#Dabalata
Barattoonni Qabxii dhibbeentaa 50 gadi fidan, Yunivarsitii fi Koolleejjoota gara garaatti Seenan sagantaa sirreeffama /Remedial Program / akka baratani of foyyessan jedhame ture.
Haaluma kanaan deeggarsa mootummaatiin Yunivarsitii seenani barattoota of fooyyessu barbaadaniif qabxiin seensaa:-
👉Saayinsii Uumamaaf
-Dhiira:-263 fi isaa ol
-Durba:-227 fi isaa ol
👉Saayinsii Hawaasaa
-Dhiira:-220 fi isaa ol
-Durba:-190 fi isaa ol
👉Naannoolee Guddachaa jiranii fi horsiisee bultootaaf Saayinsii Uumamaaf 210 fi isaa ol yo ta'u, Saayinsi hawaasaf immoo qabxii 180 fi isaa ol jedhameera.
👉Yunivarsitiiwwan dhuunfaa fi koolleejjiiwwanitti baasii isaaniitiin kaanneen barachuu barbaadaniif
-Saayinsii Uumama:- 210 fi isaa ol
-Saayinsii Hawaasa:- 180 fi isaa ol
✍ Sagantaa sirreeffama( Remedial program) Gurraandhala 15, 2015 hanga Waxabajjii 15,2015tti ji'oota Afuriif ni baratu jedhameera.
Check your placement ⬇️
bit.ly/Resultetherneteduet
Info ➡️ WWW.QAROO.ORG
More ➡️ @QarooMagazine