Obsa Sule


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Nashiidaalee fi dawaalee adda addaa argachuuf join my official channel

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Addunyaa irraa deemtuf jette
Hin 😣😣😣yaadawin
Hin😭😭 booyin
Hin 😔😔😔rakkatin
👇👇👇👇JOIN Godhaa 👇👇
@obsasule
@obsasule
@obsasule


Walaloo utubaalee iimaanaa.

Jahan iimaanaa walbarsiisi.
Rabbiin jiraataa dhugoomsii. tokkummaa isaatis mirkaneysii.

ibaadaa tee isaaf qulqulleysii.

itti amani malaykaasaa.
gabroottan gaggaarii ogeysaa.
hedduu teysoon saanii samii keysaa.
ittin dilaawan ajaja isaa.

Dhugaa kitaabni Rabbiin buusee.
kan anbiyoota saa barsiise.
Qur'aana isaa hunda caalchisee.
Kan nabiin keenya aalamaan ibsee.

Itti amannee ergamtootaa.
ilmaan namaatiif barsiistota.
shirkii fageysan karaa fokkataa.
towhiidan ibsan qalbii ummataa.

Dhuga'oomsi guyyaa qiyaamaa.
yowmul hasrati wannadaamaa.
guyyaa kaafamaa guyyaa galataa.
jallaan azaabaa gaariin jannataa.

Qadara jaheysaan isaatii.
gaariifii hamtuun waan dhufeetii.
feedhii Rabbiitiif murtii isaati.
katabee kaayee bekkumsa isaatii.

Ihsaannis beekaagaa tolchuudhaa.
ibaadaa Rabbii sirreysuudhaa.
akka waan laaltee gartuutti gabbarii.
ati arguu baattus si argaa barii.

Waan himneef daliilan dhiheysaa.
hadiisa jibriil muslim keysaa.
dhufee ol seene nama fakkaataa.
fuul dura nabii taa'ee gaafataa
Uffanni adiidhaa rifeensaa.
Gurraacha gaarii dargaggeysaa.
akhbirnii anil islaami jedhaa.
nabiin tartiibaan deebisaa godhaa.

yaa Rabbii guddaa nugargaarii.
gaafii qabriidhaa aschaggaarii.
ka'ati gargaartee deebii argataa.
teenya nuuf godhii caffee jannataa.

awwalamnaan ilmi namaatii.
malaykaan lamaa itti buutii.
man Rabbuka jechuun gaafatamaa.
Nabbiyyiifii diin isaas nihimaa.
Mu'iminni sirritti deebisaa.
jallaan rifatee ija babaasaa.
jawwedhaa nyaataa qurxaan tumamaa.
muimintootaaf jannatni banamaa.

Dhugaoomsi guyyaa qiyaamaa.
yowmul hasrati wannadaamaa.
guyyaa kaafamaa guyyaa galataa.
jallaan azaabaa gaariin jannataa.

guyyaan qiyaamaa rifachiisaa.
magan hammeenya isa keysaa.
hoosiistuu ilmoo irraanfachiisa.
tan garaa qabdus ilmoo irraa baasaa.

mizaanni haqaa nidhaabbamaa.
hojiin namaa nimadaalamaa.
kheyriin ulfaannaan tasaa milkumaa.
yoo haffallattee ibiddatti deemaa.

kitaabaa niqoodan hundaafuu.
hojiinsaa tokkos keysaan hafuu.
mirgaan kennamaa warri jannataa.
warri azaabaa bitaan fudhataa.

way rakkoo nu eeggatu xaaxaa.
irra cehuuf teenya siraaxaa.
hokkon jahannam kaanis korrooxaa.
kunis butamee itti gadi xiixaa.
jannata teysoon mu'imintootaa.
qananii miaawaadhaan guutaa.
qal'aa sireewwan laggeen jannataa.
rahmata keetiin nuuf kenni gooftaa.

nyaataa dhugaatii qananiisaa.
huural eyni fuudhan aruusaa.
ee huurun maqsuuraatun filkiyaam.
du'uun dulloomuun hin jiruu zalaalam.

kufaarri niseena jahiimaa.
lugaamnisaa kum torbaatamaa.
tokko malaaykaa kum torbaatamaa.
harkisee fidaa dirree qiyaamaa.
kufaraafi jallaa xamaamaa.
hidhameeti itti darbamaa.
beelaafii dheebuudhaanis gubamaa.
hamiim dhuge zzaqquum nyaachifamaa.

jahannamirraa uf fageysii.
aqiidaaf ibaadaa sirreeysii.
qabrii awliyaa jinniifii dhagaa.
gabbaruu dhiisii qabadhu dhugaa.
dhugaan sun towhiida Rabbiitii.
ma'inaa laa ilaaha illallaahuti.
nabi muhammad ergaa Rabbiitii.
jedhii hordofii karaa isaati.

Eegaa barnoota imaana kana baradhaa, aqiidaa tana qabdhaa.

