachuuf

👆Kanneen kanaa fi kkf argachuuf Fika Tech'tti dabalamaa👇


📍Itti dabalamaa👇👇👇




Forward from: HELEN Promotion
#Teknooloojiin_maalidha?
Addunyaan keenya beekumsa Teknooloojiitiin sokkiteetti, nuyi hoo maal eegnaree?

Beekumsa Teknooloojii addaa garaa baruuf itti dabalamaa...

🧿#Pirogiraamiingii barachuuf
📲#Moosaajota barbaachisoo argachuuf
💻#Sooftiweerota barbaachisuu argachuuf
🎥#Viidiyoolee Teknooloojii argachuuf
⌨#Maxxansoota haaraa argachuuf

👆Kanneen kanaa fi kkf argachuuf Fika Tech'tti dabalamaa👇


📍Itti dabalamaa👇👇👇




Forward from: Fika Tech
📱Bilbilli maallaqa keessaniin bittan yogguu ajaja keessan fudhachuu dide Furmaata isaa hunda isiniif dhiheessinee jirra.

Bilbilli keessan baay'ee kan harkifatu yoo ta’e ykn immoo isiniif ajajamuu yoo dide rakkoon tokko isa mudateera. Rakkoowwan akkasiif ka’umsa kan ta’an furmaata isaanii waliin kunoo ⇣⇣

https://bit.ly/2yGLOqL




Forward from: Fika Tech
Google tatamsa'ina dhibee koroonaa ittisuudhaf sochii namootaa dabarsee kennuu eegale, Falmitoonni mirga namoomaa immoo, malli kun dhukkuba vaayirasii Koroonaa sababa godhachuudhaan mootummoonni cunqursoon basaasaf akka itti faayyadamaa jiran ta’uu isaanii mormii dhageessisaa jiru.

Odeeffannoo Guutuu ⇣ https://bit.ly/39NpybE










~Nama baayyee jaalkattee su dide ykn si didde tokko akkamittiin amansiifta?
Qorattoonniif fi beektonni saayikooliijii deebii akkamii kaa'u.
Viidiyoo kanarraa ilaalaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/b8mZk8fgYn8


~Nama baayyee jaalkattee su dide ykn si didde tokko akkamittiin amansiifta?
Qorattoonniif fi beektonni saayikooliijii deebii akkamii kaa'u.
Viidiyoo kanarraa ilaalaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/b8mZk8fgYn8


Namni maalif jaalalaan qabamaa? sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beektonni saayikooloojii maal kaa'u
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: 👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/0byeX0bePLs

20 last posts shown.

746

subscribers
Channel statistics