i isaanis sukkaara caalaa miyaa'aa adeeme. Waadaadha jedhanis qubeelaa quba waliisaanitti godhan.
Piroofeser Guddinaan Yuunvarsiitii
Wallaggaatti, abbaa adeemsa dhimma barnoota fagooti. Piroofeser Guddinaan Siifan Yuunvarsiitiicha akka galtuuf nama
shoora guddaa taphatanidha. Mana jireenya sadarkasaa Eeggate Naqamtee keessa qaba.
Kana malees konkolaataa manaas qaba.
Barnootaan fagoo ga'us umurii ijoollummaa keessa jira. Siifan osoo isheen Yuunvarsiitii hin galiin duraan kaasee beeka. Guyyaa tokko Siifan kutaasaatti waamee carra
Barnoota alaa akka laatuuf itti hime. Siifan reefuu ji'a 6 hojjetti. Akka seeraatti hin kennamu ture. Garuu sababa adda addaa walitti sassaabee carraa kana akka isheef
laate itti hime. Siifan gammachuurraa kan kaatee bakka teessuu ol kaatee dhufte itti
marmite. Innis ofittishee qabe. Osoo hin beekiin miira addaa keessa seenan. Kana gidduutti bilbilli Siifan iyyinaan na'anii wal gadhiisan. Siifanis piroofeser ani olmaa
keessan baasee hin fixu. Kallattii hundaan waan hunda isinan gargaara baayyee kabajamaa jetteen. Pirofeserichis deebiseefi
egaatii erga jette, galgalatti Irbaata si
affeereera ittiin jedhe. Ishe......Itti fufa
#share osoo hin godhiin bira dabarran seenaan si gaafata
Channel keenya join godhaa
Ittin bohaaraa irraa baradhaa!
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
Yaadni kessan utubaa sibiilaa Caalaa Utubee na dhaaba yaada keessan keessan naan ga'aa
Yoo sinitti toles nu jajabeessaa
Qopheessan @sool_dave
Yaadaf 👇👇
@SOOL_DAVE
Quunnamaa!!!