Tokkootu dallanee😳😒 fuula guuraa😕 akkana ja'ee barreyse...
" Ijoolle afaan oromoo yemmuu haasofnu nigiggiriin keenya hundi isaa chiggirii qaba, waan na garramu keysaa namni baayyeen fb irratti yemmuu tsaafu fidalli isaa tikikkilii miti, qalaaqqalee tsaafa! Yeroo baayyee nan taazzaba namni baayyeen waan kana tukratii ittin kannu, silaa ginizzaabee keysa galchinee afaan oromoo nutsuu san haasa'uu ni dandeenya, bataley nuti hawaasni oromoo waan kana astakaakkaluuf cannaqamnee tukratii addaa itti kanninee haa hojjannuu.
begzaabeer itti yaadaatii of sirreysaa"
Jaalo!Ofii afaan maal haasawaa jirtaa mooji!😁
😂😁 😂😂😁😂