OLA File


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


ABO/WBO ❤💚❤ OLA 👈

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Qubsuma diinaa buqqiisun cimee itti fufa.
QBO hojii kee cimsii itti fufi leencichi hojii boonsaati jira.
IUOf
❤💚❤






Oltii WBO guyyaa ar'aa.
💪💪💪
❤💚❤


Warri Oromoo koloneeffatan duula karaa hundaa irratti banan. Akka humnatti hin deebineef jaarmaya hawaasa isaa hundaa diigan. Maanguddoota isaa fixan. Amantii isaa seeraan dhorkan. Duula qor-qalbii itti bananii akka inni of jibbu, eenyummaan isaa badu godhuu irratti bobbaan. Oromoo of tahuu dhiisee orma tahuuf akka yaalu irratti hojjatan. Oromoo tahuun kan jibbamu, alagaa tahuuf yaaluun kan faarfamu tahe. Oromoon akka of tuffatu, wal tuffatu, orma ammoo akka faarsuu fi jaju godhuu irratti bobbaan. Hara illee mallattoon duula kana Oromoo keessaa qullaaee hin dhabamne.

Sabboonummaan Oromoo dhalatee dagaagaa haa jiraatu malee amma illee mataa gad qabachuun, ormaa gaditti of ilaaluun ni jira. Oromoon wal amanuu irra alagaa amanuu fi isaaf amanamaa tahee mulachuutu irraa calaqqisa. Ilmi Oromoo of tahuu dhiisee orma tahuuf tattaafata. Saba isaaf hojjachuu irra ormaaf hojjachuu filata. Wal irratti amantii hin qabu. Waliif ajajamee, wal jala deemee dantaa isaa waloo barbaadachuu irra wal harcaasee, wal irratti duulee wal abaaruu dursa. Ummatni cunqursaa jala jiru gabroomfataa irratti duuluu sodaatee walitti deebi'uun amala cunqurfamootaati. Oromoonis kana calaqqisa.

Ummatni of irratti amantii hin qabne wal ijaaree galii ka'eef gahuu hin dandau. Of irratti amantii horachuun of abdachuutti geessa. Kan of abdatu ammoo sochoee waan barbaadu argachuu dandaa. Bilisummaa argachuuf kan dursuu qabu of ijaaruu fi waliif abboomamuu dha. Kan of tuffatuu fi wal tuffatu ammoo ijaaramee galii kaeef gahuu hin dandau. Akkaataan kun geeddaramuu qaba. Kan geeddaramuu dandau ammoo ilma Oromoo mata mataa irraa kaee tahuu qaba. Oromoon nam-tokkee walitti kuufamanii saba Oromoo tahu waan taheef akkaataa ilmi Oromoo tokko itti yaadu geeddaruun hawaasicha geeddaruutti geessa.


~Ulfa Shira Shirtootaa Dhangalaasanii Sakaallaa Marfama Gabrummaa Cabsuun Of-Ta'uurraa Madda!

Xurree qabsoo wal'aansoon guutamte of-ta'uu ilkee kaayyoon alanfatuu, argi. Ofta'anii jiraachuun ofkaltii nyaatamuu qor-qalbii ilma namaaf beenyaa herregaan hinshallagamne gumaachiti. Ofta'uun wadaroo miixuu kaleessaafi har'a walitti michoomsee egeree seenaa tolcha. Humni ofta'uu, egeree qannoofi qananii guyyaa borii michichila onnee nama kaayyoorratti dhoobee faajjii milkaa'ina dhugaa olkaasuu keessaan mul'ata.

Xurree qabsoo wal'aansoon itti heddumattu ilkee obsaafi kaayyoo ofiin alanfatanii galma gahiinsa mul'ata dhaloota egeree tolchu. Imalli kaayyoo yoo ofta'an malee akka farda luugama hinqabneeti. Ijibbaanni bu'aa ba'ii guyyaa kaleessaa yoo ofta'an qoraasuma guyyaa boriin urgeessanii hamilee egeree dhalootaa har'aaf borii jajjabeessu.

Quba qabaadhu! Warraaqaan of-ta'e sakaallaa geengoo gabrummaa waanjessaa hurreessa. Ofta'ii, walta'uun ammoo dorrobaa abjuu dhalootaa milkeessuun ulfa shira diinaa gatachiisi. Xurree qabsoo wal'aansoon guutamte kan kaleessa abboonni dhiigaaf lafeen tattaraaran of-ta'uu ilkee kaayyoon alanfatanii abjuu dhalootaa dhugoomsuu, beeki. Oromummaan dhiiga kanaaf Oromoon Tokko! Oromiyaan biyyaa keenya!

