✍Ofiin👈Ofiif👉Jijjiramaaf👆👏


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


👇👇👇👇👇👇👇👇👇💟💟💟💟
Join us only @ofiifofiin
And share our links to ur frnds☺

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


##NAMGUDDAA PSYCHO....1


""Nama Gudda ta'u barbaadda taanaan akka daa'immanitti yaadu dhaabii!!!!!""
Namni tokko nama gudda kan jedhamu........umriidhaan waan deemef miti.....namoota gurgudda waajjiin waan deemef..wajjiin waan oolefis miti....haasaa bareedaas waan haasa’eef miti.....baruumsaan bakka guddas waan ga'eef miti....
Argite hawaasni kenya nama gudda kan jedhu wantoota nuti armaan oliitti miti jenne kaasne hunda nama guutedha.....tasa atiis akkasiitti amanuu dandeessa!! Garuu dhugaan isaa kana mitii!!!

Ooluu yoo ta'e daa'imnis nama gudda wajjiin ni oolaa......umrii yoo ta'e nama gudda jedhaman baayyeetu akka daa’imaatti yeroo yaadan argineerra.....haasaa yoo ta'e daa'imniiyyu wanta dubbisteefi itti himame seeraan ni haasoofti.......
🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰
#inni sirrin garuu namni tokko nama gudda kan isa jechiisiisu #Gocha isaa fi #Yaada isaati!!!!!
Kana huubadhu Doktarri tokko olman isaa da'ima(warra umriin isaanii xiqqoo ta'e osoo hin taane waarra yaadni isaanii xiqqoo ta'eedha)) wajjiin ta'u danda'a garuu gochii isa fi yaadni isaa da'ima saniirra adda ta'u baannan......akkuuma da'imman sanii waan balleessii hojjeta taanan....doktara ta'uun isaa maaliiree bu'aansaa???

Namnii Guddaan nama Qaamaanii fi umriin guddate osoo hin taane nama yaada gudda qabuudha!! Nama Gochiisaa yaadasaa gudda san wajjiin madaaleedha.............................................atis yaa dubbisaa!!! Qaamaani fi umriin xiqqaachuu dandeessa.........baruumsaaniis bakka guddaa ga'u dhiisuu dandeessa ......ga'uus dandeessa kun garuu namgudda ta'uuf si hin dangeessu.........yeroo hunda yaada gudda qabda taanaan.....yaadniikee gochakee faana walsiima taanan.....ati dhugumaan namguddadha!!


NAMGUDDA TA'AAN DHAMSA KEENYA!!!


HORAA BULAAA!!! DEEBANAA!!!!

All rights reserved!!
no Copyright ©©🚫

sHARE GOCHU HIN DAGATIN


@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin


##Hayyee Hayyee hordoftoota keenya...
Jirra jirraa hin banne kunoo dhufne jirra.....isiin nagaa keessanii?? maatii waatiin nagaayaa??

Akkuma beekkamu sagantaa keenya idiile keenya kunoo jalqabneerra.....

☠Gorsa saaykoolojii
☠Baacoo bashanaansiisoo
💀seenaawwaan nama barsiisan
☠Asoosama Gaggabaaboo
💀kitaaboota adda adda
👽Jechoota beektootaa
☠'kitaabileerraa'

Fi kkf isiin biraan ga'uuf qophii xumurre jirra.......

Pls link keenya namootatttii share nuuf godha......

Nurraa bohaaraa....nurraa barattuu
Ofiifis of baraa...namas of barsiistu



@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin ®®®®®®®®®®®


🔰You are not an accident 🔰

##poem ...01

You are who you are for a reason. You're part of an intricate plan. You're a precious and perfect unique design, Called God's special woman or man.
You look like you look for a reason. Our God made no mistake.

He knit you together within the womb, You're just what he wanted to make.
The parents you had were the ones he chose, And no matter how you may feel,
They were custom-designed with God's plan in mind, And they bear the Master's seal.
No, that trauma you faced was not easy. And God wept that it hurt you so;
But it was allowed to shape your heart So that into his likeness you'd grow.
You are who you are for a reason,
You've been formed by the Master's rod.
You are who you are, beloved, Because there is a God!"


By Russell Kelfer from "The purpose of driven life" book by Dr. RICK WARREN

Have a blessed Day.....wish you all the best......

Plz share for your frnds
Join us now👇👇
@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin


Our Today motivational quotes

🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰
You never know how strong you are until being strong is the only choice you have.

⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜


@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin


Akkam akkam dawwaattootta keenya nagaan keenya bakka jirtan marattii isiin haa gaa'u jechaatii...sagantaa keenya kanaan dura isiin barsiisne turre...har'a ittii fufne isiniif dhiheessina!!!!



mata Duree #Haalan keessa jiruun kanan sii gochuu danda'a!!