Aqiidaa tana sirreysanii qabachuun, ummata muslimaa ni kabajji, niguddisti. akkasuma, aqiidaan tun ummata niqulqulleysiti, wal jaalachiisti, badhaadhina adduniyaaf aakhiraa gonfachiisti.
Join Hagonu
👇👇👇
@obsasule
@obsasule
@obsasule


👆👆👆👆


@obsasule
@obsasule
@obsasule
👆👆👆👆👆




﷽ ﴿ إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ﴾
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Allahumma salli wasallim wa barika aleh
Salawaata rasuula keenyatti haabusnu jum'aa garii nuuf haagodhu channel kanas join godha👉👉 @OfficialSalah
@OfficialSalah
👉 @obsasule




Forward from: MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123




Ganema garri nuff ha ta’u jallowan khiyya
Ka waal yaadu 💌
Ka waalf yaadu 💌
Kan waalin yaadu 💌
Rabbi nu hatasisu 💌
👇👇👇
Join Hagonu
@obsasule
@obsasule
@obsasule




Video is unavailable for watching
Show in Telegram
@obsasule
@obsasule
@obsasule
👆👆👆JOIN 👆👆


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Nashida Badrudin Ahamd cover gonee
👇
@obsasule
@obsasule
@obsasule


Assalamu Aleykum waa rahmtullahi waa baraktu Ahbaabii
@Siiraaa
_____________________
Mu'aaz ibni Jabaliif gaafiwwan kanatti aanan dhiyeessanii turan.
*"Ummatoota giddutti yeroo murtii kennitu maal hundee godhatteeti!"
•"kitaaba Rabbii (qur'aana) hundee godhachuuni" deebii Mu'aaz ture.
* Rakkoo san ilaalchisee qur'aana keessaa homaa yoo dhabdee hoo?"
• "Sunnaa nabiyyii Rabbii irratti hundaaya"
*isa keessattis furmaata sanaaf ta'u yoo dhabde hoo?
• "murtii mataa kiyya kan sirrii ta'ee kennuuf sammuu kiyyaa hojjachisa (Ijtihaada godha)."
Nabiyyiinis deebii kanatti waan quufaniif "Faarun Rabbiif haa ta'u waan inni ergamaa addaa kan nabiyyii deebii nabiyyii quubsu akkaa deebisu isa qajeelchef" jedhan.

Nabi Muhammad (SAW) garee ergamaa kan qajeelfama ifa bahaa uumamaa kamillee gabbaruu jala ilma nama bilisa akka baasuf bobba'u kana ufumma isaanittii gaggeessanii biraa deebi'an.
Maddii Mu'aaz ta'uun fagenyaa hanga ta'ee erga deemanii booda Mu'aaziin (RA) akkana jedhan:- "Yaa Mu'aaz! tasa waggaa kana booda na arguu dhabuun kee ni mala. yoo deebitu kan argituu masjida kiyyaa fi awwaala kiyyaa ta'uu danda'a."
Mu'aaz hiqqifateetin booye.
Namoonni isa waliin turanis ni booyan.
Nabiyyii akkaan jaalatu irraa fooyamuun isa gadda guddaa onnee isaa keessatti uume.

Hegereen nabiyyiin himan kun sirri ture.
Yeroo San booda ijji Mu'aaz nabiyyii hin agarre.
Odoo Mu'aaz ergaa isaa geessee yaman irraa hin deebi'in isaan boqatan.
Mu'aaz gara madiinaa yoo deebi'u carraan barakaa qabu kan nabiyyii wajjiin ta'uu sun kana booda akka hin argamnee yoo hubatu booyunii fi gadduun isaa waanuma malu ture.

Bara Khilaafa Umar(RA) qabeenya akka deeggarsaatti gosa Banuu kilaabif ramadamee fi sadaqaa dureeyyii isaanii irraa fuudhamu hiyyeeyyii isaanitiif akka raabsu Mu'aaz ergamee ture.
Hojii isaa erga geesse booda ashankitaabii isaa mormarra kaayatetin harka isaa qullaa gara mana isaa deebi'e.
Niitin isaa "kennaawwan komishnaroonni maatii isaanitif qabanii deebi'an mee essaa jiru?" Jechuun isa gaafatte.
Innis "too'ataa cimaa jabeessee na too'atu qaba ture" jechuun isif deebise.......itti fufa

Wassalamu aleykum
👇👇👇👇👇👇
@obsasule
@obsasule
@obsasule
👆👆👆👆


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
@obsasule
@obsasule
@obsasule
👆👆 JOIN 👆👆


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
@obsasule
@obsasule
@obsasule


Forward from: Robsan Mohammed
⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴

❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕

Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa

❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

Warreen Channel Qabdani. Wa'ee Amanti ykn Barumsaa Amantii Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
@walaaoromo
😜 @walaaoromo

🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa

⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo

✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

JOIN

✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅


Forward from: Zeew tube official
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Ammanti kee yoo hin jaalannee Akkamitti qaamni biroo Ammatii kee jaalachuu danda'a⁉️

Diin islaamJaaladhuu akkasumas guddisii kallatti hundaan hanga dandeessuun.

#JOIN The Best isalamic Channels‼️


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
👇👇JOIN
@obsasule
@obsasule
@obsasule



20 last posts shown.

363

subscribers
Channel statistics