As.wr.wb
Hadiisa akkaan nama rifachiisu kana oso hin
dubbisin bira hin dabrin!
nabiyyiin keenya s.a.w waa'ee fatanaa guyyaa
Qiyaamaa yammuu dubbatan akkana jedhan:
rabbiin s.w guyyaa qiyaamaa erga ilma namaa
hunda wantoota 4 irraa gaafateen booda kan
qormaaticha dabree fi kan kufes akka gara Jannataa
deeman ajaja jedhan garuu oso jannata
hin geenye riqicha Jahannam gubbatti argamu kan
Siraax jedhamu kan rifeensarra qal'aa kan Seyfirra
qaraa kan jalli isaa jahannam gubbarra dabruun
dirqama jedhan, kan qormaaticha
dabran akkuma hojii isaaniitiin garii akka
hangaasuu, garii hamma liphuu ijaa, garii akka farda
collee, garii akka nama akkaan figutti riqicha kana
irra darbaa oso jiruu namni hojiin keyrii isaa baay'e
xinnaa ta'e kan lafa irra shorroqu tokko dhufa jedhan
yero kana riqicha kana gubbaa shorroqaa hookkoo
riqicha kana irratti argamuun qaamni isaa kutamee
garuu wanta hojii keyrii qabuuf shorroqaatuma gara
jannataa darba jedhan, kana booda warri qormaata
kufe hundi riqicha kana irraa harca'anii jahannamitti
dhuman jedhan s.w itti dabalanii ergamaan rabbii
Qur'aana keessaa ayaata kana qara'an
ﻭﻧﻨﺠﻲ ﺍﻟﺬﻳﻦ ﺍﺗﻘﻮ ﻭ ﻧﺬﺭ ﺍﻟﻈﺎﻟﻤﻴﻦ ﻓﻴﻬﺎ ﺟﺜﻴﺎ
warreen rabbi sodaatan najaa baafna kanneen dilii
dalaguun lubbuu isaanii miidhan hunda jahannam
keessatti isaan lakkifna jedhe rabbiin s.w
yaa Rabbi warra qormaata kufee siraax irraa
harca'ee ibidda jahannamitti dhumu nun taasisin! Ya
Allah najaa nu baasi yaa rabbi!
SHARE GODHAA WAL YAADACHIISAA .... JZK