Biyyuma keenya keessatti abbaa tokkotu ilmasaa mana hidhaa keessa jirutti xalayaa barreeffate.xalayichii akkas jedha ture....""Yaa ilmakoo nagaa keetii....anii baay'een si yaadeen jira.....yeroo hundan sii yaadachaa bo'a ....dulluma kana laalee...osoo atii naaf jiraattee....siilaa laftiikoo lafa hin ba'u ture....isuumallee dhiisii...oddoo keenya duubayuu lafa jirtu nan kotokotee(Qotee) dinnicha(moosee) dhaaba jedheen dhadhabee...ayii yaa ilmaakoo osoo atii naaf jiraatteemoo!!!! Garuu maalan godha....nagaattii naaf ta'iikaa....siin jaaladha yaa ilmakoo!!!!)) ...muciichiis...erga taa'ee baay'ee yaadeen booda xalayaa deebii abbaassatiif barreesse...xalayiichi akkas jedha ture..."""Abbaa lafa oddoo keenya duubaa san hin qotiin maaliif qootta...namootan ajjeese achii duubattiin awwaalaa tureem!!!!"" jedhee Abbaa isaatii erga!!! Xalayiichii osoo abbaa mucaa bira hin ga'iin poolisoonni mana abba mucaa dhaqanii oddo duubaa qootuu jalqabankaa!!!! Abbaan kana quba hin qabu....aja'iba jedheetu laala...poolisoonni...takka as takka ach qotaatii reeffa namaa barbaadu....osuuma jedhanii oddoo jaarsaa qootaanii fiixan dhumarra homaa dhabnaan abdii kutanii itti dhiisanii deeman..........😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳
Achiin guyyaa muurasa booda abba mucaa bira xalayaan tokko ga'e...ilmasaa biraa ture....xalayiichii akkas jedha..."Yaa abbaakoo haalan keessa jiru kanattii kanuman sii gochuu danda'a....ammaa oddoo siif qotamee sanatti dinnicha(moosee)kee dhaabbadhuu😳😳😳😂😂😂😂...abbaa sin jaaladha😘😘🙈🙈" jedheen.
Abbaan kana raajeffachaatii xaarii tokko malee dinnichasaa dhaabbate jedhama!!!


😢😢haala kamiiyuu keessa jiraatuuyyuu ammas waan adda tokko hojjechuu in dandeessa......xiyyeeffannoo fii tooftaa mataankee si barbaachiisa....sammuukee isa gurrakee lamaan gidduu ta'ee jiruu kana hojjeechiisuu jalqabii....Gadii fageessii yaadiii....xinxaalii....murteessii....




for more please...share it&&&join us!!
👇👇👇👇
@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin


Dear customer your debt is successfully covered by the blood of Jesus christ!!!!!!

መልካም በዓል‼️

🔱 @ofiifofiin 🔱


​​​​. 🔅የእለቱ ቃል🔅
አንብበው አሰላስለው ተናገረው

"፤ ነገር ግን ገና ኃጢአተኞች ሳለን ክርስቶስ ስለ እኛ ሞቶአልና እግዚአብሔር ለእኛ ያለውን የራሱን ፍቅር ያስረዳል።"
(ወደ ሮሜ ሰዎች 5: 8)

" Waaqayyo garuu, utuma nuyi cubbamoota taanee jirruu, Kristos nuuf du'uu isaatiin hammam akka nu jaallate in argisiisa. "
(Roomaa 5: 8)

" ግናኸ ንሕና ገና ሓጥኣን ከሎና፡ ክርስቶስ ኣብ ክንዳና ሞይቱ እዩ እሞ፡ ኣምላኽ እታ ፍቕሩ ንኣና በዚ የርኢ ኣሎ።"
(ናብ ሰብ ሮሜ 5: 8)

📖ቃሉ📖 እኮ ይጣፍጣል💚
🔹©meleket_tube 🔸
🔷 ©CHRISTIANPOST1 🔶

🔵@ofiifofiin🔴
🔺ይ🀄️ላ🀄️ሉን🔺


Dawwattoota chanalii kenyaa hordooftoota amantii kiristaana taatan hunfaaf Ayyaanna Du'a ka'uu Gooftaa Kenya Iyyesuus Kiristoosiitiin BAGA Geessan Baga Geenye!!!🙌🙌🙏🙏


Forward from: Oromo news
Leenjisaa Zamaariyaam Jimmaa Abbaa Jifaar gadhiisuu beeksisan

Leenjisaa Zamaariyaam Waldagoorgiis Jimmaa Abbaa Jifaar gadhiisuu beeksisan. Leenjistichi baatiiwwan ja'an darban leenjisaa olaanaa Jimmaa Abbaa Jifaar ta'uun tajaajilaa turaniiru. Yaata'uutii dorgommiin walakkaa marsaa 2ffaa eegalamuun dura qophiilee turanii fi taboota liigii garichi Adaamaa fi Raayyaa Ittisaa waliin qaburratti hin argamne. Leenjistichi baatii 7f mindaan waan naaf hin kaffalamneef garicharraa of kaaseraan beeksisaniiru. Hoggansi Jimmaa Abbaa Jifaar garuu dubbicharratti yaada hin laanne.

