#Arbamich fi #wolaita soddo miseensa maatii #TIKVAH_ETHIOPIA
wojjin ta'uudhaan turtuu bayyee nsmmatti toluu dabarsiinee jirra #STOP_HATE_SPEECH jechuun haasaya jibbiinsa dhuunfa ykn garee ykn amantaa akkasumas saba fi kanneen biroo irratti kan xiyyeeffatudhaan isan kaneen irra ofqussachuu qabna; facebook; tellegram;fi kaneen biroo yeroo fayyadamnuu wan wan nama barsiisuuf biyya ijaaruu danda'uu irratti xiyyeffachuu qabna' nutti dhalloonnii amma #jaalalaan_tokkummadhaan_waldhagahuudhan_biyyaa nagaa taatee haa ijjarruu dhaloota dhufuufis seenaa gaarii haadhalchisnuu👉#TIKVAH_ETHIOPIA irraa