To night
We will gonna Pray For Those
1.Whom get faced hinderances and difficulty
At Dating, Waiting and in wedlock(marriage)☜
2.For those whom in divorced ☜
3.For whole family life at risk☜
4.For those whom their marriage is totally collapsed and
5.For those who could not come across marriage.
Har'a Galgala warreen Rakkoowwan armaan gadii qabaniif ni kadhanna
1.Warra gaa'elaaf wal-qorachaa jiraniif☜
2.Warra wal-kaadhimatanii jiraniif☜
3.Warra gaa'ela keessa jiraniif☜
4.Warra gaa'ellisaanii diigameefi☜
5Warra gaa'elatti galuu sodaataniif ykn dadhabaniif☜
Yeroonsaa akkuma barame halkan gara erboo obboroo sa'a 9:00-10:0tti
ዛሬ ማታ የሚከተሉት ችግር ለገጠማቸው እንጸልያለን
1.ለጋብቻ መጠናናት ላይ ላሉ☜
2.ተጫጭተው ለሚገኙ ☜
3.በጋብቻ ሕይወት ውስጥ ስውር ችግሮች ላለባቸው☜
4.ትዳራቸው ለተበተነባቸው እና ☜
5.ወደ ጋብቻ ለመግባት ለሚፈሩ ወይም ላልቻሉ☜
የሚከተለውን ማስፈንጠሪያ በመጫን በቴሌግራም ቻናል ላይ ጸሎቱን ይቀላቀሉ
ሠዓቱ እንደ ተለመደው በአገራችን የሠዓት አቆጣጠር ከለሊቱ መንፈቀ ንጋት (9:00-10:00PM)
☞@evangelismby
Liinkii ykn utaalchiftuu armaan gadiitti bu'uun fuula telegiraamiirratti nu argattu
@evangelismby
You can praye with us on telegram by using the following link @evangelismby
Notes:The time is 9:00-10:00 PM
Thank you!
Share specially for those whom are suffering by the above marriege problems
በዚህ በጋብቻ ነክ ነገር ለሚሰቃዩት አጋሩ
Warra rakkoowwan armaan olitti tarreeffamaniin rakkatan yoo beektan faana kana laadhaafi
Tarii namoonni tokko tokko nuu hojjechuu dide kan jettan
@evangelismby 'koppii' gootu sana booda fuula telegiraamii keessanirratti 'pesti' gootu.
Ergasii sinii hojjeta.
Eebbifamaa!