@Oromonews


Hi there, Do you know Arif Betting?
Arif Betting is a game where you can guess the winner of the Soccer game and WIN unlimited amount of Birr.

Join ArifBetting with this link
http://t.me/ArifBettingBot?start=ui648761784


Applicationii haaraa Qarshii nama badhaasisuu## kunuma dhugaatii hin gowwominaa dafaa appicha download godhaa!!!!!👇😘👇😘👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://dent.app.link/uTFw6LlrHV

👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Erga download gootanii qarshii guttattanii booda link kana nama biraaf share godha!!!yeroo biraa qarshii guttachuuf akka isiin fayyaduuf@@@@@@@@@@@@@@@
Hubachiisa::appicha download gochuuf qarshii waan isin jala fiixuuf wifi fayyadamaa!!!
Waarri gorsa dabalata barbaaddan akkatti hojjetuu na gaafachuu dandeessu

@ebbii04


te jedhan” jedheen abbaa dureettitin namichi.abbaan dureetti hangana yoo dhagahu itti siqe. Boonsaa dubbise.boosanis ni dubbise.boonsan eenyu akka tahe irraanfatee jira.tahus abbaan dureettii mana isaatti galche.harka qabee dureettiti ol naqe.duretti fi boonsan walitti maraman.abbaanis gammadee boonsaf dureettii achumatti wal fuusise..mana isarraa qoodefii waliin akka jiraatanif gargaruu eegale.karaa hundaan jireenya isaanii ofirratti irkisee jireenya jalqaban.boonsa fi dureettin gaaddisa galgalaa jala waliin taa’anii waaqa galateeffatan..

...[XUMURAMEERA]...
Share our links...


