Walaloo jalalaa ๐Ÿ’œ


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Jechoota mimiidhagoo asiin dhageessuu danda'eesuu see more....... ..@gola_jaalala

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


https://t.me/metaland_bot/click?startapp=6349811782
Who's ready to join the memeverse?
Guyyaa tokko 1 qofaatu hafeef lesit taa'uf daafaa jalqabaa doorala walitti qabadhaa


Sodaan kufaatii gammachuu moo'ichaa irraa si hin dhorkini! ๐Ÿ…


๐Ÿ‘‡



Jireenya ofii keetiif waadaa galte sana yoom eegalta?



๐Ÿ‘†@walaaloo_jalalaa


Barfattee rafuun barfattee milkaa'uu yoo si oolche, barfadhuu rafi! ๐Ÿ”ฅ


Ati hanga of yaaddu caalaa,

Miidhagina
Beekumsa
Dandeettii
Kutannoo
.
.
.
qabda!

Sammuun keenya eenyummaa keenyatti amanuu caalaa shakkuu filachuu isaa hubachuun qalbii kee yaadota positive dhaan guuti!

@walaaloo_jalalaa


Ijoolleen shamarranii gaafa bofa argan uuuu jedhanii iyyaa baqatu Akka waan wal hin beeknee.
Dhiisaa nutoo barreerraa wal hin baqatiinaa firooma qabduu๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
@walaaloo_jalalaa


Jireenya akkami jiraachuu qaba?

Jireenya gammachuu fi milkaa'ina qabu jiraachuuf, namni tokko wantoota gurguddoo armaan gadii irratti xiyyeeffachuu danda'a:

1. Kaayyoo fi Mul'ata qabaachuu: Kaayyoo cimaa fi ifa ta'e qabaachuun nama kakaasa. Mul'anni kee sirriitti ibsame yoo jiraate, tarkaanfii fudhachuun salphata.


2. Walqunnamtii gaarii: Namoota si cina dhaabbataniifi si deeggaran qabaachuun bu'a qabeessa. Barsiifachuunis, waliif galuunis, waliin taphachuunis barbaachisaa dha.


3. Barumsa fi Hojii Dargagummaa: Barnoota tajaajiluuf fayyadamuu fi dandeettii horachuu dandeessisuuf yeroo itti kennuufiin, akka nama jabaataa fi beekamaa taasisa.


4. Barsiisuu fi Waan Gammachiisu Dalaguu: Namni hojii inni jaallatu yoo dalage, hojiin isaa hafuura lafa jala keessatti akka gaariitti mul'ata.


5. Nafee fi Namaa Jaallachuu: Namoota biroof garaa laafummaa, kabaja, fi jaalala qabachuun walitti dhiyeenya fi gammachuu fida.


6. Qorsa fi Fayyina Sammuu Qabachuu: Miira fi sammuu wal-qixxummaan qabaachuun, jireenya milkaa'aa jiraachuuf bu'uura.



Akkasumas, jireenya keessoo fi amantii keenyatti fayyadamuun yeroo baay'ee gara tasgabbiitti nama fidee namatti dhiyeessa.


@walaaloo_jalalaa ๐Ÿ’Ÿ


๐Ÿ”ทDambii lakk 1 : .

๐Ÿ‘‰ Gonkumaa jaalalaan hin qabamin

๐Ÿ”ทDambii lakk.2 : .

๐Ÿ‘‰ Yoo bareedduu taate seera lakkoofsa 1 dagadhu.

๐Ÿ”ทDambii lakk 3 : .

๐Ÿ‘‰Yoo isheen kan si hin jaalanne ta'e,ย  sana booda seera lakk : 1 yaadadhu

@walaaloo_jalalaa


๐Ÿฅ‡"Gammachuun waan barbaaddu hunda argachuu miti Waan qabdutti gammadi, sababni isaas qarshiin gammachuu hin bitu. Naannoo kee baayโ€™eetu jiru akkasumas isaan keessaa muraasa qofa argatta, yeroo dadhabbii kee keessatti... See More
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ’˜

โž– See More
See More

Haalota jirtu keessatti madda gammachuu qlqulluu 4 kanneen hin dagatin....โ˜‘๏ธ See More

@walaaloo_jalalaa ๐Ÿ’”๐Ÿ™๐Ÿ™


https://t.me/FinchAirdropBot?start=41319
Link kan gadii tuqaa dollar ๐Ÿ’ต waliti qabadhaa๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™


