Forward from: Caalaa Bultume
Abbaatu daa'ima isaa wajjin haasa'a
Daa'ima:- baabbaa! Prezdaantii jechuun maalidha?
Abbaa:- prezdaantii jechuun geggeessa/dura bu'aa jechuudha fakkeenyaf ani prezdaantii mana kanaati
Daa'ima:- harmeenoo maalidharee?
Abbaa:- harmeen ministeera maallaqaati
Daa'ima:- akkoon koohoo?
Abbaa:- akkaankee basaastuudha
Daa'ima:- anihoo? Babbaa
Abbaa:- uummatadha ati
Yeroo biraa abbaan hojii deemee mana isaanii namni biraan dhufa. Isa booda daa'imni kun dokatee abbatti bilbilee akkas jedha...
Hello baabbaa ... mana keenya prezdaantin biraa dhufeera ministeerri maallaqaa shir gud jichaa jirti, basaastuun rafteetti, uummanni dhiphataa jira 😂
👍 Like tuquu hindagatin
Hiryoota kee 5f ergi!
👉Kan Bira Argachuuf 👇👈
Join👉👉 @walaloo_poet 👈👈