10Q




@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin




✨💫@Ebbii04


e sodaa takkaan.mucaanis “warra eessati silaa?”.”ani warra machaarati” dureettinis.”koottu mana namaatin si geessaa ree?” jedhan mucaan kun.dureettinis dubbiin dhibdee xiqqo erga cal’ifte booda “eee…na geessi obboleessa!”jetteen.namuma haata’u malee bineensi na nyaaturra jettee yaadde.kan tokkof dorrobe siif haa dhalu jechun sun akkana ta’uu hin ooltu! Mucaan dureettii fuudhee mana ofii galu geesse.dubbiin kun soora qocaaf kaahe allaattin fuudhuu eegalte nama jechisiisa.mucaan dureettii erga mana geesse booda bareedina ishee waan argeef “tun tiyyuma” jedhe. Ta’us dureettiin homaa hin sodatiin jedhee jajjabeesse.kophaa yoo feetes buli jedhan.ishenis isa nama nagayaati yaaddee “rakkoo hin qabu!” jetteen.mucaan nama bay’ee gaarii fakkaatee waan itti dhihaatef asuma buli jetteen.kophaa ishetis buluu waan sodaattef.tahus ishenis ni ciifte.innis ni ciise.tahus halkan keessa mucaan lafaa ka’ee ablee itti baafatee “yoo iyyites sin qala…dafii uffata kee naf baafadhu” jedheen durreettin.ishenis wawwachuu eegalte.”yaa obboleessa koo ati obboleettii hin qabduu;lakkii daba narratti hin hojjatin”jettee imimmaan buufte mucaa kadhatti.mucaanis osoo hin dhiisiin doorsisee wanta fedhe irratti hojjate.ganamas balbalaa itti cufee biraa deeme.boonsanis bilbila ishee eegee yoo dhabu lafti yoo bari’u diredhawa irraa konkolaataa seene.yeroo waaree magalaa ciroo dhufe.as deema achi deema dureettii argachuu hin dandeenye.yeroon sun yeroo qormata cufaa waan ta’eef qormata dhiisee ishee barbaaduu jalqabe.achi butee ishee arguu hin dandeenye.abbaan dureettii jara soddaadha wajji universitii haramayaa dhufe.innis boonsaa barbaadee dhabe.wal fudhatanii kutan jedhee abdii mure.tahus yeroo ol deebi’an akka tasaa boonsaa fi abbaan dureettii osoo dureettii barbaada deemanii wal argan. Jarri boonsaa dureettii baasi jedhanii qaban.tahus qaama isaa cicciranii fixan.lubbuu qofa keessatti dhiisanii riqicha tokko jalatti darbanii biraa deeman.dureettinis halkan lama booda mucaa jalaa miliqxe.boonsaa namni tokko tasa argee mana yaalaa geesse.erga yaalamee booda mooraa yuniversititti deebi’e.tahus barri kun isaaf bara eebbaa ture.tahus gara bara abaarsatti jalaa jijjirame.moorichi barumsa isaa irraa akka uggure hiriyonni isaa itti himan.achi booda abdii kutatee gama manaa qajeele.tahus yeroo kanattiAbbaa isaa warri mana kiraa ofirraa baasan itti himan .namni isa tajaajilaa tures dhiisee biraa deeme.boonsan abbaa isaa barbaadee dhabe.tahus gara bakka dhaloota isaa yoo dhaqu warri biyyaa abbaa isaa du’ee akka awwaalame itti himan.boonsan lafa isaanis gurguree fixe.barumsarra ari’ame;abbaa isaatis dhabe;dureettis dhabe kadhataa jirachuu fi ba’atee jiraachuu eegale.durrettinis mucaa san jalaa miliqxus biyyatti galuuf rakkachaa dhufte.dureettin waan ofitti qaanofteef boonsaa zigaaluu caalaa wa’ee isaa yoo yaaddu qaana’uu eegalte.filmaata dhumaa ishenis umrii joollummattin hergarama keessa buute.tahus dureettin waggaa erga teessee booda mana abbaatti galte.dureettin yoo galtu wa’ee boonsaa harmee ishee gaafatte.harmeen ishes boonsaa jarri akka ajjeesan itti himte.sana booda dureettin onnee ishee dadhabdee uffata facaafte.maraatte.abbaan isheetis ammas rakkoo biraa mudate.dureettii harkaa fi miila hidhanii halkanii fi guyyas bira tatta’an.abbaanis hojii isatti gaabbe.waan ta’u dhabee jiruun isaa imimmaanin guutamte. “yaa duree duree tiyya anumatu si nyaate…hangafa tiyya!anumatu si ajjeese!” jedhee gugubata.tahus jarri obboleetti dureettii fudhatanii deeman.tahus abbaan dureettii uffata facaasuu malee humaa waan hafeef hin fakkaatu.mucaa san oson ajjeessu baadhe jedha irra deddebi’ee.dhimma tokkoof osoo deemuu guyyaa tokko abbaan dureettii boonsaa isaa ba’aa badhataa jiru arge.kan gaafasii san osoo hin taane rifeensi isaatuu nama sodaachisa.boonsaanis xiqqo mataan isaa sirrii akka hin jirre ni beekkama.abbaan dureettii suuta nama isa beekutti siqee Gaafate. Isa tahuu itti himan.bay’ee gammade.abbaa dureettii nama kana wajji dubbii jalqabe “yaaboo!maaltu akkana godhe?”jedhee namicha kana gaafate.”bar! Yuniversitii barataa ture.garuu miciyyoo warra machaaraa takkarra maraa


🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟

#Qurxama Jaalalaa
Kutaa dhumaa😜😜😜😜😜😜😜😜👏👏😜😜👏😜👏
=== Kutaa 5ffaa ===

Boodarrafurmaata tokko irra gahan.innis abbaa isaa nama isa tajaajilu maallaqaan ramaduu ta’e.achi booda nama itti barbaadan.maallaqa kafalee biraa deemuf murteesse.sababa abbaa isaa boonsan damee barnoota fayyaa gara damee barnoota qonnatti jijjiruf dirqame. Fayyaan waggaa bay’ee waan itti fudhatuf qonna waggaa sadi baratee bahuf murteesse.barataa biraatin jijjiree qonna barachuu eegale.tahus dureettin osoo hin turin bilbilaa isaa barbaaduu eegalte.argattee bilbilteef.boonsanis waan isheen taatef san waan yaadatuuf garaa itti hin jabaanne.waliin haasawuu jalqaban “hello!boonsadha?” dureettidha. “eee…ana! enyudha?” boonsanis.”anaa bar yaa lubbuu kiyya!sagalee koo duru dagattee?” dureettinis.”duree!..sumaa?… jirtaa ati?” jedhe boonsan sagalee naasuu takkaan.ishenis”yaada kee malee maalin ta’a jetteeti! garuu gubii abbaa koo wajji atis narra muramte jechuudha?” jetteen.boonsanis “duree!an bar…teenya tana yoo rabbi biraa taate malee an shakkiin qaban ture duruu…tahus abbaan kee manatti dhufee shakkii san naf mirkaneesse…kanafiin ija imimmaanii,onnee jaalalaan qurxamten jireenya koo jibbaa dugda sitti gale!” yoo jedhu bilbilli dureettii santima fixee isaan adda baase.ammas lama bultee bilbilte.boonsan dureettin rakkoo akka hin qabne erga hubate booda dhiifama gaafate.dureettinis lubbuu isaa dura lubbuu abbaa ishee akka hin baraarre waadaa ishee isaaf haaromsite.ammas jaalala eegalan itti fufan.dureettin abbaa boonsaa akkuma dur bakka inni jirutti gargaruu jalqabde.tahus boonsan waggaa lama xumuree jira.tahus isaa sadaffaa eegale qabsoon abbaa durettii lafaa itti kaate.bankiinis mana isaa irraa fudhatuf guyyaa muraasa qofaatu hafe.beellamni heeruma dureettitis akkasuma.abbaan dureettii dubbii kana dureettiif hime.tahus dureettin filannoo bay’ee ulfaata keessa galte.abbaan ishee warra biyya alaa saniif kennee maallaqa kafalchiisee mana isaa hambifatuu barbaada.dureettin garuu dubbii abbaa isheeti fi kan boonsaa waliin madaaluu jalqabde.kam akka filattuuf rakkatte.tahus boonsaf iccitii kan bilbiltee himte. Boonsan yoo dhagahu isheef himuu baatus abdii irraa akka kutatu murteesse.tahus dureettin isa dhaburra lubbuu ishee dhabuu akka filattu itti himte.tahus guyyaan beellama bankii waan gahef mana keessaa baasuf dhufan.abbaan isheetis jarri dureettii fuudhatanii maallaqa akka irraa kafalanif gaafate.ni dhufan.jarris maallaqa irraa kafalan.achi booda dureettin boonsaf bilbilte.lubbuun ishee qabamee akka jiru itti himte.jarris ganama dureettii fudhatanii akka deeman beekkamadha.tahus dureettin halkan walakkaa balbala bantee miila bakar taate.jaraa fi abbaan ishee gamaa gamana battisanis argachuu hin dandeenye.ishen baddee ganda badiyyaa tokko bulte.achi booda guyyaa ooltee galgala konkolataa seente.qarshii shantama qofa harkaa qabdi.tahus magalaa ciroo yoo geessu halkan walakkaa ture.isheen amma dura manaa baatee hin beektu.tahus konkolaataa keessa yoo jirtu bilbila namarra kadhattee boonsaf bilbilte.”hello! boonsa!har’a guyyaa dhumaati…warri keenya na kennuf deemu. Kanaf an jalaa badeen jira.dafii mala anaf mali” jettee dureettin boonsan. Boonsanis “amma eessa jirta?”.dureettinis”ciron jira…bakkan bulus hin beeku!…qarshiis hin fudhanne!” yoo ishen jettu bilbilli adda cite..boonsan deebisee bilbila yaala…ni yaala argachuu hin dandeenye.isaa yaada kanan guggubachaa jiru namni abbaa isaa tajaajilu sunis bilbila irratti bilbile.maallaqni waan dhumeef mana kiraa hin kafalamne.wanti nyaatanis ni dhume,jedhee boonsatti hime.boonsa amma bakka haadan of rarraasu bira gahe.yaadni humna ol waan itti taheef ofiin haasawu eegale.dureettinis filmaata dhabnaan “wayyoo! oson mana keenyaa bahuu baadhe!” jechuun ishee mudate.mana seentu dhabdee muka buufata konkolaata fuldura jiru tokkotti irkattee dhaabbatti.namni hundi rafee jira.tahus tokko kan buufata konkolaataa keessa hojjatu itti dhufee akkas jedhen”hey!..obbolii maal asii goota?” jedhan.durrettinis”yaa obboleessa kiyya rakkadheen as jira.biyya hin beeku!” jetteen sagale


Maalinni warri hordofaa jirtan dafaatoo akka itti isiinii fufu....#vote godha....


Namoonni Asoosama #Qurxama Jaalalaa jedhu hordofaa jirtan.....kutaa 5ffàan akka ittisinii fufu warri barbaaddan ....👏👏nutti agarsiissa
public poll

👏👏 – 13
👍👍👍👍👍👍👍 100%
@Halleeluyyaa, Abuu, Dinaa'ol, Nasir, Moo'iboon Murtii, Esaar A, @Haaziim, @Muraadmuhaammaad, Ismael, Ahmednur, Mammee, Lomi, Abon Keti

👥 13 people voted so far.


