Forward from: NEAEA (Afaan Oromoo)
Barattoota keenya kutaa 8ffa 10ffaa fi kutaa 12ffa qoramtan hundaaf Gorsaafii Eebban isiniifan qaba
GORSA
- Akka akka amantaa keessanitti Waaqa
kadhadhaa qormaaticha jalqabaa
- Ajajoota waraqaa qormaataa sanarra jiran
of eeggannoodhaan dubbisaa
- Gaaffilee hunda qalbiidhaan irra deebi'aa
dubbisaa
- Filannoowwan jiranis hanga dhumaatti
dubbisaa. Utuu filannoo jiran A - D tti hin
dubbisiin gaaffii sana hin deebisiinaa
- Gaaffilee deebiinsaanii wallaaltanii yookiin
shakkitanii irra dabartan booda deebitanii
guutuu hin dagatiinaa
- Yeroo keessanitti haalaan fayyadamaa. Yoo
daftanii fixxanillee irra deebi'aa ilaalaa
malee baatanii deemuuf hin ariifatiinaa!
~
2. EEBBA
Callaafi calleensa galfadhaa
Addaafi addunyaa argadhaa
Abidda tulluurraa ta'aa
Bakka karoorfattan ga'aa
Hamaafi hammeenya hin qabiinaa
Deebii yaaddan hin dhabiinaa
Qabxii tuulaa gumbii goobsaa
Oromoofi Oromiyaa boonsaa!
Dhadhaa ejersaan haa dibamu qubni keessan
Akka warqeetti haa miidhagu dhumni
keessan!
~
Haala mijataa hin taane keessatti nu
boonsitanii argineerra! Ammas sana caalaatti
sin abdanna! Jajjabaadhaa ijoollee keenyaa!
✍ @sool_dave
@NEAEA_AfanOromo