Turullee Dhugatu Mo'ata


Channel's geo and language: Somali, Somali
Category: Religion


Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Somali, Somali
Category
Religion
Statistics
Posts filter


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Dhugaan #qarqaarsa_Rabbii #qofaan_galma_gaha. Kanaafuu qarqaarsa namaatti hin hajamu. Islaamummaan nuun alattillee galma ni gahaa, nu garuu Islaamummaan alaa Laga tokkollee ce'uu hin dandeennuu jechuu beekaa.

https://t.me/Xaaliburidallah


#Magaalaa_Kuyyaraa

Sagantaa #Leenjii_Islaamummaa Addunyaaf jedhu guyyaa 27/04/2017 or 05/01/2025 Barattoota mana baruumsaa #naannoo_Kuyyaraatti argaman gara garaatii haala bareedan kennamee nagahaan xumurree jirraa Alhamdulillah.

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Nyaata keessaa mataadhaa hawaasa Sidaamaa biratti. Hayyoonni diin nuuf mataa keessummaa keennati jedhanii dhangaa dinqii kana nuuf Kennan.

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
#Yaa_dinqii‼️ Harreen woyyoomaa itti fe'achuun hin ta'uu‼️ garuu gaafa harreen dhalte diggisii guddatuu hojjatamaa, firri waamamee shubbisuu‼️

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Mee dhageefadhaa #beekuun_gaarimaa‼️Maaltu beekaa Rabbiin tanaa nu baasuun Malaa‼️

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
#Kutaa_4ffaa, Dhugumatti ni xaaranii gaafa Helekooptaraan nama kafarsiisuu yaalan ammoo garuun ni kasaaranii‼️
Seenaa Qalbii namaa madeessu. Bu'aa bahii Diinii biyya keennaa, Kokkossaa gahaa baruu feenaan.

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
#Kutaa_3ffaa, Dubartii cinqaa ciniinsuu keessa jirtu #Yesuusiin#goofta jettu malee #konkolaataa nu wojjiin #hin_yaabbattu jedhaniin‼️ Seenaa Qalbii namaa madeessu. Bu'aa bahii Diinii biyya keennaa, #Kokkossaa gahaa baruu feenaan.

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Kutaa 2ffaa, Seenaa Qalbii namaa madeessu. Bu'aa bahii Diinii biyya keennaa, Kokkossaa gahaa baruu feenaan.

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
#Kutaa_1ffaa, Seenaa Qalbii namaa cabsu. Bu'aa bahii Diinii biyya keennaa, #Kokkossaa gahaa baruu feenaan.


https://t.me/Xaaliburidallah


#Bulbulaa fi Ganda #Hurufa_Lolaa (maqaa ammaatiin #Hurufa_Tolaa).

Sagantaa da'iwaa guddaa Aanaa Adaamii Tulluu jiddoo Kombolchaa, ganda Hurufa Lolaa fi Magaalaa Bulbulaatti jidduu magribaa fi Ishaa'iitti guyyaa 19/04/2017 gegeessun, guyyaa 20/04/2017 ammoo Leenjii Islaamummaa Addunyaaf jedhu hanga sa'aa 7:00 kennuun haala bareedan goolabnee nagahaan gallee jirraa. Hawaasa jaalaa fi diiniifii yeroo barbaadanitti qophaayee awwatu, galanni keessan Firdoosiin haa ta'uu. Amiiiiiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Hawaasni Kun Rabbii gaditti eennun eeggata beektuu?

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Ammaa kufnaa, seenaa hafu haa hojannuu.

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Hanqoon eennuun bira laata?

Ergamaa ergaa isiniin gahe, gama ummata keennaa maaf dhufuu dhabe jedhanii yeroo isaan nu gaafatan, maal deebisuu qabnaa ture⁉️

https://t.me/Xaaliburidallah


Video is unavailable for watching
Show in Telegram


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
#Duulaa gegeeffamaa jiru tana #quba_qabduu?

https://t.me/Xaaliburidallah

17 last posts shown.