Oromiyaan Biyya!
Jaal Gamtaa Wbo


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
OLA , 💪 Mee sirritti dhageefadha waan WBOn jeedhu 💪
PPn ho kana agartee maal jeettii laata ? Kadireen PP offfiraatti fincaahun amma'ka .! Dutti PP amma'ka !
Oromiyaan bilisoomuun Ammaa'ka
OPDO/PPn barbaadeesun amma'ka!
IUOF‼
💪💪💪
❤💚❤


Oduun Jalduu irraa dhufaa jiruu PPn waranashii akkekachiftti jirtti . Kunis Waan WBOn Jalduutti nana'ee jiruuf yeroo xiqqoo keessati Jalduu bilisaa baasaa jedhamaa odeefannoo achi arganee . Eega Haatuun Saynii Nagaasaa nannoo jalduufi Abuna gindabarat irraa harkka OPDO/PP tti keenyatee rakkon jalduu hinkamee ummani kuno hafuraa bafatee jiraa yeroo amma RIB empayerattin dhan ha dararamuu malee. Jalduu karaa hundaan WBOn biyyeetti makaa jiraa
IUOF
💪💪💪
❤💚❤


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Ijoolle PPn qaruxummaaf leenjifatte baadiyyaaf magaalaa Oromiyaa keessa facaaste jirtu tokko tokkoon funaanun itti fufa.

Isiniis namoota hojii misooma hojjeetu fakkachuun isiin keessa deemuf Namoota akkasii Kana Yoo argitan hordofaa nu beeksisa!


Of-Baraara

Impaayeerri maati walitti buusuun lubbuu basiisee yeroo goonfoo dheerefachuun beekamu namoota garaaf bitamanii jiraatan kanneen akka abbaa gadaa, abbootii amantii fi Jaarsa biyyaa ofiin jechuun PPf ergamaa oolan irratti shira hamaa rawwachuuf haal-duree xumurate jira.

Kuniis ajandaa haala yeroo ammaa WBO galchiina jedhu irratti hunda'uun qubsuma WBO ofiif diigu dadhabdeeti warreen haadha kana bakka qubsuma WBOti erguun utuu isaan bakka yaadame sana hin gahiin karaatti ajjeesun kunoo WBOn jaarsoolii fi abbaa gadaa ajjeesan jette dhimma siyaasaaf diraamaa adda addaa itti hojjeechuuf jirti.

Kanaaf qaamni hojii badaa akkasii irratti qooda fudhachuun seenaa badaa ofiirratti hojjeechuuf jirtan ammumaa qabuun akka of-baraartaniif hawaasi odeessa kana akka qubaa qabattan isiniin jenna.

IUOf
Oromiyaan Biyya


Gochii hardha Godina booranaa Aanaa Eelwayyee ganda Saabbatti Raawwatame kana.
Ganda Saabbatti poolisiin Uummata nagaa irratti dhukaasa bante obboleeyyan lama walirratti Rashantee fixxe😭
Ijjoolleen ijjefamte lachuu Obboleeyyan garaati
#Deebanoo_Bonayya_wako
#Xuunnee_Bonayya_wako
Dubraaf dhiira.
Yoo Seerii jiraate Qaamii Yakka kana raawwate Hatattamaan seeratti Akka dhiyaatu jenna.
Warra du'aniif waaqii biyyee sablisinna😪
Maatiif firaa jajjabinna waaqii kenninnaaf.
😭😭😭


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Goodinaa shaawa lixaa annaa Abuunaa gindabarat
Birgeediin Murtii Gutoo dinaa barbadeesse olee .
IUOF ‼
💪💪💪
❤💚❤


PPn nannoo Gindabarat irraa qulqulla'a jirachuu irraa jirtti. WBOn ar'aa kuno kaampii Waraanaa Empayeratti barbadeesse magalaa keesaa bitineese
e oli gadii ariyaa jirra. Kun calqabaa duraatti
Kana booda Finfinnee eega. Eega Haatun Sanyii Nagaasaa jedhamtuu achii deemee kuno waranii guddaan araa godhamee. Kuni Ummata oromoo hundaaf injifannoo guddaa dha.
IUOF ‼
💪💪💪
❤💚❤


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Gimbii 🥰 Jaal Marroo ,
WBO nuu wayya nuufoo , qeerroo Gimbi !
i 💪💪💪
❤💚❤


Репост из: Jabeessaa WBO
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
#መረጃ፦የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በማዓከላዊ ዞን ውስጥ የተኮላሸና በመንደር የተደራጀው አመራር ለረጅም ጊዜ ከወለጋ የተንቀሳቀሰውን ብርጌድ እንዳያልፍ ሳንካ ሆነ የቆየ ቢሆንም ተቆርጦ ከወደቀ በኋላ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት የተለያዩ ብርጌዴቻችን በተሳካ ሁኔታ ከማዓከላዊ ዞን ጋር ተገናኝተዋል......


