Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe
Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbuun ibsame.
Balichi Konkolaataan deddebisaa ummataa Roobeerraa gara Shaashamannee imalaa ture konkolaataa Shaashamanneerraa gara Gadab Hasaasaa imala ture waliin walitti bu'uun kan uumame taβuu Itti Gaafatamaan Kutaa Nageenyaa Tiraafikaa Godina Arsii Lixaa Komaandar Kamaal Amaan ibsaniiru..
Balichaan lubbuun namoota 12 kan darbe yoo ta'u,namoota 19 irra immoo miidhaan qaamaa cimaa fi salphaan qaqqabuun himameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa
@News π‘