kudha lamaa fudhate.achi booda firii gaarii fide.dameen barnoota fayyaa isa gahe.boonsan firii isaa kanatti hin gammanne ture.tahus yerookanatti abbaan dureettii jaalala isanii sirritti hubate.qabsoo isaanin qabuu jalqabe.
Boonsaa argaa isaa jibbuu eegale.dureettis jaalalli humnaa ol itti tahaa dhufe. Harmeen dureetti garuu boonsaa akka lubbutti jaalatti.abbaan ishee oduu namaa gurraa waan qabuuf galgalaa tokko dureettin akkas jedhe”duree tiyya!hojii kee argen jira!..ati mucaa ganda maraattuu kana wajji akka deddeemtu bareen jira” jedhan dureettin.”mucaa ganda maraattu kam abbaa?” dureettidha.”kan as mana abdii keessa galu kana!…yoo na dhageessa ta’e an si kennen jira! amma booda mucaa san biratti si dhageenyan takkaa sin ajjeessa;takkaa ammoo ofin ajjeesa”jedhee dureettii seerate.”abbaa!…akkas hin jedhamu!…nama rakkate gargaruun yoomillee cubbuu miti” jettee imimmaan gad dhiifte.abbaan dureettii boonsattis dhaqee akkas jedhaan” aboo! ati har’a booda intala tiyya wajji si agarraan du’a lubbuu teetii hin dagatin…intalti tiyya niitii namaa taatee jirti kanaf of eegi!” jedhee itti dhaadatee biraa deeme.boonsan dubbiin bay’ee garaa nyaatte.dureettinis achi booda guyyaa sadii manaa hin baane.seerannoo abbaa booda dhukkubsachuu jalqabde.boonsan garuu dhuguma dureettin niitii namaa taate jedhee murteesse.kanaf mana olla isanii gad dhiisee bakka biraa kireeffate.tahus osoo isaan wal hin argin guyyaan yuniversitii deeman gahe.rakkoon boonsaa ammas bifa jijjiratee itti fufe.guyyaan deemsaa gahe.abbaa isaa eessa akka geessu mataan isaa hirriba dhabe.tahus yuniversitii akka hin deemne murteesse.jireenyi isaa imimmaanii fi yaaddoo malee boqonnaf hawwisiise.wa’ee dureettitis osoo hin jaalatii itti seenee ture.ammas osoo hin jaalatin of keessaa balleessuu mudate.tahus hiriyoonni isaa kan wajji yuniversitiin tokko gahe isa bira dhufan.innis akka hin deemne itti hime.isaanis rakkoo kana furuuf oloo fi gadoo yaadan imaluu jalqaban....................



Itti fufa..........yeroo dhihootti nu eegaa.......




@ofiiofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin


💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏💏🌟#Qurxama Jalalaa🌟🌟🌟🌟🌟🌟👆👆👆👆👆👆❤️❤️❤️

