❤❤Obsaan dubbisi
🔻Abbaa fi mucaatu ture : guyyaan dhaloota (birthday) mucaa isa dhiyaachaa akka jiru beekee abbaan isaa mucaa isaatin yaa mucaa koo guyyaan dhaloota kee dhiyaacha jira.
Kanaaf guyyaa dhaloota kee bifa adda taheen siif kabajna jedhaan ture.
Haa tahu malee mucaan dursee dhukkubaan qabamee waan turef mana yaalaati beellama qaba ture.
Abbaan mucaas mucaa isaa fudhatee gara mana yaalaa deeme. Achis gahani, dhukkubni mucaas beekame. Ogeessi fayyaas
Maal gochuun akka danda'amu Abbaa mucaatu hime. Dhiifama guddaa yaalii arifachisaatu barbaachisa waan ta'eef
Mucaan kee cisee yaalumu qabas jedhen.
Abban mucaas naasu guddaadhaan weeraramee "tole doctor akkuma ati jette haa tahu "jedhen.
Mucaas ciibsanii yaaliin godhamuufi eegale.
Torbee tokkoof yaaliin taasisfameef, tahus fayyuu hin dandeenye ture.
Haa tahu malee mucaan mana yaala ciisee yeroo bayyeedhaaf irra deddeebiidhaan Abbaa isaatin akkas jedha ture"abbaa koo guyyaa dhaloota koo bifa addaattin akka dabarsinu natti himteta. Tole abba koo garuu guyyaa gaafa sanaa kennaa guddaa ati naaf laachuuf qophessite maalidha "jedhee gaafata ture.
Abban garuu akkas jechuun deebisaaf ture"mucaa koo yeroon isaa hin geenye gaafa ga'u atis ni hubatta "jedhaan ture.
Sana booda mucaanis yaalii isaa xumuree gara manaatti deebi'e.
Haa tahu malee Abbaa isaa arguu hin dandeenye ture. Namootas ni gaafata ture.
Guyyaan dhaloota isaas ga'ee, Bakka abbaan isaa hin jirretti kabajamuu eegalee jira.
Mucaan garuu Abbaa isaa egaa jira , abbaan koo kennaa naa fidee dhufa jedhe. Haa ta'u males abbaan mucaa him dhufin hafe.
Kabajanis fixanii mucaan waan hundii bitaa itti galee, eessa buutee Abbaa isaatis dhabee waan godhu wallalee ;yeroon isaas dhiya waan turef rafuuf jecha gara siree isaa deeme. Siree isaa irraa tahees boo'uu eegalee.
"Maalif Abbaa koo? maaf Abbaa koo? Maalif akkas na goote? "Jechuudhaan mankaraare.
Haa tahu malee yeroo makaddaa(boraattii) isaa ol fuudhu waraqaa cittuu irratti barreeffama akkas jedhu 1 arge" mucaa koo hin yaadattaa mana yaala keessa ciistee waan na gaafatte? Akkas naan jettee turte;Abbaa koo guyyaa dhaloota koo irratti kennaa guddaa maal naf keennita?
Anis yeroon isaa amma miti siin jedheen ture. Mucaa koo yeroo ati mana ciiste turte ogeessi fayyaa mucaan kee kana booda jiraachuu hin danda'u dhukkuba onneettin qabamera Naan jedhee ture. Kanaaf ati jiraachuuf dirqamaa onneen kan biraa akka si barbaachisu natti hime. Mucaa koo anis kana beeken onnee koo siif kenne.
Akka ati jireenyatti jiraatuf jechaan onnee koo siif keenne.
HAPPY BIRTHDAY MY SON"
jedha ture. 🙊🙊
#Share
#Share
#Share 🙏🙏🙏
👉 Join Us @qormaatabiyyaalesaaf
@qormaatabiyyaalesaaf