Nuur Crypto


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Cʀᴇᴀᴛᴏʀ @NuurOfficial
Yaadaaf gaaffi yoo qabaattan 👉 @NuurOfficial
Madda oduu fi odeeffannoo teknoolojii haaraa akkasumas gorsa daldala crypto addunyaa guutuu.

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


🚩Zoo Rebus of the day

✔️Answer : Jaguar

✌ Link : http://t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5227971316


@nuurcrypto
@nuurcrypto


🐾 PAWS HOJJECHUU JALQABEE JIRA SEENAATII FUDHAA..

@nuurcrypto
@nuurcrypto


Paws namoota baayyee rakkoo godhatee wan jiruf ni sirressina obsan eegaa.

@nuurcrypto
@nuurcrypto


Forward from: PAWS Community
Due to the huge load, many users may have problems accessing PAWS! 🐾

No worries, we will fix it soon!
🐾


Lotty

✔️Task fi namoota muraasa afeeruudhaan salphaatti tikeettii 100 qofa yeroo claim gootan gara ton 1tti convert gootanii baafattu.

✔️Guys carraa adda tahe kanatti fayyadamaa
Haala salphaa taheen Ton withdraw gootu

✔️Carraa akka kanaa yoomiyyuu hin argattan itti fayyadamaa.

Link👉🏼https://t.me/lotty_app_bot/app?startapp=5227971316


@nuurcrypto


Nodpay season 2 decembe 31 snapshot🙏

@nuurcrypto


Blum Christmass bigg update🤑
Akkuma beekamu projectoonni baayyeen chrismass wal qabsiisuun taskwwaan hedduu daddabalaa jiru.
Blum game card baayyee warri qabdan congragulation tap, tap si'a tokkoon yoo xiqqate bp (blum point) 1000 haga 1500 tap, tap gochuu dandeessu, carraa kana fayyadamuun point keessan guddifachuu dandeessu.🎉
@paws🐾
@blum🤑
@fintopio🤩
@friendsfactor🤩🔥

@nuurcrypto
@nuurcrypto


Paws hunduu hatamee jira...!🐾😅

➡️ Paws deebisuuf task kunneen tartiibaan banaa deemtu. eegaluuf  "PAWSMAS" kan jedhu banuun icon kana 👉 "😡" irratti tuqtu.

➡️Kan itti aanee jiru "go" jechuun waan isin gaafatu xumurtu.

@nuurcrypto
@nuurcrypto


Nodepay New Task🔥

Session 2 Airdrop Allocation dhiyaateera kanaafuu sirriitti itti cimaa..

@nuurcrypto
@nuurcrypto


🚩 ZOO January 31 mining nii dhaaba

Guys real token kana sirriitti walitti qabadhaa.

Jalqabuuf👉🏼ZOOOOO AIRDROP

@nuurcrypto
@nuurcrypto


Just Blum🤑

@nuurcrypto
@nuurcrypto


BUMS Daily Combo Reward

        ⏰Date: December 23,2024
        🏆 Reward: 2M Coin

@nuurcrypto
@nuurcrypto


🦒New Task Added in Zoo
💎Reward 5000 feeds.

@nuurcrypto
@nuurcrypto


PAWS NEW TASK UPDATE🐾🐾🐾🐾🐾🐾🐾🐾🐾


@nuurcrypto
@nuurcrypto


Challenge chi eegalee jira.

Challenge guyyaa hardhaa video tiktok irra jiru repost gochuufii copylink gochuun ergasii screenshot karaa keessaan nuuf erguun badhaasaa addaa argachuu dandeessu.

Namoota 20 saffisaan karaa keessan nuu erge ni keessumeessina.

Video argachuuf link kana cuqaasaa.

✈️ tiktok video

Barreeffama asii olii tuquun argachuu dandeessu.


Challengen daqiiqaa murasa booda waan egaaluf qopha'a


NodePay airdrop live ta'aa jira
Namoota december 5 dura wallet connect nama godhe qofatu eligiable ta'a, seentanii airdrop dashbord check godhachuu dandeessu.
Season 0, 1 qofa season 2 hin hammatu jedhan.

@nuurcrypto
@nuurcrypto


PAWS 🐾

New task

@nuurcrypto
@nuurcrypto


Guys sababa technique tiin challenge guyyaa hardhaa jenne guyyaa borootti jijjiirree jira so guys guyyaa boru sa'aatii 1:30 irratti nu eega.

Dhiifama.


Hardha galgala sa'aatii 1:30 irratti challenge namoota baay'ee Hirmaachisu qabannee isiniif dhufaa waan jirruuf akka qophooftan gamanumaan isin beeksiisuu barbaadna.

Nurraa hin hafinaa.

20 last posts shown.