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Thank you Dr Tsgaye you are nailed it. Keep it up your great work

Namni hundu Osoo akka'ke tahee yoona turee eega Oromoon bilisaa isaa argatee . Siif wayyee qabsoo Ororomoo ganaman sii galee .
Bayyee galatomii 🙏
❤💚❤






OLF-OLA Central Committee Resolutions

(OLF-OLA press release)

The Resolutions Passed by the OLF-OLA Central Committee (CC-OLF-OLA) outline a

comprehensive strategic direction for the Oromo Liberation Front – Oromo Liberation Army
(OLF-OLA) following its nine-day regular session held from November 28, 2024, to December
6, 2024.

This session resulted in key decisions that address the current challenges and reaffirm
the organization's commitment to the Oromo people's struggle for freedom, justice, and selfdetermination.
A summary of the key points:

1. The assembly reaffirmed the mission of the OLF-OLA to honour the sacrifices of our
martyrs by unifying the goals of the OLF and OLA under a single leadership. This unity
has bolstered the OLA, enabling it to extend its reach from rural Oromia to the outskirts
of Finfinne (Addis Ababa) and garner some international recognition for the Oromo
cause.

2. The ruling Prosperity Party has completely failed to manage, let alone resolve, Ethiopia's
escalating political and security crises. The committee highlighted the full exercise
fundamental rights—such as the freedom of assembly, movement, expression, and selfdetermination—remain
unthinkable under the current regime. These violations not only
undermine any aspirations to democracy but also create an environment where peaceful
dialogue and resolution become impossible.

3. The session exposed the regime's so-called “peace” propaganda as a deliberate effort to
mislead both the Oromo people and the international community. This misinformation
campaign attempts to portray a false image of stability and dialogue, while the reality on
the ground is marked by ongoing war crimes, human rights abuses, and political
repression.

The assembly emphasized that under the current regime, the Oromo political
question cannot be resolved peacefully due to the regime's failure to engage in genuine
dialogue.

The persistent injustices therefore continue to justify the need for a lawful and
just armed resistance as a means of securing the Oromo people's rights and freedoms.

However, the OLF-OLA made it clear that they remain open to genuine dialogue — one
that sincerely addresses the political, economic, and social demands of our people.

4. The success of the Oromo cause depends on matching demands with strength.

The
assembly urged the Oromo people, intellectuals, and business leaders to play active roles. in supporting the movement through armed resistance, political activism, and diplomatic
efforts.

5. Attempts by the regime to infiltrate and divide the Oromo liberation movement have
been foiled.

Opportunistic actors with personal agendas do not represent the OLF, the
OLA or any segment of the Oromo movement.

6. Our intelligence reports have confirmed that the Ethiopian government is scheming to
mislead the international community by showcasing fake “surrendered fighters” as part
of a fraudulent DDR (Disarmament, Demobilization, Reintegration) program.

This tactic
aims to solicit international funds under the pretence of promoting peace and stability.
The assembly cautions the international community to be vigilant and sceptical of any
DDR-related funding requests from the regime. Such funds are certain to be repurposed
to fuel the ongoing civil war and suppress the struggle for freedom. Supporting this
deceptive initiative risks prolonging conflict and enabling further abuses.

7. The assembly calls upon all forces resisting the regime to focus their efforts on the
vertical struggle against the oppressive system and its enablers. It urges fighters to avoid
allowing the regime to horizontalize conflicts by inciting divisions along ethnic or
religious lines. Rooted in the principle of respect for the aspirations and rights of all
oppressed peoples, the assembly emphasizes the importance of solidarity between the
Oromo people and other nations suffering under the regime's repression.


*"Be inspired, Syria!
Finfinnee will fall to the OLA sooner rather than later. Stay tuned.
Today in Finfinnee, there was a lot of gun shooting reported across the city. The exact cause remains unclear, but we will find out who is behind that ?

Can any one update us what is going on in Finfinnee ?

Oromiyyan biyyii'ko will be free soon. 💪
❤💚❤

Показано 20 последних публикаций.