👇👇👇👇👇👇👇👇
👏👏Kutaa 4ffaa👏
👆👆👆👆👆👆😄😄👆☺️😁


👇👇👇👇👇👇👇
🍁🍁@Ofiifofiin🎖🎖
👆👆👆👆👆👆👆👆


== kutaa 4ffaa ===

waraqichi akkas jedha jalqabarratti ” lubbuu kiyya hadaraa laaqana kana nyaadhu!;abbaan koo har’a mana jira.kanaf boonsaa koo;yaa lubbuu kiyya,yaa agartuu tiyya;yaa midhaan onnee tiyyaa;bareeda kiyya;onneen kiyya erga si dhabdee tasgabbii hin arganne! boonsisaa koo! Waan ati yaaddu nan beeka! dhaba warra keessanin of tuffachaa akka jirtu nan beeka!..lakkii murteessan kanaa miti!..sun carraa warra keetiti malee kankee miti! akkas tahuu hin qabdu. yaa hidda onnee kiyyaa! an kan barbaadu sii fi si qofa.kanaf yaa ija kiyya an yoo ati dachee seenteyyu si biraa hin hafu.boonsayyee…mee anaf yaadi! yaa garaa kiyya!bay’ee bay’een si jaaladha!” jettee itti fufti xalayaan.boonsan garuu yoo hangan dubbiisu Onneen isaa of dadhabee “ufffff!” jedhe hafuura dheeraa baafate.achi booda firasharratti gad gombifamee imimmaan gad roobsuu jalqabe.waraqqaa xumuruu hin dandeenye.osoo bakka ciisu sanirraa gara hin galin lafti itti dhihe.tahus beela malee zigaal ishee nyaata kana nyaatee hirriibaf gad ciise.hirriiba maaltu jira.osoo tanii taan yaaduu lafti itti bari’e.dureettinis yeroo waaree kana batachaa dhufte.ammas nyaata fiddee waliin nyaachuu jalqaban. waliin haasawuu jalqaban. “hi!…lubbuu tiyya…ani amma si jaaladhe jechuudha?…garuu wal dhabni jiraachuu moo maaf onnee koo akkas goota?” jedhee boonsan yoo dureettin afaan isaa keessaa fudhattee nyaattu.ishenis “akkam?…na jaalachuu kee shakkii qabda?…agrtuu kiyya an bar osoon jiruu sin dhaba natti fakkaatu!” jedhaa afata saleenaa tokkicha sanirra taphachaa kolfaa dubbii itti fufan.tahus erga bay’ee waliin turan booda boonsan galee abbaa isaa akka fidu itti hime.ishenis yaada isaa fudhatte.achi booda dureettin gara mana deebite.boonsanis gara mana abbaa isaa qajeele.lama bulee abbaa fuudhee fide.mana isatti aanu tokko kireessee abbaa isaa achitti galchee balbala itti cufe.tahus baruumsas hordofuu eegale.yeroo kanatti boonsaan kutaa kudh-tokkoffa barata.abbaa isaatin rakkachaa;barumsaafis rakkachaa;jaalala dureettii wajji hifaajii hammana hin jedhamne keessa gale.dureettinis akkuma barte dhoksaadhan isa bira dhaabbachuu itti fufte.ishenis kutaa kudhan baratti.boonsanis osoo hin jaalatin jaalala dureetti keessatti kufe.harkaa fi afaan ta’anii jiruu itti fufan.boonsanis akkuma tahe tahee kutaa kudh-tokko xumure.dureetinis yoo boonsan mana barumsaa deemu abbaa isaa tajaajilaa dhufte.abbaan dureetitis galgala wa’ee biyya alaa ishee wajji haasawa.tahus dureetin yaada isaa of keessatti mormuu itti fufte.abbaa dureettii daldaaladha ture.maallaqa bankii irraa liqeeffatee ture.tahus daldala keessatti tasakasaaran isa mudate.tahus bankiin mana jireenyaa irraa fudhachuuf haada mormatti keesse.tahus dureeyyin magaalaa sanii hedduun ilma isanitti fuudhuf abbaa dureettii gaafachaa turan.innis yaada biyya alaa malee gurra isaan ittiin dhaga’u qabachuu hin turre.boonsanis kutaa kudha lammaffa eegale.yeroo kanatti maallaqni oorruu gurgure harkaa dhume.garba rakkotti darbame.mala dhabe.dhiihaa fi bariin itti dheerachuu jalqabe. Tahus jaalala dureettii keessattis waan kufeef ammas dhiisee galuuf ibidda biraa itti tahe.jireenyi wabii hin qabne boonsatti roorrisuu itti fufe.boonsan mala biraa dhabnaan oorruu hafte gurguruuf murteesse.biyya galee gurguree yoo dhufu dubbii biraa tokko mudate.abbaan dureettii akkuma jedhe hojjachuuf akka murteesse dhagahe.akka tasaa namni tokko biyya alaa irraa dhufe.ishee fuudhaf kadhaa mana isanii dhufe.kana booda abbaan dureettii warra biyyaa alaa kanatti dureettii kenne.boosanis tasa osoo hin yaadin kana mudate.tahus dureettin hin hayyamne.jarri dureettii qaadhimatee beellama qabatanii deeman.abbaa ishee fi jarri dureettii fuudhuf jedhu kun waadaa tokko waliif seenan. maallaqa bankii akka irraa kafalaniif ture.tahus jarri yoo dureettii dhaban;abbaan dureettitis mana akka dhabu beekkamadha.tahus boonsan barumsa isaa itti fufe.qormaata biyyoolessaa kutaa


nsan tahus xiqqo turee waraqaa san dugdaan ciisee saaqe...........................


#Itti fufa............


Kutaa 4ffàa yeroo dhihootti......nu eegaa......ofiifofiin





@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin


🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵Asoosama:::ofiifofiin
#Qurxama Jaalalaa# kutaa #3

🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉

=== kutaa 3ffaa ===

yoo deemuf kaatu qarshii shantama itti kennitee “boonsa!sanbata hin hafin sin eega!tolee?” jettee dugda garsiifte.yeroo mana barumsa galuun gahutti dabraa ishee hiriyoota ishee irraa fudhattee galte.yoo galtus akkam gootee akka boonsaa gargaartu yaaduuf hirriba dhabuun ishee itti fufe.boonsanis garba yaadaatti kufe.akkas jedhee ofiin haasawa”mee…yoon tole jedhee ishee jala magaalatti kan deebi’u tahe abbaa koo kan anaafi rabbi malee humaa hin qabne kana akkamin godha?…uufffff!..ishenis asitti natti dhufte.ishes akkamittin dhiisa anaf jecha as miilan dhufte?…yaarabbi” jedhee rakkachuu itti fufe.dureettinis hangas ijaan boonsaa arguun akka waan haada mormatti xurrifame jiru irraa laaffisani taate.tahus boonsan garuu akka nama haada mormatti harkisanii hudhanitti rakkachuu itti fufe.durreettin garaa jaalala jalqabaatin rakkachuu eegalte.abbaan ishee garuu hiyyeessa akka boonsaa kana dhiisiitii dureyyiin magalaa tana bay’eetu kadhatee irraa dhabe.kanaf boonsan rakkoon isaa cittoo irratti fanxoo taate.abbaan isaa marataa tahus boonsaa yoo ija duraa dhabe iyyee ganda ollaa rakkisa ture.kanaf boonsan tabba jireenyaa kana bahuuf imala jalqabun isa dhibe.inni duraan dureettin umamaan kabajaa namaaf qabdi jedha ture.tahus inni yeroo isheen akkasitti isaaf rakkattu waan rakkina isaa kanaf mararmte itti fakkaata ture.tahus inni bareedina ishee ilaalee akkas jedha” pa!.pa!pa!…pe!..intala tana rabbi numa uume…amalas itti kenne…maal namni akkana?” jedhee ofiin dubbata.tahus guyyaa tokkollee jaalachuuf yaadun haa hafuutii Abjdhan argee hin turre.ishee ilaalee bay’ee of xiqqeessa.of tuffata.tahus isheetu na jaalata jedhee abjaahee hin beeku ture.amma garuu guyyaa keessa isa mudate.isheen isaa jaalalaaf jettee dhufuun ammas isa hin gammachiifne.boonsan dureettii harka darbatee diduudhaf murteessuu hin dandeenye ture.abbaan ishee nama dhiiraa biratti arguu hin fedhu ture.tahus abbaa dhokattee isaaf gargaarsa godhaa turte.kana biraan manatti barbaaddee jala dhufte.kanaf yaaddo biraa itti dabaltee biraa deemte.isheenis guyyaa beellamaf eegaa jirti.inni garuu abbaa isaa dhiisee deemun mata-cita itti tahaa dhufe. Tahus boonsan hiriyaa isaa gammadaa wajji mari’achuu jalqabe.akkas jechun eegalan “hi!…gammadaa!…mee maalin taha?..furmaanni maali jetta?” jedhe boonsan.Gammadaanis “ilaali!…boonsa! ati amma dubbiin kun si rakkisuu hin qabu!…furmaanni jiru…mana ona kana keessa kophaa kee jiraachuu hin qabdu!…asittis rakkinni kee rakkinuma kanaf!”jedhe cal’ise. boonsanis “kanaf…hi?” jedhe deebisee. Gammadaanis”ee…ilaal waan gootu…oorruu teessan tana walkkaa gurgurtee…walakkaa nama qixaan isinif hojjatutti yoo kennite siifis abbaa keetifis furmaata natti fakkaata boonsa!” jedhe.boonsanis” Gammadaa yaada bareedadha kaafte!..eee…kanuman yaadee ture anis…kanaf nama bitu haa barbaannu” jedhe fuula abdii horate tokkoon.kana booda orruu walakkaa gurguran.ammas walakkaa nama hojjatee omisha qixa fudhatanitti kennan.tahus abbaa isaa dhiisee beellama dureettitif gama magaalaa deeme. Ishenis akkuma jette balbala isanii gubbaa teessee boonsaa eegaa jirti.boonsanis dhufee balbalaa banee ol seene.dureettinis yoo ijaan isa gartu daftee mana keessa ol deebite.xiqqo erga turte booda qorii xiqqoo takka qabattee;nama gamaa gamana ofirraa mimil’ataa balbala boonsa ol bante.boonsanis lafaa ol ka’ee walitti maraman.boonsan “hi…duree tiyya!…nan turee?…fayyaadhaa?” jedhee dureettitti dubbate.ishenis”boonsaa koo! lakkii!…hin turre!..nagaan dhuftee?” jette fuula isaa keessa ilaalaa.boonsanis”duree! fayyaan qaba!…yaada kee malee!…taa’i ka mee durii!” jedhee bakka ishen gad teessu qalbiin yaadaa.ishenis qorii itti laatte.bilbila waan hin qabneef waraqaa xiqqoo takkas boonsatti laattee daftee balbala baate.boonsanis amala abbaa ishee waan beekuf ni use. Abbaan dureettii yeroo boonsan mooraa isanii seenu akkas jedha”kunis kan uffatee qaamarraa hin qabne kun laata duree tiyya ni kajeela? Jedha garaa isaa keessatti. Boo

20 last posts shown.

2 072

subscribers
Channel statistics