#KFO
Waajjirri Muummeen Koongireesii Federaalawaa Oromoo Haaraan har'a Eebbifame.
Waajjirri muummeen Koongireesii Federalawaa Oromoo(KFO) Inni duraa Caffee Aannanii (Meeksikoo) ture sababa misooma koridariitiin gara gamoo naannawa Addababayii Qabbannaa buufata raabsa bobaβaa cinaa argamutti jijjiramee guyyaa kaleessaa eebbifamee jira.
Waajjirri haaraan kun Dilbataa kaleessaa Mudde 13/2017 ALI waaree booda saβaa 8:00 irraa eegale sirna hooβaan bakka hoggantoota, miseensota paartichaa fi hooggantoota Gamtaa Paartilee Morkattootaa (Caucus of Opposition Parties) argamanitti sirna eebbifame.
Waltajjii kana irratti dura taa'aan KFO Piroofeesar Mararaa Guddinaa ergaa dabarsaniin biyyattiin yeroo ammaa rakkoo hamaa keessa jiraachuu ibsanii rakkoon nageenyaa hunda dura furmaata atattamaa argachuu akka qabu himan. Kanaaf immoo rakkoolee siyaasa walwaraansatti geessan mariin furuun akka barbaachisu dhaaman.
π‘ MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa
@News π‘