Jumu'aa Asrii booda kana Jaalala Rabbii irraa wal haa yaadachiifnu:
****
Gammachuun, tasgabbiifi haara galfiin Muโuminaa hunduu Rabbii jaalatuuf ajajamuu keessa jira. Hoggantoota addunyaa baayโee dirqamaan ittiin bulama. Osoo humni isaanii hin jiraannee ykn adabbiin hin jiraannee ittiin hin bulamu. Garuu Muโuminni gaafa Rabbii isaatiin bulu kaโumsi jalqabaa jaalala Rabbiiti. Dhugaadha Rabbiin sodaatanii, rahmata isaa kajeeluufis ittiin ni bulama. Kun garuu jaalala Rabbii wajjin taโuun dirqama. Kanaafuu Muโuminni Rabbii isaatiin buluu qallaba qalbii, qananiifi haara galfii isaatti beeka. Addunyaafi aakhiraatti ittiin milkaaโa.
Jaalalli Rabbii qalbiin gara Isaatti dabuufi waan hundarra isa filachuu of keessaa qaba.
Rabbiin jaalachuun Muslima hundarrattuu dirqama. Wallaalaa lubbuu isaa miidhe malee kaan jaalala Rabbii hin dhiisu. Inumaa jaalalli kamuu kan Rabbii irra caaluu hin qabu. Jaalala Nabiyyiituu (saw) kan Rabbii hordofee dhufuu qaba. Dogoggorri guddaan jiru duโaatonni baayโeen jaalala Nabii (saw) malee, isaanii jaalala Rabbii haasaโanii hin dhagaโamu. Warra Nashiidaatii jaalala Rabbii dubbatuu dhagaโee hin beeku. Kun tarkaanfii sirraaโuu qabuudha.
Namni Rabbii isaa caalaa, amantii Islaamaafi Nabiyyii isaa [saw] caalaa wantoota saddeettan armaan gadii jaalate salphateera.
{ูููู ุฅููู ููุงูู ุขุจูุงุคูููู ู ููุฃูุจูููุงุคูููู ู ููุฅูุฎูููุงููููู ู ููุฃูุฒูููุงุฌูููู ู ููุนูุดููุฑูุชูููู ู ููุฃูู ูููุงูู ุงููุชูุฑูููุชูู ููููุง ููุชูุฌูุงุฑูุฉู ุชูุฎูุดููููู ููุณูุงุฏูููุง ููู ูุณูุงูููู ุชูุฑูุถูููููููุง ุฃูุญูุจูู ุฅูููููููู ู ู ููู ุงูููููู ููุฑูุณูููููู ููุฌูููุงุฏู ููู ุณูุจูููููู ููุชูุฑูุจููุตููุง ุญูุชููู ููุฃูุชููู ุงูููููู ุจูุฃูู ูุฑููู ููุงูููููู ููุง ููููุฏูู ุงููููููู ู ุงููููุงุณูููููู (24)} [ุงูุชูุจุฉ: 24]
โYoo abbootin keessan, ilmaan keessan, obboleeyyan keessan, niitiwwan keessan, firoonni keessan, qabeenyi isin horattan, daldalli isin hirโachuu ishee sodaattaniifi manneen isin jaallattan Rabbi irra, ergamaa Isaatiifi karaa Isaa keessatti qabsaaโuu irra gara keessanitti jaalatamaa taโe, hanga Rabbiin murtii Isaatiin dhufutti eegaaโ jedhi. Rabbiin ummata finciltoota hin qajeelchu. [Attawbaa: 24]
Qabxiilee jaalala Rabbii namaaf agamsiisan kudhan yeroo darbe barreesseen ture isa daawwachuu dandeessu.