Qarshii yeroo of harkaa qabdu, si qofatu of dagata; qarshii yeroo of harkaa hin qabnemmoo addunyaa si dagata. Kun egaa jireenya!
โœ๏ธ@walaaloo_jalalaa ๐Ÿ™๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”


Dubbiilee Gaggaarii Guyyaa Guyyaadhaan ofirratti Dubbachuu Qabdu โœ๏ธ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1. Ani nama gaarii dha!
2. Ani bareedaadha!
3. Ani nan hojjedha!
4. Ani nan jaaladha!
5. Ani dhiifama godha!
6. Ani nama mul'ata qabudha!
7. Ani nan galateeffadha!
8. Ani nama abjuu qabudha!
9. Ani nan baradha!
10. Ani nan dubbisa!
11. Ani nama gadi jedhudha!
12. Ani obsa nan qaba!
13. Ani ajajamaadha!
14. Ani nama milkaa'aa dha
15. Ani tattaaffii godha!
16. Ani fayyaa qaba!
17. Ani dhaggeeffataa dha!
18. Ani nan gammada!
19. Ani dureessa!
20. Ani nama kabaja qabudha
21. Ani nama dubbii koo eegudha!
22. Ani amanamaa dha!
23. Ani carraa qabeessa!
24. Ani gaggeessa dha!
25. Maallaqa koo sirnaan itti fayyadama!
26. Ani nama kennudha!
27. Ani nama yaada gaarii qabudha!
28. Ani nama gatii guddaa qabudha!
29. Ani jabaadha!
30. Yerootti sirnaan fayyadama!
31. Ani nama tasgabbaa'adha!
32. Ani michuudha!
33. Ani namummaa gaarii qaba!
34. Ani boqonnaa qaba!

@walaaloo_jalalaa ย  โฒ๏ธ


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Imimmaan jaalalaa see......More...@@walaaloo_jalalaa


โœ”๏ธGuys airdrop haaraa kanan wal baraa #FINCH jedhama dhengadda afaan English dhan isinif maxxansinee turre

โœ”๏ธYeroo amma kana hojiinsaa daily seenun qabxi walitti qabachuufi referal link keessan nama affeerun qabxi walitti qabachu dandeessu

โœ”๏ธAmmuma withdraw gochus ni dandeessu Tonkeeper fi tonspace irratti garuu ammatti swap akkasumas trade gochu hin dandeessan February 2,2025 booda garu dolaratti swap gochu ni dandeessu

โœ”๏ธAmmaf eegalaa yeroo trade tahu eegalu isinitti himna

โ†—๏ธJalqabuuf โžก๏ธ https://t.me/FinchAirdropBot?start=41319


Yeroon si argee hundaa irraa deebi'ee jaalalan qabama.....see more..@walaaloo_jalalaa ๐Ÿ’”๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ


โœ”๏ธGuys airdrop haaraa kanan wal baraa #FINCH jedhama dhengadda afaan English dhan isinif maxxansinee turre

โœ”๏ธYeroo amma kana hojiinsaa daily seenun qabxi walitti qabachuufi referal link keessan nama affeerun qabxi walitti qabachu dandeessu

โœ”๏ธAmmuma withdraw gochus ni dandeessu Tonkeeper fi tonspace irratti garuu ammatti swap akkasumas trade gochu hin dandeessan February 2,2025 booda garu dolaratti swap gochu ni dandeessu

โœ”๏ธAmmaf eegalaa yeroo trade tahu eegalu isinitti himna

โ†—๏ธJalqabuuf โžก๏ธ https://t.me/FinchAirdropBot?start=41319


๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐€๐›๐š๐›๐š๐š ๐Š๐š๐ง๐š ๐‰๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ญ๐ฎ ๐๐จ๐Ÿ๐ญ๐ข ๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐“๐จ๐ค๐ค๐จ ๐“๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š๐ง ๐€๐๐ ๐†๐จ๐๐ก๐š๐๐ก๐š๐š!!ย ย ย ย 

ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนย ย 
ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน
ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿฅ€ ๐ŸŒน ๐Ÿฅ€
ย ย ย ย  ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
ย  ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒน
ย  ๐ŸŒน๐ŸŒฟ๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒฟ
ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ.ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒธย  ๐ŸŒธ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ.ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ.ย ย  ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ ๐ŸŒฟ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ.
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ.
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ.
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐ŸŒฟ
๐‘ต๐’‚๐’Ž๐’๐’Š ๐‘ฑ๐’‚๐’‚๐’๐’๐’‚๐’•๐’•๐’‚๐’ ๐‘ธ๐’๐’‡๐’•๐’Š ๐‘ฎ๐’‚๐’…๐’Š ๐‘ป๐’–๐’’๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚!!!

๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ: @walaaloo_jalalaa


An tasa sin hin jedhu
bor gammaddee jiraatta
Isa amma gadditee
keessikee boqota


Kan aarsani si gubaan
si miidhan guyyoota
Bor aduun sif ba'ee
gumaa isaan baata


Isa amma midhamte
sitti tola laata
Guyyoota boquu buuste
bor ol jette demta


Kan yaada si fuudhe
onneekee madesse
Gocha kankeen ala
sammuu si dhiphisee


Sitti ta'ee dhiphu
baay'ee si gidirsee
Yaadakee fudhee badee
oliif gad kaase


Akka aaran galfannee
yoo demte yoo tesse
Guyyaa aduun bahuu
sitti dukaneesse

Dandeetti kee hundaa
si duraa ukkaamse
Mogoleekee dhahee
hamilee si buuse


Iddoo kan kee taa'e
sitin ala baase
Isa fulduraa dhiise
Duuba si ilalchise

Si takalee malee
Yoom si tarkanfachisee
Fiigichakee kutee
Cabsee si hambisee

Join/ godhaโคโคโคโค

https://t.me/walaaloo_jalaala


Gaabbeera!

Amartiin gatiin qabdu
Gaafa jirtu qubatti
Ergasiin buutee baddee
Garaan gaabbiin gubatti

Homaa nattin fakkaanne
Gaafan siin gargar ba'uu
Ergan sidhabeen bare
Ati naaf qaalii ta'uu!...

Hunda keessaa filattee
Onnee keerra na keessee
Osoo na kunuunsituu
Akka haadha na deessee

Dhugaadhaan na jaalattee
Osoo naaf kuftee cabduu
Borii keef na abdattee
Osoo naaf qalbii dhabduu..

Dhiibbaa firaafi ormaa
Gorsa maatii lagattee
Anaaf osoo jiraattuu
Ofii keellee dagattee..

Waa'ee kee gaafan yaadu
Guggubee na belbelcha
Oolmaakee dubbachuufuu
Homaa hin qabu jecha

Garuu maal godharee!...

Jaalala naaf laatteef
Yeroos sittan boone
Ati akkas naaf taatus
An homaa siin goone

Bar hiikaan jaalalaa
Yeroos naaf hin galle
Jaalala keef deebiin~jaalala maleessa
Boonni siif hin malle

Biqiltuu jaalala keenyaa
Isan kichuutti kolaase
Har'an hubadhee gaabbee
Imimmaan lakkuu lolaase

Wallaalummaan na miidhe
Boona fidee qananii
Har'a siif dhiiga boossi
Osoo onnee koo bananii

Kunoo jiruu wollaalee
Halkanii guyyaan ciisaa
Naaf deebiyi lubbuukoo
Hanga durii sin kiisaa

Ofiin of adabeera
Kan facaasan aramuu
Sitti balleessuun kiyya
Eessattuu haa baramuu

Kan akkakee hin argadhu
Biyya kamuu imalee
Oksijiinii somba koo
Hin jiraadhu simalee

Hir'ina koo sirreessee
Boona koorraa dhaabbeeraa
Adaraa waan ofii koo
Naaf deebiyi gaabbeeraa!

โœ๏ธ... @gola_jalalaa
#join
#share


Join/Godhaa


โœ”๏ธGuys airdrop haaraa kanan wal baraa #FINCH jedhama dhengadda afaan English dhan isinif maxxansinee turre

โœ”๏ธYeroo amma kana hojiinsaa daily seenun qabxi walitti qabachuufi referal link keessan nama affeerun qabxi walitti qabachu dandeessu

โœ”๏ธAmmuma withdraw gochus ni dandeessu Tonkeeper fi tonspace irratti garuu ammatti swap akkasumas trade gochu hin dandeessan February 2,2025 booda garu dolaratti swap gochu ni dandeessu

โœ”๏ธAmmaf eegalaa yeroo trade tahu eegalu isinitti himna

โ†—๏ธJalqabuuf โžก๏ธ https://t.me/FinchAirdropBot?start=41319

20 last posts shown.